Telegram Web Link
Gammachu qabna garuu isaan nuuf hin hubatan.

:Namni nama hin beeyneef, Nama gosaa fi Shanyii isaa hin taaneef, nama biyyallee walitti hin qabneef akkamitti hangana mara gammada" ja'anii if gaafatan.

Hin beekanii bar
Akka nuti osoo wal hin beeyne wal jaalannu, akka nuti osoo fira hin taane obboleeyyan waliif taanu, akka nuti obbolummaa dhalootaa caalaa Obbolummaa funyoo laa ilaaha illallaah jabeessinu.

Aaah way Obbolummaa Islaamummaa
Wlh mi'aa ishii Mu'umintoota qalbiin isaanii qulqulluu qofaatu dhandhama.

Rabbiin Yeroo dhihootti Aqsaatti salaatui nuun haa fadhu ๐Ÿคฒ #ShareThisPost
@JemalSheikhBakri1
Obboleettiin teenya tun Qabxii ol'aanaa fiduu isinuu quba qabdu. Firiin bbu'aa barnoota ishii kan kutaa 12ffaa kun ta'abii fi laffaatii jabduu ishiin goote boodaan kan argame tahuu maatiin ni himan.

Abbaan Ishii Naajii Ahmadii fi haati ishii Shukriyaan akka ishiin jabaattee qayyabattuuf ishii gargaarus ni himan.

Ishiinis fuulduratti "pharmacology" barachuu akka barbaaddus Fana 'n gabaasee jira.

Baga gammadde jennaan!
Dubartoonni Muslimaa yeroo iddoo gurguddoo akkasiitii argaman arguu caalaa maaltu nama gammachiisa.๐Ÿ’ช

Baga gammadde jennaa!
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaamina Sheekh Muhammad Hasan Al Dadoo Addunyaa Islaamaatiif


"Gootonni Falasxiin beellama isaanii guutanii jiru, (Sadaquu maa aahadullaah)

Garuu Ummanni Rasuulaa (Saw) kaan eessa jiran? Hoggantoonni, bulchitoonni fi waraanni biyya Muslimaa eessa jiran? Daldaltoonni fi invastaroonni eessa jiran? Ulamaa'onni, Khaxiibonni fi Du'aatni eessa jiran? Namoonni miidiyaa fi namoonni siyaasaa eessa jiru? Hundi isaanii Mujaahidoota kana duuba dhaabbachuun sochiin Xufanal Aqsaa akka itti fufuuf gargaaruu qabu, Bira dhaabbachuu qaban

Kabaja dubartoota muโ€™mintoota qulqullootaa fi qulqulluu taโ€™an eeguuf jecha hanga Shirri kallattii hin eegamneen dhufu hammeenyaa fi gowwoomsaa Israaโ€™el balleessutti Ummanni Muslimaa guutuun cinaa isaanii dhaabbachuu qaba.

Alamutul Asr Sheek Muhammad Hasan Al Dedo

Ergaa Aalima Allaamaa Asrii kana #Share_Waliif_Godhaa Hadaraa

@JemalSheikhBakri1
Ustaaza bareedaa โฃ๏ธ

Maa Shaa Allah Ustaaz Qilleensi Nasrii Bubbise

Ustaazotaa fi Maktabaa, heeybaa fi bareedina bakka takkati ๐Ÿฅฐ Maa Shaa Allah Haa irraa jannuu!

Picture of the night๐Ÿ™„
Halkan keessan isiniif haa bareedu maatiwwan khiyya kabajamoo โฃ๏ธ
@JemalSheikhBakri1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ูู„ุณุทูŠู† ุชุญุชุงุฌ ุฅู„ู‰ ุงู„ุฏุนุงุก๐Ÿ˜ญ
Forwarded from Jechoota Gaggaarii๏ธ๏ธ (รƒbฤ‘รธ รƒlGรฃลผฤฏ)
MM Israa'il Beenjaamin Neetniyaahoo:- "Fuuldura keenya filannoo 2 qofatu jira Jiraachuu yookiin Du'uu!" jechuun lola ijibbaataatti jiraachuu isaanii mirkaneessan.

Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
https://www.tg-me.com/JechotaGaggaarii
Qaamaanillee achi jiraachuu baadhu, qalbiin tiyya eega achi dhayxee bubbultee jirti.

#Yaa_Aqsaa
Halkan keessan isiniif haa tolu
@JemalSheikhBakri1
"Ilmaan Kudhan osoon qabaadhee, Kurnanuu Felesxiimiif akka qabsaawaniin jajjabeessa.

Osoo falasxiimiif lolanii ilmaan kiyya wareegaman anaaf gammachuudha" jette Haati Shahiidaa

Rabbiin ilma ishii sadarkaa Shahiidummaa haa kannuuf
@JemalSheikhBakri1
ใ€ŠDuuti tokkoo keenyarraawuu hin ooltu. Haa ta'uu malee Warreen Qoobii Sodaa keessatti dhakhatee du'ee fi Warreen Aakhiraa isaanitiif jecha Nyaapha (Diina) isaanii biyyee nyaachisanii du'an hanga dachii fi Samii walirra fagoodha"

Dr Iyad Al Quneybii

Haasawa dhiiraa kana #ShareWaliifGodhaa
@JemalSheikhBakri1
Forwarded from ORO-JEN ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…’๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…›๏ธŽ (๐“™๐“”๐“ ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ๐“œ ๐•ฏ ๐ŸŒน๐ŸŒน)
#YAA__AQSAA๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ


โšก๏ธ๐Ÿ“ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐Ÿ‘‰ ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐†๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐“๐š๐ก๐š๐š
๐ŸŒน#SHARE_LINK_And_JOIN๐ŸŒป๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข
@oroNej
@oroNej
@๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ๐Ÿ…™๏ธŽ
2024/09/23 17:15:31
Back to Top
HTML Embed Code: