Telegram Web Link
Bishaan Gubate, Eeyba Marsaa lammaffaa, Magaalaa Hararitti In Shaa Allah! Qophaawaa warri hararii fi naannawa sanii.

@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Namoota waan si jajjabeessan fakkaatanii si biratti suura gaariin mul'atanii si boodaa ammoo Foon kee nyaatan, si xiqqeessuuf yaalan, hojii boonsaa hojjattee isaan agarsiisuu caalaa maaltu nama gammachiisa.

@JemalSheikhBakri1
I don't argue with you anymore,
congrats! You lost me😊
@Na4Je2
Ppl come and go
That's life 🙃
@Na4Je2
Manni namaa Godaa fi Utubaa irraa ijaarama. Bultiin garuu Jaalalaa fi Abjuun ijaarama.
@Na4Je2
Me: right now 😊
Brizdaantii biyya Amerikaa kan ta'e Mr Joo Baaydan Saaykilaan Osoo deemaa jiruu Dingata lafa dhawee kufe. Ammaaf humaa hin taane. Qaalawiinsa jireenyaatu lafaan dhawe warri jedhus hin dhabamne, lakkii manguddummaa namoonni jedhanis jiru.

Hundaafuu Brizdaantii keenya baga baate 😉
@JemalSheikhBakri1
Isaamiyye 🥰
የመረጥከው የኑሮ ስታይል ደስ ስል!
@JemalSheikhBakri1
Edana Adaamaa tanatti Afaan kaayannee Isinitti biifnaatii Aaamiin ja'aa isiniin ja'a Wadaajni keenya.

'Aboo isiniif haa taatu, Waan niyyattan argadhaa, Bakka yaaddan geyaa'

Aamiin warri jettan biifiin teenya iddoo isin jirtanitti akka isin dhaqqabdu Rabbii keenyarraa abdanna.

Team Qamaatuu,
Adaamaa Guddittii irraa!
June 19, 2022
Ngyn Bulaa😅
@JemalSheikhBakri1
Maqaa Rabbii Sagaltamii Sagaltu jira. Isaan Keessaa Kan Yeroo Mara Sammuu tee keessa deddeemu, arraata keetiin deddeebiin dubbatamu, Gammaddu ittiin gammaddu, Yeroo gaddaa kan ittiin waywaattu kami?

Me: Moowlaa, Rahmaanoo, Maalikoo...!
@JemalSheikhBakri1
Goonni yeroo khufe akka itti kufu beeka 😇
"Bishaan Gubate"

Bishaan akkuma Finfinnetti Gubatetti Hararitti Muudii Haarawaan Gubatuuf qophaawamee jira.

Harar, Guyyaa Dilbataa, Adoolessa 03,2022

@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Gurri ishii cm 48 dheerata.
#Subhaanallah
Uumaa Rabbii
@JemalSheikhBakri1
Garee shanee, fannoo, hiwahat, yookaan mootummaa feetus kan barbaaddee ta'uu dandessa. Garuu siyaasaa nama nagaa irra midhaa qaqqabsisu hordaftee abaddan hinmilkoftu!

Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
@JemalSheikhBakri1
Kutaa Lammaffaa
Click Me Load More...!
@Na4Je2
2024/09/27 19:26:33
Back to Top
HTML Embed Code: