Nuti wanni isinii wajjiin wal baranneef akka isinii wajjii wal morkinuufi miti Akka isin Kabajnuufi malee. Yoo khabajaa haqa godhachuu diddan Isin wallaaluuf yeroo nutti hin fudhatu jettaan namoota kabajaa hin beeyneen
رَبَّنَا وَلَا تُحَمِّلْنَا مَا لَا طَاقَةَ لَنَا بِهِۦۖ وَٱعْفُ عَنَّا
Yaa Gooytaa keenya! Waan isatti dandeettiin nuuf hin jirre nu hin ba'achisin, Irras nuuf dabri;
Yaa Gooytaa keenya! Waan isatti dandeettiin nuuf hin jirre nu hin ba'achisin, Irras nuuf dabri;
Masjiida kheenya #Imimmaaniin osoo hin taane #Lubbuu teenyaan tiksina eega Rabbiitii ✊️
መስጅዳችን በ #እንባ ሳይሆን #በሩሃችን ነዉ የምንጠቡቀዉ
#masjidachin
መስጅዳችን በ #እንባ ሳይሆን #በሩሃችን ነዉ የምንጠቡቀዉ
#masjidachin
Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda.
Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?
Ka'i #StandUp
Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?
Ka'i #StandUp
Aqiidaa...!
Bu'urri amna nama muslimaa, bobboo galli nama mu'uminaa, jiruu fi jireenya nama Rabbitti amanee aqiidaarratti hundaawa.
Aqiidaarraa ammoo qoonni guddaan Iimaana nama tokkoo sabachiisu Qooda Toowhiidaati.
Zabana keenya kana Aqiidaan waan laaftuu taatee jirti. Namni Aqiidaaf xiyyeeffannoo kennaa hin jiru.
Firqaan Naajiyaa malee hundi warra ibiddaa akka tahan Nabiin (saw) nuuf himanii jiran.
Aqiidaa teenya haa qorannuu, Eenyu jala deemaa akka jirru haa if sakattaanuu. Aqiidaan keenya karaa jannata keenyaati.
#Aqiidaa! #Toowhiida

Addunyaan tun namoota gariif akka lafa magariisaati. Kani yoo achii ilaaltu hunda Abdii irraa waraabbattu.
Namoota gariif ammoo akka bifa (colour) gurraachaati. Kani yoo achi ilaaltu mara gaddaa fi heewasama, rakkoo fi abdii dhaba qofti sitti mul'atu
Namoota gariif ammoo akka bifa (colour) gurraachaati. Kani yoo achi ilaaltu mara gaddaa fi heewasama, rakkoo fi abdii dhaba qofti sitti mul'atu
Namoota hedduu irraa gorsa "Nama jabaateetu injifata, Jabbaattu ni moota, Facaafattu ni muratta fkkf" jedhu dhagayuu malta.
Garuu namoonni "Kuftu malee, hin kaatu, laalattu malee hin fayyitu, Abdii fixachuu bira geessu malee hin onnattu, Sodaachutti dhihaattu malee hin jeynoomtu, Miidhamtu malee hin mootu, Walumaa galattuu Rakkoo fi tattaaffii jabduu boodaan malee hin milkooytu" jedhanii namoonni si gorsan muraasa.
#Strive #Success

Yaanni ilmi namaa qabu dangaa hin qabu, garuu yaanni namni harmee isaarraa fagaate harmmee isaa Ummii isaa yaadu qalbii nama madeessa!
ان بشتاق لك كل يوم مامي ❤️
ان بشتاق لك كل يوم مامي ❤️
Bishaan qulqulluudha. Garuu yoo wanni gurrattiin itti naqamte ni gurraachoma, yoo wanni adiin itti naqamte ni addaata. Na amani atis akkasuma, Waanuma sitti naqameetu si jijjiire malee Atuu Qulqulluu akka bishaaniiti 😇
#YouAreSoPure
#YouAreSoPure
Rakkattu kan si bira jiru, waywaattu kan siif dirmatu, hiraar khee kan isa hin hifachiifne, Himata keetirraa kan gara hin galle, darbee kan sin dhiisne
Mootii Moototaa qabdaatii Abshiir 💪
#StrengthIsFromAbove
Mootii Moototaa qabdaatii Abshiir 💪
#StrengthIsFromAbove
Nama gammachuu sii Wajji qooddate dagachuu dandeessa haa tahuu malee nama gadda sii wajji qooddate yoomiyyuu dagachuu hin dandeessu.
#LaaTansaa
#Abadan
لا تنس ابدا
#LaaTansaa
#Abadan
لا تنس ابدا