Telegram Web Link
Biyya too 🥰😇
@Na4Je2
Gaaddisa Qur'aanaa Jalatti 🥰
የቁርአን ጥላ ስር🥰

Guyyaan Guyyaa Jaalalaati, Kiristaannis hin hafne awoo 😊 Biyyi jaalalaa bifa kanaan yoo ijaaramteedha.
@JemalSheikhBakri1
Wal-Dorgommii Qur'aanaa addunyaa tokkoffaa bahuun kan badhaafame Biyya Jordon irraa Muhammad Al-Haashimiin badhaasa Doolaara Ameerikaa kuma kudhan goonfateera!
@JemalSheikhBakri1
የፍቅር ሀገር 🥰
እትዮፕያ ሀገራችን, እንወድሻልን ከልባችን😍
@JemalSheikhBakri1
Habibi Kiyya Ali Amin Sagantaa tanaaf tikeeta 1000 tokkoo ol bitee Namoota kafaluu hin dandeenyeef akka Sponser tahu karaa fuula facebooka isaatiin walitti qabe.

Sagantaan Kun Milkaa'aa akka ta'uuf qood leencaa qaba 🥰
@JemalSheikhBakri1
Haafiza, Abbaa Geebaa, Dargaggeessa, Bareedaa! Ka barakaa ta'i Khormichoo 🥰
@JemalSheikhBakri1
I 'm Ethiopian
@Na4Je2
Namni nama hin galatoomfanne Rabbi hin galatoomfatu.

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa akkuma durii har'as Waan addaa hojjate. Badhaasa abbaa geebaa Doolaara 10,000 Kan of qabe baankii kana.

Prezdaantii Baankii kanaa kan ta'e obbo Dirribee Asfaaw Haa galatoomu.
@JemalSheikhBakri1
2024/09/27 23:27:25
Back to Top
HTML Embed Code: