Telegram Web Link
"Adii uffannee, adii nyaannee, adii dubbannee, adiin waliin jiraanna." Hayyicha Sheikh Jamaal Aliyyii Abdullah
Fageenyi jaalala hin hir'isu. Namni akkaan onneen teenya jaalattu ija teenya duraa fagaatullee qalbii teenya duraa fagaatuun ni ulfaata ❤️
Yoo ilmii ilmii sanada qabdu, yoo qabeenyaa arjaa, yoo namoomaa, tajaajilaa hawaasaati. Yoo gorsaa isaa achi hin hafne. Hayyicha Sheekh Jamaal Aliyyii Abdullah

Baga keenya Taate
Namoonni hedduun nama isaaniif hubatu argachuuf dararamu. Jireenya keessatti nama siif hubatu tokko qabaachuun mataan isaa milkiidha
Halkan hin bariine, Guyyaan hin dabarre hin jiru waan ta'eeف baay'ee hin dhiphatin jaalo! @Hakaan1
If too'achuu danda'uun bilchina qaamaa osoo hin taane bilchina sammuu nama gaafata. If too'adhu.

Nama si miidhee biiluu itti qabatte miira kee too'adhuutii irra dabriif, Nama yeroo dheeraa jibbaa turte miira kee too'adhuutii jibbuu dhiisi.

If too'achuun Moo'amuu miti, moo'uudha malee ✊️
Akka qalbiin tee xumaaniinaa argattuuf, miila masjiidarraa fagaate san gara masjiidaa deebisi ○
Yeroo facebook fayyadamtu akkuma warra facebook fayyadamuuti taata, yeroo qu'attu/dubbistus akkuma nama dubbisuu taata.

Namni gariin hoggaa facebooka fayyadamtus akka ati dubbist/qu'attu ka sirra barbaadus hin dhabamu
Namoonni tokko tokko hanqina namaa guutuuf uumaman. Dhugatti aniis, atiis nama tokkollee taatu kan hanqina keenya guutuuf uumame hin dhabnu.

Alhamdulillaah🤩
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
The success which you search for your whole life calls you five times a day
Harreen hanga feete yoo tola itti oolte galanni ishii dhiittaadha. Addunyaa tanarra namoonni akka harree ni jiran kan hanga feete yoo tola itti oolte galanni isaanii dhiitaadhaa.

So ati if hin rakkisin waan tola namaaf ooltu Rabbirratti lakkaawwadhu
Some roads...!
Alhamdulillaah🥰 Aafiyaan baga isiniif deebite yaa Sheekh!

Sheikh Sa'iid yoo yaadattan guyyaa dorgommii Qur'aanaa idil addunyaa biyya teenyatti geggeeffamte san imimmaan gammachuu yeroo inni roobsu.

Rabbiin Aafiye Alhamdulillaah
@Hakaan1
Forwarded from AZR GRAPHICS (Mo-Amin)
اللهم بلغنا رمضان🙏🙏
@Ramedan_countdown ⌛️

Share to your muslim friends❤️

Follow us on Instagram

🎨 @aminzreds
Yaa Mowlaa samiin ani argu tun Narraa fagaatullee Atiin Samii keessa, Arshii gubbaa jirtu garuu hidda dhamaa kiyyarra natti dhihaatta.

"Bakkan kufuu ka'etti harka na qabi, bakkan lafaa ka'etti lubbuu tiyyaaf nan dhiisin, If fayyaduuf jecha obboleeyyan kiyya nan miisisin,

an dadhabaadhaa na jabeessi, An hamilee fi heelaa hin qabu ati natti godhi, an wallaalaadhaa ati na barsiisi, Ani hiyyeessaa ati na dureessi. Hiyyumaa qaamaa qalbii jalaa najaa na baasi. Waanin ifiif kadhadhe kana obboleeyyan kiyyaafisi qeebali

@Hakaan1
Yoo hubattee jiraatte balbala manaa (Hulaa) guddoo san yeroo banuu barbaaddu bantuun xiqqashoo san tahuu hin dagatin.

Rakkoo teetis gaafa guyyaan gahe waanuma xiqqashoon sirraa furamti. Rabbiin sirraa haa furu.
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Wanni qusatamuu qabu Maallaqa yookaa qabeenya malee jaalalaa miti. Jaalala qusannaan, siif hin barakhattu, Maallaqni qusannaan siif barakhata.✌️💯 @Hakaan1
Nama jabaa jechuun carraa isaaf argametti nama fayyadamuu beeku. Warri keenya hoggaa maymaaku "Khadiir lama hin deebi'u" ja'an

Dubbii 'Khadiir' jettu tana 'Carraatti' fassaradhaa👌 lafa nagaa bulaa🙏
2024/09/22 12:25:00
Back to Top
HTML Embed Code: