Telegram Web Link
Nama wallaalaa wajjiin haasayuun jaahila akka nama gootu hojiinin arge har'a. #AjabDubbiiRabbii
Jechaan arra arke kan naaf tahe …

“ Ilmi namaa akka photo ti , hanguma zoom gootuuni quality isaa hir’isaa deema. Namuu halaalaa yeroo laalte nama gaariidha. Hanguma itti dhihaattu takka maalummaa isaa ka dhugaa agarta. Warra yeroo itti dhiyaatanis quality hin irrisne nu haa godhu.

Abdulhakim
WAAN NA AJA’IBSIISERRAA !!

Osoo jaarsa gaarii filachuun qalbiin namaa qulqulluu tahuu fi niyyaan namaa toluun taatee waa Aasiyaan firownatti hin heerumtu turte.

Osoo jaartii gaarii filachuun hayyummaa gurbaati fi faxinummaa isaatin taate nabiyyallaah Nuuhi fi luux jaartilee rabbitti kafarte hin fuudhan ture.

Osoo Abbaan ilmoo sirritti guddisuun ka qajeelchitu taate ilmi nabiyyallaah nuuh nama rabbitti kafru hin tahu ture.

Osoo ilmi qajeeluun sababaa abbaatin tahe Abbaan nabi ibraahim nama rabbitti kafru hin tahu ture.

#Ammoo hundinuu mokkara rabbiin nama obsu laaludhaafi.
Yaa rabbi jireenya keenya atummaan nuuf tolchi.!!

Obboleeysii kiyya ustaz shariif follow godha
Teşekuler 🙏
"Kitaaba jildii isaa dubbiftee, gaariidha yookaa hamaadha hin ja'in" maymaaysa ja'u qaba warri adiin.

#DubbiiSirriiti

"Don't judge the book by its cover"
Addunyaa akkatti if dhaaduu fi if dhaadhessuuf morma dhaabdee hiixattu tana keessatti ati maala akka godhuu qabdu itti yaaduu qabda🤔
Waa mara khoo 🥰
Nagayaa fi Rahmanni Rabbii kan hangana hin jedhamne sitti haa roobu.

الهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dilla University, የሙሃጅሩን መስጅድ
Ustaaz Raayyaa Abbaamacca Suuraa Interview boodaati. Vidiyicha daawwannee walitti deebina.

Hundaafuu suuraa kee bareedaa kana Maa Shaa Allah irraa jenne. Nama namoomaa🙏
Waan itti cinqattu, waan itti yaaddoytu addaan baafadhu. Yaadaafi quuqamni khee waan hundaaf hin malu.

Islaamummaaf Quuqami, yaaddawi🙏
Gurbaan kun Artist akka addunyaatti beekkamaati, akkasumaa wajjiin nama dhalataa Itiyoophiyaati ja'an.

Gurbaan kun Doolaara Miliyoona 2.5 warra ghaazaatiif akka gumaache oduun adda addaa ibsaa turte.

Asirratti wannin dubbachuu barbaade Warri BBC Afaan Oromoo tokko december 28 tti har'a odeeffannoo kana gadi lakkisan.

Odeeffannoon kun ammoo december 2 dura odeeffamaa ture. Garaagarummaa ji'a tokkoo boodaan warri BBC AFaan Oromoo amma gad dhiisu.

Dhuguma hangana mara odeeffannoorraa fagaataniiti moo gaafa ghaazaaf wanni gaariin godhamte harki isaanii barreessuu dadhaba?? 🤔

BBC Afaan Oromoo miidiyaa diina keenyaa
Yaa Rabbi ngyaa fi rahmata hangana hij jedhamne Jaalallee keerratti buusi.
الهم صل وسلم على نبينا
Dhiheenya kana Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል Waa'ee "Durummaa" irraa deddeebisee dubbachuu jalqabe.

Sanirraa namuu yaada isaa fufurgisuu itti fufuun arge. Anis akkuma namayyuu namoota sagantaa san qajeellotti hordofaa jirurraayi.

Wannin an hubadhe warri Ustaaz Ahmedin akka dogoggore dubbatu baay'een isaanii Warra mata duree qofa dubbise natti fakkaata😒

Ustaaza Rabbiin Umrii Nuuf haa dheeressu

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid032PSPbBtTtVjwEmjjR3sD32Ea6k1Ju9Ng8gFkV7Y6mTkeKXdoZ1HjT6LfiNBeNCKnl/?app=fbl
Har'a Jawar Mohammed Kitaaba bara 2023 keessa dubbisaa baherra hanga tokko maxxansee ture.

Ergaa guddaan achi keessatti cunfame yoo jiraatehaa dubbisnuudha. Roorroon gama dubbisuutiin nurratti galte haa irratti duulluudha.

Bara 2024 kitaabota dubbisuu qabnu haa qopheeffannuu, hamma dandeenyu haa shaakalluu.

Dhaloota #Iqraa tahuu hojiin haa mul'isnuu
#ShareThisPost

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid033pYjLet4DQxbFrtbn82PwCP5rES1r5YMek3hTrtifchYc64EFoSVWeKeh3rkfeNNl/?app=fbl
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
It is time to say goodbye for unnecessary things
2024/09/22 23:23:57
Back to Top
HTML Embed Code: