Telegram Web Link
Garaa na qabbaneessan..!

Loltoonni Weerartuu Israa'il lamaan kan armaan gaditti argitan kun torban sadii dura dargaggeessa Falasxiin tokko wajjiin miidiyaa hawaasaa irratti Live haasa'aa turan.

Isin Maaliif daa'imman ajjeestan jedhee isaan gaafata. San booda isaan keessaa tokko "Ijoollee falasxiin ganaallee ni ajjeesna, atiiwuu osoo si argee si ajjeessuun barbaada, Falasxiinota fuula kiyya dura dhufe tokkollee hin dhiisu..." jedhee dhaadate.

San booda gootonni kiyya 'Qassaamonni' Sheeyxaanota lamaan kana dirree lolaarratti arganii, biyya irraa hafiinsi hin jirretti ergan.

Gootota falasxiin dirree lolaatti taphachuu beekan malee "Live" gubbaa miti.
#sharewaliifgodhaa

Gabaasa kana TRT irratti argadhe
@JemalSheikhBakri1
Ummata kana Rabbiin haa dirmatuuf๐Ÿคฒ
Namni laafaan nama jireenya isaa keessatti 'decision maker' tahuu hin dandeenyeedha.

#MurteessiBro๐Ÿค”
Eessa oolaa jirta bro๐Ÿ‘Œ
Nelson Mandela
Forwarded from ORO-JEN ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…’๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…›๏ธŽ (๐“™๐“”๐“ ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ๐“œ ๐•ฏ ๐ŸŒน๐ŸŒน)
Firri ๐Ÿฅฐ Kee Amala Keetii ๐Ÿ’”
Amala kee Sirreeffadhu๐Ÿ–ค๐Ÿซก

@oroNej
Ganama gammachuu qabaadhaa.

Guyyaa keessan bareeffachuuf ganama kessan kunuunsuun barbaachisaadha.

#Gammachuu
Dhiirota ๐Ÿฅฐ
"With hard work, miracles can happen"
"MIXII IRRAA MARAKHA, HIN EEGAN"
Just missing Ramadan...!๐Ÿ˜’
แŠฅแ‰ตแ‹ฎแ•แ‹ซ แ‰ฅ
Ethiopian waiting for passport ๐Ÿ™‰
Dinqisiifattee hin quuftu !

Nuti joollummaarraa du'a sodaachaa guddanna, ijoolleen falasxiin garuu akkamitti akka Shahiidoman Shaakalaa guddatan.

Biyya teenya waa'ee #Jihaadaa_Shahiidummaa bakki itti dhageessu yoo ta'e Kitaaba Jihaadaa qofa keessatti.

Inumaaa Madkhaliyyaa toowhidaan loli siin jetti.๐Ÿ˜…

Walumaa galatti Injifannoon Gootonni Qassaam gonfatan injifannoo Muslimoota maraati. Gaafa isaa gammadan gammadaa, gaafa isaan gaddan gaddaa jiraanna.
@JemalSheikhBakri1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
แˆ€แ‰€แŠ› แŒ‹แ‹œแŒ แŠ›
๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ palestine
2024/09/22 14:25:07
Back to Top
HTML Embed Code: