Telegram Web Link
جمالها بالحجاب👌🎉🎈
Sifan Hassen
The winner
Sponsora Jalqabaa

Saahiba kiyya, Mataa dhiiraa Fuad H Yusuf Kitaaba ●JIREENYA KEETITTI GAMMADI● ja'u sadarkaa Golditti sponsor nuuf ta'ee jira.

My heartfelt gratitude for all the support you provided to me bro! Thank you, again thank you. I pray for you long life filled with joy and countless blessing. Shukran 🙏
@JemalSheikhBakri1
Rabbiin Obsa kiyya laaluufi malee, rakkoo tiyya narraa furuuf jechuma takkaatu isaaf gaya. Sunis كن فيكون#
#KunFayakun
Nama beekamaafi jaallatamaa ta'uun dirqamaa miti. Nama hin sobne, khiyaanaafi nif*aaqa hin qabne ta'uun ga'aadha.

Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
Congratulation 🎈🎉🎊
Saahiba kiyya, obboleessa narra xiqqaa, khanin akkaan jaaladhu, ilmoo teenya baga guyyaa gammachuu khanaan si gehe.

Yeroo hunda Milkaa'inaan siif hawwa, gammachuu biyya lachuu siif haa godhu. Qur'aana Rabbii Haffazee Boru eebbifamuuf deema. Rabbiin irraa haa jaalatu 🥰

Firomsa Nure again congra bro🎈 proud of you👌
Yaa Rabbi guyyoota bari'an cufa keessatti yaadannoo bareedduu wal afaan nu fidi 😇

#Bless_me🙏
#Alhamdulillaah
Rule no. 2

Namoota biraatii wajjiin yoo kan nu wal dorgomsiisan ta'e, nuti dorgommicha seenuu dhabuudha. Sababnis nuti adda, namni nuti ta'uu dandeenyu hin jiru, namni nu ta'uu danda'us hin jiru waan ta'eef.

#Rule no. 2
#Rule
Kijibaatti dhimma kee hin himatin jechaan sitti dhiheessee gochaan sirraa fageessa. Maaliif kijibdees hin gaafatin kijiba biraatiin siif deebisa jedhan.

Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
Dargaggeessi waaccuu dilli tokko arra fuudhi fuudhi isaan jechaa jirti. Har'a namni dilli fuudha waan murteessu natti fakkaata🤣

Anis sanuman yaadutti jira🙄
#WayQabbana
Forwarded from ORO-JEN 🅞︎🅕︎🅕︎🅘︎🅒︎🅐︎🅛︎ (J𝓔𝓝 🇨🇦 𝓜 𝕯)
🌾Nama Jireenya⚡️ Tokko Waliin 🫴
#MOTIVATIONAL_ORO_QUOETOS 👑
⚡️📢 𝐣𝐨𝐢𝐧 👉 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐓𝐚𝐡𝐚𝐚
🌹#SHARE_LINK_And_JOIN🌻📢📢
@oroNej
@oroNej
@🅞︎🅡︎🅞︎🅝︎🅔︎🅙︎
Khaleessa jiruun tun akka xumuramuu deemtu sitti fakkaachuu mala, alhamdulillaah har'a garuu akka jalqabbii taate hubatta🙏

#Hamdaka
#Yaa_Rabbi☝️
Wlh siin ja'a, ati nama jabaa ta'uu khee agarsiisuuf if hin rakkisin, namni jabina khee arguurraa hin qabne agarsiistuu, agarsiisuu baattuu siif hin argu😷

#Jabina
Hedduun isaanii mul'achuudhaaf jecha akka hojjatan ni beeytaa mii?, ati garuu jijjiiramuudhaaf hojjadhu.🫡
Ganama gaarii
#Mullatuu vs #Hojjachuu
Kitaaba Jireenya keetitti gammadi ja'u san keessatti Acter 'ri jabaan Tofiq Ahmed kan Seensarratti barreeffame sun Hoogganaa kheenya kana akka ta'e meeqa keessantu beeka 😄

Long life መሪያችን🥰
Jabaa ifii abbaatu jabeeffata👊
Wallaala hanga feete yoo qabaatte, tola Rabbii kheetii hin wallaalin. Jaahilli hamaan nama tola Rabbii wallaale.

Tanaafi yeroo hunda sagalee ol fudhadhee #Hamdaka
#Yaa_Rabbi☝️ jedhaa bar
Guddinni koo isaan dhiphis, jabinni koo isaan yaachisa, milkaa'uu koof ni gaddu, gammachuu koof natti waanya'u jettee warra ifirraa eeydu qabda taanaan qalbii hin cabin. Sabanis isaanumatuu mootara jajjabina keetii siif ta'aa jiruu 🥳🤓🙌

#Jajjabina
2024/09/21 23:26:36
Back to Top
HTML Embed Code: