Telegram Web Link
Saahiba kiyya, obboleessa kiyya, Ustaaz Imaamuddin H Aliyyi wajjiin.
. "أنت لست مجرد صديق، بل رفيق دربي الذي يشاركني كل شيء."

Yeroo hedduu kamtu irra dheeraa jennee wal falmina, mee murteessaa!
Rule no.4

Ifirratti hojjadhu. Akkatti yaadattee ifirratti hin hojjanneef waan hedduutu si shaaghala. Jabina khee isaanitti garsiisuun duratti, mataa kheetirratti hojjadhu.

#Rule_no.4
"Yaada business tokkon qaba. Rabbi na khaasee dureessa tokkotti hoggaan himu, ji'a lama booda yaada kiyya hojitti jijjiire. Ani ammoo taphaa ala na godhe" naan ja'e saahibni kiyya.

#AyDureessoo 😁
" Namni ifii dawaan dhabu, harreellee afaan namaa qabu" ja'a warri kheenya. Dhuguma namni ifii faayidaa hin dhabu

#Firaa fi #Aantee
Rabii'a keessa jirra
Mootii ji'ootaa
Goobaanaatu dhalate
Hangafa hayyootaa
Ji'a khana keessaa
Rasuul caalaa anbiyootaa
****

Rasuul Amiin (Saw)
Khalid Sheekh Muhammad Rashaad

Har'a ilma sheekha kheenyaa wajjii daqiiqaa dheertuu haasoyne. Seenaan Sheekha kheenyaa siidaa taatee nuufi ilmaan kheenya kan wilii dhufan keessatti akka dhaabbattuuf Bifa kitaabaatiin taa'uun barbaachisummaa akka qabu hundi kheenya ni beeyna.

Khalid waggaa lama dura kitaaba kans khaayee irraa xumuruu naaf hime. Waan khana milkeessuufillee hedduu fedha akka qabun irraa dhaga'e.

Hundaafuu Kitaabni khun Gad bahee Siidaa tahee onnee ummata Sheekh Muhammad Rashaad qabsaa'eefi keessatti akka hafu abdiin qaba 🙏

Foundation Sheekh Muhammad Rashaadis quba qabaadhaan dhaamsa kiyya
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Waggaan kun dhumuuf deema waggaa haarawaatu seenu jira.

Telegram Channel bareedaa waggaa khanaa ja'ee kanin sodaa malee dubbachuu danda'u.

@alfalahdawagrp

Wantoota bara khana taajjabnee fi dinqisiifanne guyyoota qaammee kana kheessa
Gadda guddaan waggaa khana gadde du'a goota kiyya Ismaail haniyaati.😭
Kitaabotan waggaa khana dubbise kessaa kanin akkaan dinqisiifadhu sadin qaba. Hunda keessaa kanin akkaan jaaladhe kitaaba Don Miguel "The four Agreement" ja'u khana.

Kitaaba amantiiti miti filosoofii jireenyaati
Walaleessaa waggaa khanaa ja'ee warran filadhe keessaa @Elias_Shitaun

Wlh walaloo gurbaa kana akkaanin jaaladha. Yeroo walaloo dubbisus hedduu tolcha.
Kitaaba walaloo ammoo kitaaba inni barreesse kan ርእስ የለዉም ka ja'u sanin fila
Waggaa khana keessaa daa'iin akkaan dinqisiifadhu Ustaaz Abu Teymiyaadha.
Rabbiin irraa haa jaalatu. Anis hedduun jaaladha, hedduun dinqisiifadha
Dargaggeessaa jabaan waggaa kanaa ja'ee kanin file. Nama hojii fi cichoomina jabaa Qabu Ezadini
Dubartii jabduu waggaa kanaa Moonira Abdulmenan. Yuniversity Finfinnetti Filosophy qaraate. Miciyoon tun jabduu itiyoophiyaati. Warri beeytan ni beeytan. Hayyummaa guddoo qabdi garuu yeroo namaa wajji haasoytu she is so humble.
Har'aaf asittin dhaabbadha. Qaammee hafte keessatti warran taajjabee fi dinqisiifadhe nin maxxansa.🙏
Yaadannoo waggaa qabaachuun gaariidha jechumaafi
‏﴿أَلَمْ نَشْرَحْ لَكَ صدرك !!
Dhaabbata guddaa gargaarsaaf sochoo'u bara kanaa kanin haalaan dinqisiifadha @Baabul_Kheeyri.
ባቡል ኸይር የበጎ አድራጎት ድርጅት
2024/09/21 23:40:15
Back to Top
HTML Embed Code: