Telegram Web Link
'ትዝታ' jechi ja'u kun 'Yaadannoo' bakka bu'a. Garuu jecha khanarra 'ትዝታ' ibsu naa barbaadaa mee. Wahiifin je'e😊

@Na4Je 👈
Bara 2016 ka ja'an kana achi khaayuuf deemna. Bara 2017 Tiktok goonkuma hin fayyadamu, Facebook ji'a 10 niif hin fayyadamu, Instagram waggaa guutuu hin fayyadamu.

Bara 2016...!
Baay'inaan kitaabota warra lixaa, philosophy, Psychology, Fkkf dubbisaa ture baay'inaan. Bara 2017 garuu dhibbeentaa 90% kitaaba Amantii qofan dubbisa.

Application kana hunda Fulbaana 2 bilbila kiyyarraa nin haqa.

In Shaa Allah 🙏
Ma first pic in 2017
So cute ✌️
Meeqa kheessani kha yeroo maqaa khana argitan, Jaalalti isaanii daranuu qaama kheessa isin yaatu. Kha Tajaajilli isaan addunyaaf godhan isin duraan mullatu. Ka arrabni keessan 'Sallallaahu aleyhi wasallam' ja'u

@DrZakirNaikAfaanOromoo
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
السلام عليك يا سيدى يا رسول الله ❤️
Namoota Ulaagaa armaan gadii guuttan yoo jiraattan keessan na dubbisaa

1ffaa: fuul durattti diin islaam tajaajiluuf haawwii kan qabdan

2ffaa: Afaan Englishi fi Afaan Arabii dubbistanii hubachuu kan dandeessan.

3ffaa: Ilmii bu'uraa Qur'aanaa fi Hadiisarraa kan qabdan

4ffaa Sadarkaa barnootaa Universitii fi sanii ol kan taatan.

5ffaa: Kitaabota Dubbisuu kan jaalattan.

Dargaggoota Hamma danda'ametti ulaagaa Armaan olii guuttan kan Dubbistoota akka keessanitti Makamuu barbaaddan "KUREETH TEAM" package bara 2017, Leenjii fi Tarbiyaa dargaggeessaa fi dubartii muslimaa qabatee, Namoota hegeree Islaamatiif barbaachisan oomishuu barbaada.

Team khana join gootee jireenya discipline qabu akka nuu wajjiin jiraattuuf gama kheenya si afeerra.

Walumaa galatti namoota 20 qofa barbaanna hanga ammaa nama 14 ni qabna. 6n hafan abbaa carraa tahaa

Dhaabbata "Kureeth" irraa

Nu qunnamuuf
@Game12317
@Na4Je
አላህን መገዛትን ሊያሳዩን፣ ከፍጡራን ጋ በመልካም መኗኗርን ሊያሰለጥኑን፣ እዝነትን፣ ሰላምን፣ ፍቅርን ሊያላብሱን፣ በጥቅሉ እንዴት መኖር እንዳለብን ሊያስተምሩን የተላኩልን ሙሀመድ አሽረፈል ኸልቅ ‎ﷺ መወለዳቸው የጀሊሉ ፀጋ ነው ❤️

አስታዋሽ ባስታወሰ፣ ረሺም በረሳ ቁጥር የአላህ በረከት እና ሰላም በረሱላችን ሀቢቢል ሙስጠፋ ላይ ይውረድ! መንገዳቸውን ያግራልን፣ የጀነት ጉርብትናቸውን ይወፍቀን 🤲🏼
Beeysisa Eda baafneen namoota 6n barbaanne argannee jirra. Inumaa nama 7 tu nutti makame. Warreen hafan ulaagaa kheenya seeraan hin guunne akkasuma lakkoofsi nama nuti barbaanneetis [20]n waan guuteef isin dhiifne. Dhiifama nuuf godhaa.

Members of 'Kureeth Team' are on a long journey [Amna Kaayyoo]. We gonna Read, Understand, Research and serve Muslims 🪐

የ 'ኩሪዝ ቡድን' አባላት ረጅም ጉዞ ላይ ናቸው። [አምነ ካዮ]: እናነባለን፣ እንረዳለን፣ እንመረምራለን እና ሙስሊሞችን እናገለግላለን 🪐

#Amna_Kaayyoo
Alhamdulillaah!
Galanni kan Rabbiiti, Baay'ina lakkoofsa warra yaadatee galata galchee fi dagatee galchuu dhabeetiin, Galanni Rabbiif haa gayu.

#Alhamdulillaah
ኩሪዝ ምንድነዉ ለሚትሉኝ...🎙
አዳምጡት👇👇👇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Masjiidaa fi muslimni yaadannoo addaan hin baane. Muslimni masjiidaan jaarama, masjiinni muslimaan jaarama.

Gurbaan/dubartiin Qalbiin isaa masjidatti rarraatu torban gaaddisa arshii jalaa keessaa tahuunis waan muslimaafi masjida walitti hidhu.

Waggaa kana anaafi ati masjidaan walitti hidhamuuf maal karoorsine?
#Masjida
Namoota tokko tokkootu jira, ka ati hoggaa isaan argite, qalbiin tee daranuu ibaadarratti si jabaattu.

Rabbii warreen akkasiirraa nu haa taasisu 🤲 #Aaamiin
Tajaajilla armaan gadii kana tasa ni barbaaddu taanaan. 👇👇👇

Namoonni hojilee Graphics Kamiyyuu haala bareedaa qulqullina qabuun dalagachuu yoo barbaaddan Sorinaaf Graphics Qunnamuu Dandeessu.

TAJAAJILLI
‣ Logo Design
‣Business Card
‣Brochure Design
‣Flyer Design
‣Party Flyer Design
‣ Background Remove
‣ Photo Manipulation
‣ Photo Retouching
‣Stationery Design
‣Photo Editing
📞+251906227482 +251714227482
Graphics Sorinaaf4k
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/21 21:28:51
Back to Top
HTML Embed Code: