Telegram Web Link
وداعاً.. وداعاً..
‏اليوم لآ فـراق
‏اليوم يلتقى الرفاق
Dhugaa hadhooytuu!😎
================

Dubartiin Social Media kana gubbatti baatee iyyaa ooltu boodden ishii hin toltu. Salphina mudatti. Beekamtiin social media gubbaa tun sadarkaa dubartii teenya bultii dhabsiisurraan geessee jirti. Ilmi dhiiraa dubartii social media gubbarraa wacaa ooltu odoo “Huural-eeynii” baanan sanillee taatee hin fuudhu. Ilmoo manaa tan safuufi naamusa lammii irraa dhalattee keessaa hin bahin, tan jaarsaafi fira jaarsallee maqaa isaanii eeydu barbaaddatee fuudha.

Mee isinuu namoota yeroo hedduu social media kana gubbarratti namni beekhu lakkaawaa; hundinuu bultii hin godhatan. Dhiirti jara sanitti hin dhiyaattu. Hanga iyyan iyyaniituma dhumarratti erga yeroon irraa dabarte booda dhokatanii jiraatan malee namni isaanitti dhiyaatu tokkolleen hin jiru.

Atumti amma as jalatti comment kennattu kun odoo Miss X fuudhi siin je’anii ni didda. Hin fuutu. Sababni ilmaan keetif yaadda. Amala hin taane ilmaan kiyya dhaalchifti jetta, naaf hin ajajamtu jettee shakkita, naamusa hin qabduu social media gubbarraa afaan banaa oolti jetta, nama agarte hunda wajjiin laaqqatti jetta - Walumaagalatti hin fuutu🫣

Dhiira biraa dhiisaatii, kanumti yeroo nagayaa ishii wajjiin social media kanarraa gubaalaa oolulleen, gaafa fuudha barbaade ta social media gubbarraa hin lallabne laallatee fuudha.

Social media kanarratti namni hundi isin faarsetuma yeroo bultii jaaruu fedhe isin dhiisee deemee ta social media hin fayyadamne fuudha. Please dammaquu qabdan shamarran keenya kan social media kun!

Hubachiisa:- namni soba je’u yoo jiraate fuutanii/heerumtanii nu agarsiisuu qabdan!

Arif Ahmed
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Duniyaan tun ganda gaarii fi nagaya qofaa osoo taatee, gaafa dhalannu booyaa hin dhalannu turre😊
#Duniya
Shahiidni hin du'u ✨️✌️
Laffaatii ifii arguun waan guddaadha. Baga laffaatii tee argatte. Kana caalaa fulduratti jabaattee si arguu qabna maraaraa kheenya
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
الله يطول عمر امهاتنا❤️
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.

Mommy الله يطول لى عمرك ❤️
Warri janajjanu khun wama ja'an hin dhabanii si!?
Ajjeechaan Jumlaa falasxiimota irraa akka dhaabbatuuf Rotterdam, Netherland 'tti hiriira yeroo bahan✌️

Ziyoonota Israa'el Rabbiin tokkichi irraa haa khafalu🤲

@JemalSheikhBakri1
Sheekha kiyyaa fi Goota khiyya...!🥰
القدس عاصمة فلسطين
وفلسطين عاصمة قلوبنا 🇵🇸✌️♥️
Suufiyyaa, Ashaa'iraa, Shii'aa fi Salafiin tokkummaan Namni salaatal janaazaan fageenyaan irratti salaatame Goota kiyya Shahiid Ismaa'il Haniyeh qofa✌️

#FreePalestineGaza
Akka karoorsitee olitti RABBIIN siif haa tahu
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu 📩

الهم الصل وسلم على سيدنا محمد
@JemalSheikhBakri1
"I 'm going through phases of my life"
Addunyaa tanarratti hanguma namatti miqqanyoomuu irraa if fageessituun gammadda. Gammachuu fi khofli kheenya waan addaa qabaannee osoo hin taane, Carraa gaarii nama hundaa hawwineeti. Fira keenya dhiisii diina keenyattuu hamtuu hin hawwinu🙏
2024/09/27 07:19:48
Back to Top
HTML Embed Code: