Telegram Web Link
Yeroo baabura Dogongoraa yaabbatte Imaluu jalqabde Mannahaaraa (buufata) jalqabaatti irraa bu'uuf yaalii.

Akkas tahuu baannaan dhawaatuma achi deemtuun xurreen dogongora san sirreessuu Dhiphataa dhufti.
Sahaabota kudhan kanneen osoo lubbuun jiranii jannataan gammachiifaman
**
1) Abuu Bakr Assiddiiq filatamaa ummata kanaa,
2)Umar bin Alkhaxxaab,
3) Usmaan bin Affaan,
4) Aliyyi bin Abii Xaalib,
5) Xalhaa bin Ubeydillaah,
6) Azzubeer bin Al-awwaam,
7) Sa'ad bin Abii Waqqaas,
8) Sa'iid bin Zayd,
9) Abdurrahmaan bin Awfiifi
10) Abuu Ubeydaa Aamir bin Aljarraah.

Wanti guddaan warri kurnan kun ittiin adda ta'an Nabiyyiin (saw) jannata isaaniif addatti ragaa bahuudha. Caalaan ummata Nabi Muhammad (saw) isaan kana. Isaanis sadarkaan wal caalu. Tartiibni caalina isaanii bifuma armaan oliiti.

Ustaaz Gaalii
Keep it private until you know it's permanent. #Private
Waan haarawan if barsiisaa jiru keessaa takka, moment 'ii hundarratti gammadaa ta'uudha. Wanti kun baay'ee na fayyadutti jira wallah.

Isinis yaalaa
#Gammadi
#Seeqi
كل مُر سيمر؛ ليأتيَ اللهُ باليُسر الذي يَسُر.
@Na4Je Kheessan 🥰🫰
✒️ ጃሂል ደፋር ከሆነ ነገር ተበላሸ😂
👆
Nama khee jechuun nama gaafa ati rakkatte harka si qabe. Warra gaafa ati khufte si tinnise yoomiyyuu hin irraanfatin🫡
#Nama_khee
Jireenyi khee tartiiba sii qabate jechuun nama biraatitti muudii akka qabattuufii miti bro, akka Rabbi galatoomfattuufi malee🫡💬

#Galateeffadhu
#Hamdaka🙏
"Harka takka tan yeroo ati mucucaatte ol si qabduutu, harka khuma tan yeroo ati galma geeyse baga gammadde jechuudhaaf harka si fuutu siif caala."
Forwarded from ORO-JEN 🅞︎🅕︎🅕︎🅘︎🅒︎🅐︎🅛︎ (J𝓔𝓝 🇨🇦 𝓜 𝕯)
Galateeffadhu 🙏💔

⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎
Rule no. 3

Badii ni balleessan, ni dogoggaran, ni dhoysan san booda gaafa ati irra geesse 'atuu akkasii mii' ja'anii dahoo si godhachuu barbaadan. Isaan irraa if fageessi

#RuleNo3
"Gaafa Roomaa dhayxe akka Roomaanotaa ta'i" Wanni ja'amu san Edaan akkana. Khunoo Khabiir Adem Dhalate dhalate "Gaafa Hindii dhayxe, akka Hindootaa ta'i" jedhee hindoomee jira.😁

Bifaanillee hindoomee mii!?
Khabiira miyyoo san fiddeetuma dhufuu deemta moo?😆 hundaafuu maa shaa Allah jannee jirra
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu 📩

الهم الصل وسلم على سيدنا محمد
@JemalSheikhBakri1
هل نعيش الحياة أم نمر فيها فقط؟
Saahiba kiyya, obboleessa kiyya, Ustaaz Imaamuddin H Aliyyi wajjiin.
. "أنت لست مجرد صديق، بل رفيق دربي الذي يشاركني كل شيء."

Yeroo hedduu kamtu irra dheeraa jennee wal falmina, mee murteessaa!
Rule no.4

Ifirratti hojjadhu. Akkatti yaadattee ifirratti hin hojjanneef waan hedduutu si shaaghala. Jabina khee isaanitti garsiisuun duratti, mataa kheetirratti hojjadhu.

#Rule_no.4
2024/09/22 12:22:02
Back to Top
HTML Embed Code: