Duniyaan tun ganda gaarii fi nagaya qofaa osoo taatee, gaafa dhalannu booyaa hin dhalannu turre๐
#Duniya
#Duniya
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.
Mommy ุงููู ูุทูู ูู ุนู ุฑู โค๏ธ
Mommy ุงููู ูุทูู ูู ุนู ุฑู โค๏ธ
Ajjeechaan Jumlaa falasxiimota irraa akka dhaabbatuuf Rotterdam, Netherland 'tti hiriira yeroo bahanโ๏ธ
Ziyoonota Israa'el Rabbiin tokkichi irraa haa khafalu๐คฒ
@JemalSheikhBakri1
Ziyoonota Israa'el Rabbiin tokkichi irraa haa khafalu๐คฒ
@JemalSheikhBakri1
Suufiyyaa, Ashaa'iraa, Shii'aa fi Salafiin tokkummaan Namni salaatal janaazaan fageenyaan irratti salaatame Goota kiyya Shahiid Ismaa'il Haniyeh qofaโ๏ธ
#FreePalestineGaza
#FreePalestineGaza
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu ๐ฉ
ุงููู ุงูุตู ูุณูู ุนูู ุณูุฏูุง ู ุญู ุฏ
@JemalSheikhBakri1
ุงููู ุงูุตู ูุณูู ุนูู ุณูุฏูุง ู ุญู ุฏ
@JemalSheikhBakri1
Addunyaa tanarratti hanguma namatti miqqanyoomuu irraa if fageessituun gammadda. Gammachuu fi khofli kheenya waan addaa qabaannee osoo hin taane, Carraa gaarii nama hundaa hawwineeti. Fira keenya dhiisii diina keenyattuu hamtuu hin hawwinu๐
Yaad - Rimeewwan walii faallaa armaan gadii kana keessaa kamtu sirrii sitti fakkaata?
(Realist theory)
1ffaa: ilmi namaa uumamaan hamaadha, gara jabeessa, rifannoota hin qabu
(Idealist theory)
2ffaa: ilmi namaa uumamaan gara laafeysa, naasuu qaba, waliif rifata, wal mararfata.
Jireenyuma ilma namaa kanaa wajjiin yeroo dheeraa jiraatte kanarraa waan hubatte hammeenyaafi gaarommina namaa ibsi mee๐ซ

Namoota addaan baate, hammeenya isaanii facaasuudhaan dhiirummaan argamtu hin jirtu.
Yeroo gaarii isaanii wajjiin dabarsiteef jecha ulfina isaanii eegi. Ati waan afaan keetii baheen malee, waan afaan isaaniitii baheen hin madaalamtu waan taateef ๐ค๐ซถ
ููุง ุชูุณู ุงููุถู ุจูููู
Yeroo gaarii isaanii wajjiin dabarsiteef jecha ulfina isaanii eegi. Ati waan afaan keetii baheen malee, waan afaan isaaniitii baheen hin madaalamtu waan taateef ๐ค๐ซถ
ููุง ุชูุณู ุงููุถู ุจูููู
Rule no. 1
Waan nuti beeynurratti yoo nu soban, waan nuti hin beeynerratti ammoo isaan amanuu hin qabnu๐
แ แแแแแ แแแญ แแญ แฒแแนแ แ แแแแแ แแณแญ แจแแแแฉแแแ แแแแแ แฅแแแฐแณแแแข
MooniraAbdulmenan
#Rule
Waan nuti beeynurratti yoo nu soban, waan nuti hin beeynerratti ammoo isaan amanuu hin qabnu๐
แ แแแแแ แแแญ แแญ แฒแแนแ แ แแแแแ แแณแญ แจแแแแฉแแแ แแแแแ แฅแแแฐแณแแแข
MooniraAbdulmenan
#Rule