Telegram Web Link
Sababa Ati yeroo takka Nabii keetirratti Salawaata buufteef, Rabbiin kee yeroo kudhan sirratti buusa.

Allahumma Salli Wasallim aleyhi
الهم الصل وسلم عليه

Namni qorqodaan nama Hoggaa Maqaa Nabiyyii Dhaga'e Salawaata osoo hin buusne dhiisu🙊

الهم الصل وسلم عليه
@JemalSheikhBakri1
Hanga liphuu ijaa takkallee
Makhluuqarratti nan dhiisin
Yaa Rabbi yoo si taate malee
Nama nan abdachiisin**

Suma qofa yaa Rabbii!
Suma qofa yaa Rabbii

Namni shan siif kennee
Shantama dubbataa
Kha har'a siif tole
boru si abdataa

Harka yoon deebosneef
Saniin si komataa
Maqaa kee bslleessee
Ittiin si hamataa **


Abduljawaad Ibraahim!
Nasheed i Love ever!
@Na4Je
‏عندما تتجلى الحواشي :
‏"قَدْ شغَفَها حُبّاً"
‏أي شقَّ حُبُّه سويداء قلبها !

‏وتعليقاً عليها قال الإمام القشيري :
‏ "إنّ الهوى لا ينكتم" !
@Na4Je2
Bareedina Seeqinsa Isaanii
Bareedina Rifeensa isaanii
Bareedina Areeda Isaanii
Bareedin Ija isaanii, gurraattiin agartuu guutumatti gurraattiidha, adiin guutumatti gurraattiidha.

Waaw Bareedina dhaabbii Isaanii, Bareedina Gateettii isaanii, Bareedina Haalaa fi amala isaanii 🥰

حبيبي انت فى قلبي❣️
الهم الصل وسلم عليه💯💢
@Na4Je
"Yoon du'e biyya Abbaa keessanii amaanaa..!!" Qabsa'aa Ibraahim Nabulisi.

Qabsa'aa beekamaa Filisxeen kan ta'e Ibraahim Nabulisi wareegamuun dhaga'ame.

Qabsa'aa beekamaa fi humnoota weerartuu Israa'il yaaddessaa kan ture akkasumas Gootichi Israa'il biratti barbaadamaa ture Ibraahim Nabulisi guyyaa har'aa haleellaa humna Weerartuu Israa'il 'n wareegamuun beekame.

Qabsa'aan Ibraahim Nabulisi ganama barii guyyaa har'aa Filisxeen Magaalaa Westbaank 'tti kan rukutame yoo ta'u osoo hin wareegamiin dura "Yoon du'e biyya Abbaa keessanii amaanaa" jechuun jaallewwan qabsoo isaatti amaanaa kennee wareegamee jira.

Rabbi Qubsuma isaa Jannata haa taasisu.
#JechootaGaggaarii
#Palestine
Onneen hundi qulfii ishii bantu qabdi. Namoonni ati jaalattu ammoo qulfii onnee tee ittiin banan argatanii jiran. Osoo Onnee tee Kunuunsanii bareedaadha. Garuu kuni gawwummaa keeti malee Onnee tee namni kunuunsu hin jiru. Jabeessii atummaan kunuunfadhu!

#JustLoveTeam
@Na4Je
Harargeen beelarra jirti. Harargeen hoongee hamtuun dhawamtee jirti. Ummanni keenya Wal quba qabaadhaa. Yaaboo Ummata kana haa dhaqqabnuu 😥 @JemalSheikhBakri1
Camera man 📸 tichi haalaataa mucaan xiqqashoon tun keessa jirtu isa naasisee suuraa kaasuuf yeroo itti siqu, ishiin ammoo waan beelawe seetee waan nyaachu jirturraa hoodhu jettiin 😥
@JemalSheikhBakri1
ذَرْهُمْ يَأْكُلُوا۟ وَيَتَمَتَّعُوا۟ وَيُلْهِهِمُ ٱلْأَمَلُۖ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ

Haa nyaatanii; Haa qanani’anii; hawwiin (sobaa) isaan haa daguu isaan dhiisi(Itti gala isaaniis) fuula duratti ni beeku. Al-Hijr 15:3
@Na4Je
Ee miskiina wallah!😅

Yeroo hirriiba bareedaa osoo rafaa jirtu bilbilli takka jidduun si dammaysee achumaanuu hirriibni illim si jalaa ta'e😅
If my book is open, your mouth should be closed
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Dubbisaa!
Kitaaba kana dubbisaa📔

#Share waliif godhaa hiriyoota keessanillee itti afeera
👇👇👇👇👇 buufadhaa! Dubbisaa!

https://www.tg-me.com/JemalSheikhBakri1/5115

Mataa jabaachuun humaa isiniif hin godhu. Share godhuun hiriyoota keessan qaqqabsiisaa
Ganamarraa kaastee hanga ammaa Kitaaba dubbisnaan kitaaba tokko nagayumaan lafa keeysa.

Suusii bunaa cinatti ganama ganama suusii kitaaba dubbisuutiin namni qabame akkam waan isaa?

📖 Dubbistu ni dubbatta.
@JemalSheikhBakri1
Dubbisuun bareedaadha. Akkasuma nama bareecha. Keessattuu dubartoonni keenya baay'een dubbisarraa fagaatanii jiran.

Yaa dubartoota keenya dubbisuun akka isin bareechu ni beeytanii si? Ugaa dubbisuun Make Up caalaa nama bareecha. Tana na jalaa katabaa.

Keessattuu dubartoonni baha Oromiyaa pleaase dubbisatti seenaa. Yoo dubbistan, ni barbaadamtan. Hundaatu isin jaalata ♡
Hadaraa dubbisaa 🤞
@JemalSheikhBakri1
Filmii tokko kan osoo ilaaltuu si boochise yoonin je'e akka lafa guuttan nin beekha. Haa ta'u malee Kitaaba tokko kan osoo dubbiftanii isin boochise komentii jalatti barreessaa yoonin je'e meeqa keessantu hirmaata?

Koottaa warri kitaabni boochise maqaa himaa
@JemalSheikhBakri1
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Hoggaa Biiftuun guyyaa Khamisaa gad seente, Hoggaa Halkan Jimaataa Jalqabamte, Habiibii (Jaalallee) keetirratti Salawaata Buusi.

الهم الصل وسلم على سيدنا محمد
@JemalSheikhBakri1
2024/09/26 23:22:19
Back to Top
HTML Embed Code: