Telegram Web Link
Hoggantoota Dhimma Islaama Itiyoophiyaa

1) Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa (Piresdaantii)

2) Sheekh A/Karim Sh/Badrudin (Itti aanaa Piresdaantii)

3) Sheeikh Nuuradin Sh/Daliil (Barreessaa)

4) Sheekh A/Aziiz (Hoji raawwachiisaa

Hojii hojjattan cufa keessatti Rabbiin isin haa gargaaru
@JemalSheikhBakri1
"Majlisa Wahbiyyaa, Ahbaashii, Suufiyyaa yookaa Salafiyyaa Osoo hin taane Majlisni keenya Kan Muslimoota Itiyoophiyaati"

Sheikh Abdulkarim Sh/Badrudin Sh/Muhammad Surur
@JemalSheikhBakri1
"السلام على من أحبنا كما نحن" 💙🦋.
Kitaabni beekkamaan kan Ummata Oromoo biratti akkaan jaalatamaa ta'e, bifa Asoosamaatiin kan barraa'e, Gameessi keenya, Gazixeessaa fi Barreessaan Mahammad Siraaj Barreesse Guyyaa Alhadaa (Dilbataa) Eebbi isaa Finfinneetti Galma Aadaa fi Turizimiitti akka geggeeffamu Isin yaadachiisna.

Eeggadhaa,
Haa eeggannuu,
Guyyicha koottaa,
Namayyuu hin hafnuu
Kitaabicha bareedaa kana
Waliin dhufnee, Haa eebbifannuu **

Guyyaa kana Eeggachuurraa qalbiin nu rarraatee jirti, harka afaanirra kaayyannee eegaa jirra, Wal beeysisnee Jabaa keenyaa Si cinaa jirra haa jennuuniin dhaamsa kiyya. #Share_Waliif_godhaa wal quba qabaachisaa

@JemalSheikhBakr1
Afeeramtan

Yaa nama koo dhaga'i
Afeerraan Siif qabaatii
Guyyaan dilbata dhufu
Guyyaa Eebba Addaatii**

Bishaantu gubatee
Dhagayuu waan dhabduu
Ijaan arguu feenaan
Dhiisi teessee Aaduu
Harka afaanirra kaayyattee
Dilbata akka eegduu**

Dilbata siin jennu kun
Guyyaa Alhadaatii
Hin hafinaa hin hafnu
Haa hirmaannu nu martii**

Dilbanni kun isa
Sanbatatti aanuu
Galma Aadaa oromooti
Kan wali qabamnuu**

@JemalSheikhBakri1
Guyyaa Dilbataa
Kitaaba "Bishaan Gubate" haa Eeybifnuu ilmaan Oromoo, Iddoon Galma Aadaa fi Turizimii Oromoo 🥰

@DrZakirNaikAfaanOromoo
@JemalSheikhBakri1
Qalbiin too suma hawwitii
Habiibii ko jalaatamaa
Namuufuu situ dhaabbataa
Shafaعaa guyya qiyaamaa
Duuti natti murteeffamtee
Ta'ullee harkaa namaa
Wallaahi hin dhiisu yoomuu
Maqaa khee, an numan yaamaa

Habibii, Khoo rasuul
Jaalaltinuu si jaalataa
Fuula khee agarraan
Bareedinnuu ni qaanfataa
'Bishaan Gubate'
Dilbata dhufu
Galma Aadaa Oromootti Eeybifna
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@JemalSheikhBakri1
Biyyoonni Akka Saudi, Kuweet, Bahreen, Dubaayii fi biyyoonni Gulf hedduun Mootummaa Hindii Naandiraa Modi Kan Nabiyyii Arrabsuurratti bobbahe irra qoqqobbii Diinagdee kaayan.

Wantoonni gabaa Hindiirraa gara isaanitti seenu hundi dhoorkaman, Wantoonni biyya isaanii keessa jiru hundi akka hin gurguramnes dhoorgan.

Yoo tarkaanfiin kun Mootummaa Hindiitiif barnoota kan hin taane ta'e, Tarkaanfii kanarra cimaatti akka dabranis beeysisan.

Lubbuun tiyya fidaa tee haa taatu yaa Rasuulallah (Saw).

@JemalSheikhBakri1
Sheekh Sudeeysi Waan Dubbi Himaan Hindii Ergamaa Rabbiirratti jibbanna dubbate San sababeeffachuun Balaaleffannaa Cimtuu balaaleffatee jira.

Ergamaan Rabbiitiin dhufnaan Addunyaa guutuu Hin beeynu (Saw)
@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 13:19:15
Back to Top
HTML Embed Code: