Telegram Web Link
ሦስተኛዉ ስምምነት
አትገምት
#እናነብ
Halkan Jum'aati, Salawaata buusaa, Mindaa Rabbirratti lakkaawwadhaa. Rabbiin kheenya Eegasii Malaaykaanuu Nabii Kheenyarratti salawaata buusan. Maalayyaa anaa fi ati #Kowkolow

الهم الصل على محمد وعلى آل محمد
Namoota si duubaa si haasawanirraa wanni das nama ja'u, Si duratti si haasawuu sodaachuu isaaniiti.

#YouAreTheBoss😊
Barii Gaarii qabaadhaa!
اطاب الله صباحكم!
Good Moorning!
#MoorningRoutine
Guyyaa muraasa torbee hin geenye boodaan Kitaaba "Jireenya Keetitti Gammadi" jedhu. Salphatti Library guddicha 'NOOR BOOK' jedhamu keessa seentanii tolaan/bilaashiin Pdf buufachuu dandeessu. Kutaa tokkoffaa isaa

Tarkaanfachaa jirra
@JemalSheikhBakri1
Ganama gaarii qabaadhaa 🎈
#Moorning
Congratulation 🎈🎊

Ustaaz Abdurahmaan Huseen Barnoota isaa Master Xumuree Jira. Namni ma'anaa barnootaa yeroo bare barnootarraa gad hin taa'u.

Ustaazni ma'aragii hedduu qaba.
Ustaaz, munshid, Enginer fkkf, ammallee ma'aragii dabaluu hin dhiisu ja'a. Fakkenya kheenya.

Maa Shaa Allah, tabaarakallah🎊
Bifaan nama madaaluun sun faashinni isii hin dabruu si? Mee waan san gehee nurraa dhiisaawoo hifanne. 😉

Kitaaba qola isaatiin hin murteessin bro😊
Namoota biraa jaalachiisuuf haadha tee hin gaddisiisin. Akka ishiitti siif jecha jireenya isaanii warri dhabe hin jiran waan ta'eef.

♡Mom♡
#MOM
Nama si Fakkaatu waliin Deemi, Nama si Kabaju waliin Haasawi, Nama si Jaalatu waliin Mariihadhu. #Khalaas

Ustaaz Hakim
#Ghanim_Al_Muftah
Gurbaan kun akkuma suuraa irratti argitan nama qaama #Walakkaa qofa qabaachuun dhalateedha.

Akki dhalootaa fiixee milkaa'inaa gahuurraa isa hin dhoorkine. Dargaggootaaf mataa fakkeenyaati. Yoo ilaalte cinaa namaa fakkaata. Garuu bakka namni hedduun gahuudhaaf itti ulfaatu gahe.

Carraalee argatetti fayyadamee Kunoo UK 'tti barnoota isaa xumuruun ammas eebbifame. Geeba addunyaa kan Qatar irratti godhame, sagantaa baniinsaa isaatu godhe.

Haasawa isaatiin namoota hedduu motivate godhe. Dhugatti murannoo fi if tuffachuu dhabuun, akkasuma ifitti amanamummaa horachuun addunyaatti akka mul'attuuf sababa guddaa isaaf ta'ee jira

@JemalSheikhBakri1
Congratulation on your graduation 🎊🎈🎉
"Educate the women then watch the world" akkuma jedhamamu barnoota keetiin mataa keetirra dabartee akka addunyaa jijjiirtu sirraa eegna.

Baga guyyaa gammachuu keetii argite, nutis siif gammannee jirra. Barnoota kee kan hariiroo Rabbii keetii ittiin cimsattu, akkasuma bu'aa guddoo addunyaaf buuftu siif haa godhu

Once again congratulation🎉 Hamdiyaa finally you did it 🎈🎈
2024/09/25 13:28:11
Back to Top
HTML Embed Code: