Sheekh Abdurahmaan!
Sheekhan itti dhiheenyaan isaan beekuudha. Nama ilmii tana joollummaan jalqabee itti as gahe. Ilmii barachuu bira kuti nama ilmii tana hubate.
Haasawni isaa Qur'aanaa fi hadiisa. Namni tokko isa biratti hadiisa dabsuu fi cabsuu sitti hin dhiisu.
Sanada hadiisaa, isxilaahaa hadiisaa, akkaa hukmii fi waanuma shari'aa cufa nama qomatti qabatee deemu.
Wallaahi yoo isa bira teessee dhaggeeffatte "Yaa Rabbi ilmii akka sheekhaa naaf kanni" jettu malee biraan deemtu.
Sheekha kheenya ilmii nahwii, lughaa arabaa taatuu nama dhugee deemu. Dhugaa Rabbii sheeka keenya Rabbummaan umrii nuuf haa dheeressu. Nama irraa fayyadamu nu haa godhu.

"Waan agarre hunda hin dubbanuu." ๐ค
jette Boolli Qayyaa
Waan beekhanuu hunda hin dubbatan. Tan beekhan ta dubbatan sanuu bitaa mirga of laalanii dubbatan.
โErga dubbatanii itti yaaduurra osoo hin dubbatin dura itti yaaduutu feesisa.โ
Amma namni waan beekhu hunda dubbatee fixee tan hin beeyne yeroo itti dubbachaa jiru kheeysa jirra.
"Hayyuun waan dubbatu beekha. Gowwaan waan beekhu dubbata."
"Dubbachuun yoo Akka meetaa taate, callisuun Akka warqii Akka taate hin dagatin."
โAwoo Ramadaanaa callisuun isinirratti haa jiraattu.โ
Abdurezaqtu barreesse

Hiriyaan gaafa rakkoo si bira hin jiraanne, yoo madaallee diina kheetitti dhiyoodha.
Ramadaanatti dhaammachaa jirra, hadaraa leenjii leenji'aa baane tana leenjii Adurree akka nu duraa hin taane, akka Rabbiin Sabaata nuuf kannu Rabbii keessan kadhadhaa.
Yaa Rabbi ibaadaarratti sabaata nuuf kenni ๐คฒ

Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba > Ustaaz Ahmedin Jebel-แ แแแฒแ แแ แ
~~~
Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-แ แแแฒแ แแ แ!!
Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel-แ แแแฒแ แแ แ waamicha dhiheessaniiru!!โค๏ธ๐ฅฐ๐

Yaa Rabbi hanga narraa barbaaddu si gabbaruu baadhullee, hagan si gabbare narrattin deebisin๐คฒ
Jennee Rabbi khadhachuu qabna
Jennee Rabbi khadhachuu qabna
Galgala kana jiini/ baatiin/ waan hin mullatiniif soomana keenya guyyaa salaasaa soddoma guuttana iiddi guyyaa Arbi'aa
/ Roobii/ tahuun mirkanaawe
iid mubaarak.
/ Roobii/ tahuun mirkanaawe
iid mubaarak.
Soomana finnee mitii?
Dandeenyu shawwaala soomanna dadhabnu leenjii leenjine itti fufsiisuuf yaalla.
Ramadaana keessa juuza sadii ol guyyatti qara'aa turree mii, yoo xiqqaate guyyatti saffaa sadii qara'uun nutti hin ulfaattu.
Ramadaana keessa Salaata taraawihaa fi tahajjuda salaataa baanee mitii, yoo xiqqaate amma salaata rawaatibaa salaatuu hin dadhabnu.
Ramadaana keessa....!
Leenjii jechuun kana. Leenjii tee bilaash if jalaa goota taanaan ifuma miite. #Khalaas

Mukha bishaan obaasnee
Meyree lalisee, ilmaa namaa bishaan obaasnee, kunuunsinee fincilee ๐
#แจแฐแแแ

Gaafa saahiba khee diina khee biratti argitu, lamaan isaaniituu diina keetii beeki. Inni tokko diinummaa isaa labsatee, inni kaan immoo diinummaa isaa dhoyfate ๐
#Diina
#Diina
Nama na gammachiise hin dagadhu, akkasuma nama naboochisellee hin irraanfadhu.
Sababnis namoonni lameen kun dagatamuu hin qaban waan ta'eefikaa๐

Dhawaatuma waa baraa dhuftuun wallaalummaa sitti dhagayama. Barnoonni ni jalqabama malee hin dhumu.
#Knowledge
#Knowledge
Yaa Rabbii kiyya na miite je'ee sin komadhu, tan naaf goote takkallee hin dagadhu, ati yeroo mara Rabbii kiyya, siin jaaladha.
#Rabbโ๏ธ
#Rabbโ๏ธ
Baharri Muusaa hin fuune
Qurxummiin Yuuns hin nyaanne
Billawni Ismaa'il hin gorraane.
Atis yoo Rabbi biraa hin ta'in rakkoon harkaa si qabdu tun humaa sin gootu In Shas Allah
#Obsi

Namoota baay'ee boodatti waan hafte sitti hin fakkaannee? jireenyi waan si gate sitti hin fakkaannee? no no abdii hin kutatin namoota jajjabootu qormaata akkasii qoramaa turee yaadadhu.
Ati fuulduratti namoota jajjaboo addunyaa tanarratti dhiibbaa uuman keessaa tokko yoo taate maalitti beeyta?
#Hamilee