Telegram Web Link
Congratulation ๐ŸŽˆ๐ŸŽŠ

Ustaaz Abdurahmaan Huseen Barnoota isaa Master Xumuree Jira. Namni ma'anaa barnootaa yeroo bare barnootarraa gad hin taa'u.

Ustaazni ma'aragii hedduu qaba.
Ustaaz, munshid, Enginer fkkf, ammallee ma'aragii dabaluu hin dhiisu ja'a. Fakkenya kheenya.

Maa Shaa Allah, tabaarakallah๐ŸŽŠ
Bifaan nama madaaluun sun faashinni isii hin dabruu si? Mee waan san gehee nurraa dhiisaawoo hifanne. ๐Ÿ˜‰

Kitaaba qola isaatiin hin murteessin bro๐Ÿ˜Š
Namoota biraa jaalachiisuuf haadha tee hin gaddisiisin. Akka ishiitti siif jecha jireenya isaanii warri dhabe hin jiran waan ta'eef.

โ™กMomโ™ก
#MOM
Nama si Fakkaatu waliin Deemi, Nama si Kabaju waliin Haasawi, Nama si Jaalatu waliin Mariihadhu. #Khalaas

Ustaaz Hakim
#Ghanim_Al_Muftah
Gurbaan kun akkuma suuraa irratti argitan nama qaama #Walakkaa qofa qabaachuun dhalateedha.

Akki dhalootaa fiixee milkaa'inaa gahuurraa isa hin dhoorkine. Dargaggootaaf mataa fakkeenyaati. Yoo ilaalte cinaa namaa fakkaata. Garuu bakka namni hedduun gahuudhaaf itti ulfaatu gahe.

Carraalee argatetti fayyadamee Kunoo UK 'tti barnoota isaa xumuruun ammas eebbifame. Geeba addunyaa kan Qatar irratti godhame, sagantaa baniinsaa isaatu godhe.

Haasawa isaatiin namoota hedduu motivate godhe. Dhugatti murannoo fi if tuffachuu dhabuun, akkasuma ifitti amanamummaa horachuun addunyaatti akka mul'attuuf sababa guddaa isaaf ta'ee jira

@JemalSheikhBakri1
Congratulation on your graduation ๐ŸŽŠ๐ŸŽˆ๐ŸŽ‰
"Educate the women then watch the world" akkuma jedhamamu barnoota keetiin mataa keetirra dabartee akka addunyaa jijjiirtu sirraa eegna.

Baga guyyaa gammachuu keetii argite, nutis siif gammannee jirra. Barnoota kee kan hariiroo Rabbii keetii ittiin cimsattu, akkasuma bu'aa guddoo addunyaaf buuftu siif haa godhu

Once again congratulation๐ŸŽ‰ Hamdiyaa finally you did it ๐ŸŽˆ๐ŸŽˆ
Forwarded from ORO-JEN ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…’๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…›๏ธŽ (๐“™๐“”๐“ ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ๐“œ ๐•ฏ ๐ŸŒน๐ŸŒน)
#YouAreTheBoss๐Ÿ˜Š๐Ÿ’ช
#MOTIVATIONAL_ORO_QUOETOS ๐Ÿ‘‘

โšก๏ธ๐Ÿ“ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐Ÿ‘‰ ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐†๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐“๐š๐ก๐š๐š
๐ŸŒน#SHARE_LINK_And_JOIN๐ŸŒป๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข
@oroNej
@oroNej
@JamaalsheikBakri
@๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ๐Ÿ…™๏ธŽ
noor-book.com/en/md1gfhy

Liinkii armaan olii tuquudhaan labrarii guddicha "Noor Book" keessaa kitaaba "Jireenya keetittii gammadi" jedhu buufachuu dandeessu.
Gootichi Islaamaa Ismaa'il Haniyyen Har'a wareegamuu isaa dhageenye. Innaa Lillaahi wa innaa ileyhi raaji'uun

ุงู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุงู†ุง ุงู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†ุŒ ุงู† ุงู„ู‚ู„ุจ ู„ูŠุญุฒู† ูˆุงู„ุนูŠู† ุชุฏู…ุน ูˆุงู†ุง ุนู„ู‰ ูุฑุงู‚ูƒ ูŠุง ุดู‡ูŠุฏ ู…ุญุฒู†ู†ุŒ ูˆู„ุง ู†ู‚ูˆู„ ุงู„ู‰ ู…ุง ูŠุฑุถูŠ ุฑุจู†ุง๐Ÿ˜ญ

Qabsaawaan yoo du'es qabsoon itti fufti๐Ÿ˜ฅ
#FalasxiimRabbiinHaaBilisoomsu
@JemalSheikhBakri1
ูˆุฏุงุนุงู‹.. ูˆุฏุงุนุงู‹..
‏ุงู„ูŠูˆู… ู„ุข ูู€ุฑุงู‚
‏ุงู„ูŠูˆู… ูŠู„ุชู‚ู‰ ุงู„ุฑูุงู‚
Dhugaa hadhooytuu!๐Ÿ˜Ž
================

Dubartiin Social Media kana gubbatti baatee iyyaa ooltu boodden ishii hin toltu. Salphina mudatti. Beekamtiin social media gubbaa tun sadarkaa dubartii teenya bultii dhabsiisurraan geessee jirti. Ilmi dhiiraa dubartii social media gubbarraa wacaa ooltu odoo โ€œHuural-eeyniiโ€ baanan sanillee taatee hin fuudhu. Ilmoo manaa tan safuufi naamusa lammii irraa dhalattee keessaa hin bahin, tan jaarsaafi fira jaarsallee maqaa isaanii eeydu barbaaddatee fuudha.

Mee isinuu namoota yeroo hedduu social media kana gubbarratti namni beekhu lakkaawaa; hundinuu bultii hin godhatan. Dhiirti jara sanitti hin dhiyaattu. Hanga iyyan iyyaniituma dhumarratti erga yeroon irraa dabarte booda dhokatanii jiraatan malee namni isaanitti dhiyaatu tokkolleen hin jiru.

Atumti amma as jalatti comment kennattu kun odoo Miss X fuudhi siin jeโ€™anii ni didda. Hin fuutu. Sababni ilmaan keetif yaadda. Amala hin taane ilmaan kiyya dhaalchifti jetta, naaf hin ajajamtu jettee shakkita, naamusa hin qabduu social media gubbarraa afaan banaa oolti jetta, nama agarte hunda wajjiin laaqqatti jetta - Walumaagalatti hin fuutu๐Ÿซฃ

Dhiira biraa dhiisaatii, kanumti yeroo nagayaa ishii wajjiin social media kanarraa gubaalaa oolulleen, gaafa fuudha barbaade ta social media gubbarraa hin lallabne laallatee fuudha.

Social media kanarratti namni hundi isin faarsetuma yeroo bultii jaaruu fedhe isin dhiisee deemee ta social media hin fayyadamne fuudha. Please dammaquu qabdan shamarran keenya kan social media kun!

Hubachiisa:- namni soba jeโ€™u yoo jiraate fuutanii/heerumtanii nu agarsiisuu qabdan!

Arif Ahmed
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Duniyaan tun ganda gaarii fi nagaya qofaa osoo taatee, gaafa dhalannu booyaa hin dhalannu turre๐Ÿ˜Š
#Duniya
2024/09/21 23:37:39
Back to Top
HTML Embed Code: