Telegram Web Link
«Gara Israa'el wannin dhufeef Ergaa 'isinii wajjiin jiraachuu' kiyya dabarfachuufi» Joo Baayiden

Allaahaan ammoo Qur'aa keessatti akkan nuun jedha.

یَـٰۤأَیُّهَا ٱلَّذِینَ ءَامَنُوا۟ لَا تَتَّخِذُوا۟ ٱلۡیَهُودَ وَٱلنَّصَـٰرَىٰۤ أَوۡلِیَاۤءَۘ بَعۡضُهُمۡ أَوۡلِیَاۤءُ بَعۡضࣲۚ

«Yaa warra Rabbitti Amantan Yahuudaa fi Nasaaraa Jaalalloo hin godhatinaa. Jarri jaalalloo walii isaaniiti» nuu ja'a.

Nuti wal malee hin qabnu. Yoo xiqqaate soshaal midiyaa of harkaa qabnu kanaan miidhamtoota falasxiiniif sagalaee haa taanuu.

#ShareWaliifGodhaa
Sheeyni kheenya Muftiin biyya tanaa eega gama fuula Rabbii deemanuu kunoo duruu waggaan gehe Subhaanallah!

Dhiheenya kana Qaawa sheeyni cufe eeguma sheeyni gama aakhiraa kutee kan mul'ate je'ee saahibni kiyya tokko naaf himaa ture.

Rabbiin Ollaa Nabii Keenyaa sallallaahu aleyhi wasallam isaan haa qubsiisu.

Rabbiin jannatatti wal nu haa garsiisu🤲
@JemalSheikhBakri1
Afriikaan kibbaa yoomillee Falasxiin cinaa hiriirti..!!


Biyyi qabsaa'otaa, warra diddaa kolonii Adiin seenaan isaanii olkaafamee leellifamu dachii dhaloota Maandeellaa yeroo mara deeggarsa ishee Falasxiinota dhorkattee hin beektu! Isheen yoomiyyuu Falasxiin cinaa jirti.

Impeeriyaalistootaan deeggaramtee Weerara gara-jabeenyaa Israa'il Falasxiinota irratti bante hooggantoonni fuuldura ba'anii mormanii ummanni akka mormu kan taasisan keessa tokko kabajamaa Pirezidaantii Afriikaa kibbaa Siral Ramanfoza dha.

Hiriira deeggarsaa sadarkaa idil-addunyaatti Falasxiinotaaf geggeeffamaa jiru irratti hiriirtota waliin ba'uun Israa'iliin kan balaaleffatan hoogganaa tokkicha Pirezidaantii Afriikaa kibbaa dha! Pirezidaantichi qofaa isaanii osoo hin taane kaabinoota isaanii hiriirsuun ture hiriira deeggarsaa Falasxiin kana irratti kan hirmaatan.
@JemalSheikhBakri1

https://www.tg-me.com/JechotaGaggaarii
#YAA__AQSAA🇵🇸🇵🇸
Kitaaba Bareedaa tokkootu jira. Kitaaba kana Sheekha kheenya Dr Xaariq As Suweydaantu barreesse.😊

Namoota Islaamummaaf haarawa tahan tokkootu akka kitaaba Salphumatti Islaamummaa nama hubachiisu isaaniif barreessu isa gaafatan. Innis eegasii kitaaba "Islam Simplified" 《Understanding Islam Through it is goal》barreesse.

Kitaaba kana Afaan Ingiliffaatiin na bira jira. Warri dubbisuu barbaaddan koottaa hirmaadhaa liinkii isiniifin khaaya moo akkami.

"الإسلام ببساطه"
Kitaaba Ikhwaanaati, jinni jaankaa nuttin ja'inaa. Qamaatus, qama'uu baattus maabara dubbistootaa kanatti dabalami bro 💪

#sharewaliifgodhaa
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
In Shaa Allah liinkii kitaaba khanaa boru galgalan isiniif ol darba. Hagasittuu obsaan eegaa�

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid02aHdtCfjnzp8UEnk5ouEonRNvetTS34yPaZpEdJTeFVTWyuSGSrcUgtSYq65oTpbXl/?app=fbl
Guyyaa Jum'aati sa'aa du'aa'iin qeebalamtu san jirraatii Namticha Mujrima kana du'aa'ii itti haa goonuu!

Misaa'illi keenya inni duraa kan white phosphores caalu du'aa'iidhaatii itti furgaasaa mee 💪

Abaarsi Rabbi irratti haa jiraatuu
@JemalSheikhBakri1
Kitaabni Eda beeylama isiniif seene kunooti Comentii jalatti liinkii isiniif khaaye.

Warri afaan ingliffaa dubbiftan PDF -n salphatti akka buufattaniif isin gargaara. Warri Afaan Arabaa naan jettan Kitaabatti waan jiru natti hin fakkaatu garuu bifa Lecture -aan Youtube Sheekhaa jalatti "الإسلام ببساطة" ja'aatii hordofaa.

Ati ammoo yoo dubbisuu hin barbaanne obboleeyyan keetiif #Share godhuun akka dubbisaniif qooda fudhu

#ShareWaliifGodhaa

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0ALvUoEhzxeynEmxeku6sQCiP2pssq55osDwKBHgnPKauPig6pD41ALhtXzzRd3iil/?app=fbl

@JemalSheikhBakri1
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
الله يطول عمر امهاتنا❤️
Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.

Mommy الله يطول لى عمرك ❤️
Saudi Arabiyaan akka biyyatti Osoo Secular taatee feeti, sanumaaf carraayxisi. Kuni Kaayyoo MBS -iiti.

MBS -iin warra magaalaa if goggodha. Nama diin kana akka aadaatti laalu tokko inni. Biyya Muslimaa gargaaruu fi jaalatuun isaaniif fafa, Yahuudaa fi faranjii dhaadheysuufi michoomfachuun Isaanii ammayyummaa!

Fiigaatillee taatu numa jennwoo😊
Ikhwaana nuun hin ji'inaa malee😆
🇵🇸በፍለስጢን ላሉ ወንድሞቻችን ለደረሰባቸው ታላቅ መከራ መፅናናትን እየገለፅን፤ አላህ ሙታኖቻቸውን ተቀብሎ ሰማዕታት እንዲያደርጋቸው፣ የቆሰሉትን እንዲፈውሳቸውና እንዲያጸናቸውም እንማፀናለን።

ሙስሊም የአንድ ሙስሊም ወንድም ነውና ለፍለስጢማውያን ወንድሞቻችሁ የምትችሉትን ሁሉ አድርጉላቸው። እንዲሁም አብዝታችሁ ዱዓ አድርጉላቸው።

#AfrikaTv
Bifaa fi jiruun har'i keessa jirtu gooooooooonkuma Hegeree kee kan madaaluu miti.

In Shaa Alla☝️
Jedhi
Jabaluun if duratti ilaalaa jira.
Nutis if duratti haa ilaalluun jedha😇
How bad it is!!

🇵🇸😭
2024/09/22 10:25:19
Back to Top
HTML Embed Code: