Guyyaa Jum'aati sa'aa du'aa'iin qeebalamtu san jirraatii Namticha Mujrima kana du'aa'ii itti haa goonuu!
Misaa'illi keenya inni duraa kan white phosphores caalu du'aa'iidhaatii itti furgaasaa mee πͺ
Abaarsi Rabbi irratti haa jiraatuu
@JemalSheikhBakri1

Kitaabni Eda beeylama isiniif seene kunooti Comentii jalatti liinkii isiniif khaaye.
Warri afaan ingliffaa dubbiftan PDF -n salphatti akka buufattaniif isin gargaara. Warri Afaan Arabaa naan jettan Kitaabatti waan jiru natti hin fakkaatu garuu bifa Lecture -aan Youtube Sheekhaa jalatti "Ψ§ΩΨ₯Ψ³ΩΨ§Ω Ψ¨Ψ¨Ψ³Ψ§Ψ·Ψ©" ja'aatii hordofaa.
Ati ammoo yoo dubbisuu hin barbaanne obboleeyyan keetiif #Share godhuun akka dubbisaniif qooda fudhu
#ShareWaliifGodhaa
https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0ALvUoEhzxeynEmxeku6sQCiP2pssq55osDwKBHgnPKauPig6pD41ALhtXzzRd3iil/?app=fbl

Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.
Mommy Ψ§ΩΩΩ ΩΨ·ΩΩ ΩΩ ΨΉΩ Ψ±Ω β€οΈ
Mommy Ψ§ΩΩΩ ΩΨ·ΩΩ ΩΩ ΨΉΩ Ψ±Ω β€οΈ
Saudi Arabiyaan akka biyyatti Osoo Secular taatee feeti, sanumaaf carraayxisi. Kuni Kaayyoo MBS -iiti.
MBS -iin warra magaalaa if goggodha. Nama diin kana akka aadaatti laalu tokko inni. Biyya Muslimaa gargaaruu fi jaalatuun isaaniif fafa, Yahuudaa fi faranjii dhaadheysuufi michoomfachuun Isaanii ammayyummaa!
Fiigaatillee taatu numa jennwooπ
Ikhwaana nuun hin ji'inaa maleeπ

π΅πΈα ααα΅α’α αα ααα΅αα»α½α αα°α¨α°α£αΈα α³αα
αα¨α« αα
ααα΅α α₯α¨ααα
αα€ α αα
αα³αα»αΈαα α°αα₯α α°ααα³α΅ α₯αα²α«α°αααΈαα£ α¨αα°αα΅α α₯αα²ααα³αΈαα α₯αα²α«αΈααΈαα α₯ααααααα’
αα΅αα α¨α αα΅ αα΅αα ααα΅α ααα αααα΅α’ααα«α ααα΅αα»α½α α¨αα΅α½αα΅α αα α α΅ααααΈαα’ α₯αα²αα α α₯αα³α½α α±α α α΅ααααΈαα’
#AfrikaTv

Bifaa fi jiruun har'i keessa jirtu gooooooooonkuma Hegeree kee kan madaaluu miti.
In Shaa AllaβοΈ
Jedhi
In Shaa AllaβοΈ
Jedhi
Forwarded from Jechoota GaggaariiοΈοΈ (Ab-Di)
Miidiyaan Aljazeera Falasxiinotaaf oolmaa hagana hin jedhamne oole, Sa'aatii 24 guutuu gabaasi isaa dhimma Falasxiinotaa dha, Gaazexeessitoota isaa Gaazaa keessatti ramadee gabaasa funaannatu bayyinni isaanii 20 qaqqabu aarsaa godhee jira.
Miidiyaa haqaa, Sagalee miidhamtootaa!
Miidiyaa haqaa, Sagalee miidhamtootaa!
Forwarded from Jechoota GaggaariiοΈοΈ (Ab-Di)
Gaazaan Addunyaa irraa qofaatti baafamtee jirti! Intarneetiin irraa cituun maal keessatti akka argamtu wallaalamee jira, Ibsaan hin jiru.
Bal'ina isaa dubbisaa.
ππππ
Bal'ina isaa dubbisaa.
ππππ
Magaalaa Gaazaa guutummaatti dukkana hamaa keessa seentee jirti, Ibsaan irraa cituun Intarneetiin guutummaatti badee jira.
Magaalaan qabsoo Falasxiinotaa keessatti ija taate Gaazaan Addunyaa waliin akka wal hin quunnamneef Intarneetiin adda-cituun dukkana Ibsaa dabalatee halkan ulfaataa keessummeessaa jirti! Dukkana Gaazaa mudatee jiru kana kan ibsu Jeettileen Waraanaa Ameerikaa kan darbatan Misaa'iloota Israa'iil qofa dha.
Samiin Gaazaa kan isheen iftu yeroo weerartuun Israa'iil Boombii fi Misaa'ilaan isaan haleeltu qofa yoo ta'u Hosptaalonni waan barbadaa'aniif hojii dhaabanii jiraachuu dabalatee Bishaan Ibsaa fi Boba'aan marti hin jiru! Gaazaan dukkana jabaa keessa jiraachuu ishee dha.
Magaalaa ija Falasxiin taate Gaazaa kana keessa yeroo amma kan jiru Falasxiinota gargaarsa Allah qofatti hirkatanii qabsaa'an qofa dha! Eeyyeen Mujaahidoota jajjaboo sana qofa dha.
Weerartuun Israa'iil akkuma akka isaatti har'a humna lafoo isheetiin Magaalaa Gaazaa seenuuf ijibbaachaa kan jirtu yoo ta'u kanaaf ammoo wareegamu barbaachisu kafaluuf qophii ta'uu ishee ifoomsitee jirti.
Lola jabaa dha! Addunyaan tarree tokko irra hiriiree Israa'iliin tumsuun Gaazaa barbadeessee dhabamsiisuu fi Falasxiinota duguugee dachii irraa baleessuuf hojii isaa daran jabeessee jira! Bor maal dhageenya laata gaaffiin jedhu yaaddoo ta'ee jira.
Gaazaaf injifannoo weerartootaaf dhabama hawwina.
Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
Jechoota Gaggaarii