Wlh siin ja'a, ati nama jabaa ta'uu khee agarsiisuuf if hin rakkisin, namni jabina khee arguurraa hin qabne agarsiistuu, agarsiisuu baattuu siif hin arguπ·
#Jabina
#Jabina
Hedduun isaanii mul'achuudhaaf jecha akka hojjatan ni beeytaa mii?, ati garuu jijjiiramuudhaaf hojjadhu.π«‘
Ganama gaarii
#Mullatuu vs #Hojjachuu
Ganama gaarii
#Mullatuu vs #Hojjachuu
Wallaala hanga feete yoo qabaatte, tola Rabbii kheetii hin wallaalin. Jaahilli hamaan nama tola Rabbii wallaale.
Tanaafi yeroo hunda sagalee ol fudhadhee #Hamdaka
#Yaa_RabbiβοΈ jedhaa bar
Tanaafi yeroo hunda sagalee ol fudhadhee #Hamdaka
#Yaa_RabbiβοΈ jedhaa bar
Guddinni koo isaan dhiphis, jabinni koo isaan yaachisa, milkaa'uu koof ni gaddu, gammachuu koof natti waanya'u jettee warra ifirraa eeydu qabda taanaan qalbii hin cabin. Sabanis isaanumatuu mootara jajjabina keetii siif ta'aa jiruu π₯³π€π
#Jajjabina
#Jajjabina
Namoota biraatu iddoon lafti naan mucucaatee na kaasa jettee eeyda taanaan, na amani of sobaa jirta.
Sitti khoflu, sitti baacu, dhagaa sitti darbatu, si tuffatu malee keessaa sin baasan. Carraan ati qabdu Rabbii kee fi Mataa kee qofa dha. π¦»π
#Dhageetteettaa?
Sitti khoflu, sitti baacu, dhagaa sitti darbatu, si tuffatu malee keessaa sin baasan. Carraan ati qabdu Rabbii kee fi Mataa kee qofa dha. π¦»π
#Dhageetteettaa?
Injifannoo Adwaa
Muslimoonni Faradoo qaban qofti gara 75,000 kan caalan injifannoo Adwaatiif sababa guddaa ta'anii turan. Itiyoophiyaa ijaaruu keessatti lubbuu fi sagalee isaa kennuurraa muslimoonni takkaa if qusatee hin beeku.
Isaan garuu Goorgis farda adii yaabbatee dhufee nuu wajji lole ja'anii manaaba himaa zaahira dhoysuu barbaadanπ
Si wayi Muslimtoonni Imaamaa maratanii farda adii yaabbatan, goorgis itti fakkaatanii ja'eetin jamΨΉii godha. Akkam jettu sinπ
@Na4Je
#Mushkilaa_Kabiirπ‘
@DrZakirNaikAfaanOromoo

Namoota muraasan akkaan jaaladhuu fi fakkeenya godhadhu keessaa tokkodha.
Nama Kophaa isaa gaara sochoosuun maal akka ta'e nu barsiiseedha. Ammaaf tajaajilli inni kennaa jiru siyaasa ta'ullee dhuunfaa isaatiin nama if ijaaruun maala akka ta'e hojiin agarsiiseedha.
Baga guyyaa gammachuu keetii kana argite Hamzuu kooπ₯°
#Congratsπ

Sometimes, forcing a smile can help shift your perspective, allowing you to see things in a different light.
#Smiling_Is_Sunnah
Jarane namni qal'aan numa bareedaπ π€£π
@Na4Je
#Smiling_Is_Sunnah
Jarane namni qal'aan numa bareedaπ π€£π
@Na4Je
Yeroo baabura Dogongoraa yaabbatte Imaluu jalqabde Mannahaaraa (buufata) jalqabaatti irraa bu'uuf yaalii.
Akkas tahuu baannaan dhawaatuma achi deemtuun xurreen dogongora san sirreessuu Dhiphataa dhufti.
Akkas tahuu baannaan dhawaatuma achi deemtuun xurreen dogongora san sirreessuu Dhiphataa dhufti.
Sahaabota kudhan kanneen osoo lubbuun jiranii jannataan gammachiifaman
**
1) Abuu Bakr Assiddiiq filatamaa ummata kanaa,
2)Umar bin Alkhaxxaab,
3) Usmaan bin Affaan,
4) Aliyyi bin Abii Xaalib,
5) Xalhaa bin Ubeydillaah,
6) Azzubeer bin Al-awwaam,
7) Sa'ad bin Abii Waqqaas,
8) Sa'iid bin Zayd,
9) Abdurrahmaan bin Awfiifi
10) Abuu Ubeydaa Aamir bin Aljarraah.
Wanti guddaan warri kurnan kun ittiin adda ta'an Nabiyyiin (saw) jannata isaaniif addatti ragaa bahuudha. Caalaan ummata Nabi Muhammad (saw) isaan kana. Isaanis sadarkaan wal caalu. Tartiibni caalina isaanii bifuma armaan oliiti.
Ustaaz Gaalii

ΩΩ Ω
ΩΨ± Ψ³ΩΩ
Ψ±Ψ ΩΩΨ£ΨͺΩΩ Ψ§ΩΩΩΩ Ψ¨Ψ§ΩΩΩΨ³Ψ± Ψ§ΩΨ°Ω ΩΩΨ³ΩΨ±.
Nama khee jechuun nama gaafa ati rakkatte harka si qabe. Warra gaafa ati khufte si tinnise yoomiyyuu hin irraanfatinπ«‘
#Nama_khee
#Nama_khee
Jireenyi khee tartiiba sii qabate jechuun nama biraatitti muudii akka qabattuufii miti bro, akka Rabbi galatoomfattuufi maleeπ«‘π¬
#Galateeffadhu
#Hamdakaπ
#Galateeffadhu
#Hamdakaπ