Guddinni koo isaan dhiphis, jabinni koo isaan yaachisa, milkaa'uu koof ni gaddu, gammachuu koof natti waanya'u jettee warra ifirraa eeydu qabda taanaan qalbii hin cabin. Sabanis isaanumatuu mootara jajjabina keetii siif ta'aa jiruu ๐ฅณ๐ค๐
#Jajjabina
#Jajjabina
Namoota biraatu iddoon lafti naan mucucaatee na kaasa jettee eeyda taanaan, na amani of sobaa jirta.
Sitti khoflu, sitti baacu, dhagaa sitti darbatu, si tuffatu malee keessaa sin baasan. Carraan ati qabdu Rabbii kee fi Mataa kee qofa dha. ๐ฆป๐
#Dhageetteettaa?
Sitti khoflu, sitti baacu, dhagaa sitti darbatu, si tuffatu malee keessaa sin baasan. Carraan ati qabdu Rabbii kee fi Mataa kee qofa dha. ๐ฆป๐
#Dhageetteettaa?
Injifannoo Adwaa
Muslimoonni Faradoo qaban qofti gara 75,000 kan caalan injifannoo Adwaatiif sababa guddaa ta'anii turan. Itiyoophiyaa ijaaruu keessatti lubbuu fi sagalee isaa kennuurraa muslimoonni takkaa if qusatee hin beeku.
Isaan garuu Goorgis farda adii yaabbatee dhufee nuu wajji lole ja'anii manaaba himaa zaahira dhoysuu barbaadan๐
Si wayi Muslimtoonni Imaamaa maratanii farda adii yaabbatan, goorgis itti fakkaatanii ja'eetin jamุนii godha. Akkam jettu sin๐
@Na4Je
#Mushkilaa_Kabiir๐ก
@DrZakirNaikAfaanOromoo

Namoota muraasan akkaan jaaladhuu fi fakkeenya godhadhu keessaa tokkodha.
Nama Kophaa isaa gaara sochoosuun maal akka ta'e nu barsiiseedha. Ammaaf tajaajilli inni kennaa jiru siyaasa ta'ullee dhuunfaa isaatiin nama if ijaaruun maala akka ta'e hojiin agarsiiseedha.
Baga guyyaa gammachuu keetii kana argite Hamzuu koo๐ฅฐ
#Congrats๐

Sometimes, forcing a smile can help shift your perspective, allowing you to see things in a different light.
#Smiling_Is_Sunnah
Jarane namni qal'aan numa bareeda๐ ๐คฃ๐
@Na4Je
#Smiling_Is_Sunnah
Jarane namni qal'aan numa bareeda๐ ๐คฃ๐
@Na4Je
Yeroo baabura Dogongoraa yaabbatte Imaluu jalqabde Mannahaaraa (buufata) jalqabaatti irraa bu'uuf yaalii.
Akkas tahuu baannaan dhawaatuma achi deemtuun xurreen dogongora san sirreessuu Dhiphataa dhufti.
Akkas tahuu baannaan dhawaatuma achi deemtuun xurreen dogongora san sirreessuu Dhiphataa dhufti.
Sahaabota kudhan kanneen osoo lubbuun jiranii jannataan gammachiifaman
**
1) Abuu Bakr Assiddiiq filatamaa ummata kanaa,
2)Umar bin Alkhaxxaab,
3) Usmaan bin Affaan,
4) Aliyyi bin Abii Xaalib,
5) Xalhaa bin Ubeydillaah,
6) Azzubeer bin Al-awwaam,
7) Sa'ad bin Abii Waqqaas,
8) Sa'iid bin Zayd,
9) Abdurrahmaan bin Awfiifi
10) Abuu Ubeydaa Aamir bin Aljarraah.
Wanti guddaan warri kurnan kun ittiin adda ta'an Nabiyyiin (saw) jannata isaaniif addatti ragaa bahuudha. Caalaan ummata Nabi Muhammad (saw) isaan kana. Isaanis sadarkaan wal caalu. Tartiibni caalina isaanii bifuma armaan oliiti.
Ustaaz Gaalii

ูู ู
ูุฑ ุณูู
ุฑุ ููุฃุชูู ุงูููู ุจุงูููุณุฑ ุงูุฐู ููุณูุฑ.
Nama khee jechuun nama gaafa ati rakkatte harka si qabe. Warra gaafa ati khufte si tinnise yoomiyyuu hin irraanfatin๐ซก
#Nama_khee
#Nama_khee
Jireenyi khee tartiiba sii qabate jechuun nama biraatitti muudii akka qabattuufii miti bro, akka Rabbi galatoomfattuufi malee๐ซก๐ฌ
#Galateeffadhu
#Hamdaka๐
#Galateeffadhu
#Hamdaka๐
"Harka takka tan yeroo ati mucucaatte ol si qabduutu, harka khuma tan yeroo ati galma geeyse baga gammadde jechuudhaaf harka si fuutu siif caala."
Forwarded from ORO-JEN ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ๐
๏ธ (J๐๐ ๐จ๐ฆ ๐ ๐ฏ)
Galateeffadhu ๐๐
โก๏ธ๐ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ ๐๐ก๐๐ซ๐ ๐๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐ก๐๐
๐น#SHARE_LINK_And_JOIN๐ป๐ข๐ข
@oroNej
@oroNej
@๐ ๏ธ๐ ก๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ
โก๏ธ๐ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ ๐๐ก๐๐ซ๐ ๐๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐ก๐๐
๐น#SHARE_LINK_And_JOIN๐ป๐ข๐ข
@oroNej
@oroNej
@๐ ๏ธ๐ ก๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ
Rule no. 3
Badii ni balleessan, ni dogoggaran, ni dhoysan san booda gaafa ati irra geesse 'atuu akkasii mii' ja'anii dahoo si godhachuu barbaadan. Isaan irraa if fageessi
#RuleNo3
Badii ni balleessan, ni dogoggaran, ni dhoysan san booda gaafa ati irra geesse 'atuu akkasii mii' ja'anii dahoo si godhachuu barbaadan. Isaan irraa if fageessi
#RuleNo3