Telegram Web Link
Ajjeechaan Jumlaa falasxiimota irraa akka dhaabbatuuf Rotterdam, Netherland 'tti hiriira yeroo bahan✌️

Ziyoonota Israa'el Rabbiin tokkichi irraa haa khafalu🤲

@JemalSheikhBakri1
Sheekha kiyyaa fi Goota khiyya...!🥰
القدس عاصمة فلسطين
وفلسطين عاصمة قلوبنا 🇵🇸✌️♥️
Suufiyyaa, Ashaa'iraa, Shii'aa fi Salafiin tokkummaan Namni salaatal janaazaan fageenyaan irratti salaatame Goota kiyya Shahiid Ismaa'il Haniyeh qofa✌️

#FreePalestineGaza
Akka karoorsitee olitti RABBIIN siif haa tahu
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu 📩

الهم الصل وسلم على سيدنا محمد
@JemalSheikhBakri1
"I 'm going through phases of my life"
Addunyaa tanarratti hanguma namatti miqqanyoomuu irraa if fageessituun gammadda. Gammachuu fi khofli kheenya waan addaa qabaannee osoo hin taane, Carraa gaarii nama hundaa hawwineeti. Fira keenya dhiisii diina keenyattuu hamtuu hin hawwinu🙏
Yaad - Rimeewwan walii faallaa armaan gadii kana keessaa kamtu sirrii sitti fakkaata?

(Realist theory)
1ffaa: ilmi namaa uumamaan hamaadha, gara jabeessa, rifannoota hin qabu

(Idealist theory)
2ffaa: ilmi namaa uumamaan gara laafeysa, naasuu qaba, waliif rifata, wal mararfata.

Jireenyuma ilma namaa kanaa wajjiin yeroo dheeraa jiraatte kanarraa waan hubatte hammeenyaafi gaarommina namaa ibsi mee🫠
@JemalSheikhBakri1
Namoota addaan baate, hammeenya isaanii facaasuudhaan dhiirummaan argamtu hin jirtu.

Yeroo gaarii isaanii wajjiin dabarsiteef jecha ulfina isaanii eegi. Ati waan afaan keetii baheen malee, waan afaan isaaniitii baheen hin madaalamtu waan taateef 🤝🫶
ولا تنسو الفضل بينكم
Rule no. 1

Waan nuti beeynurratti yoo nu soban, waan nuti hin beeynerratti ammoo isaan amanuu hin qabnu👌

በምናውቀው ነገር ላይ ሲዋሹን በማናውቀው ጉዳይ የሚነግሩንንም ላለማመን እንገደዳለን።
MooniraAbdulmenan
#Rule
ድብቅ ሰዉ ሁን ብሮ😇👊
ባወጣዉ ነገር ተጎዲቼ
በደበኩት ነገር ተካስኩ 👌👊
#ደብቅ
جمالها بالحجاب👌🎉🎈
Sifan Hassen
The winner
Sponsora Jalqabaa

Saahiba kiyya, Mataa dhiiraa Fuad H Yusuf Kitaaba ●JIREENYA KEETITTI GAMMADI● ja'u sadarkaa Golditti sponsor nuuf ta'ee jira.

My heartfelt gratitude for all the support you provided to me bro! Thank you, again thank you. I pray for you long life filled with joy and countless blessing. Shukran 🙏
@JemalSheikhBakri1
2024/09/22 12:28:27
Back to Top
HTML Embed Code: