Telegram Web Link
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu ๐Ÿ“ฉ

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ
@JemalSheikhBakri1
"I 'm going through phases of my life"
Addunyaa tanarratti hanguma namatti miqqanyoomuu irraa if fageessituun gammadda. Gammachuu fi khofli kheenya waan addaa qabaannee osoo hin taane, Carraa gaarii nama hundaa hawwineeti. Fira keenya dhiisii diina keenyattuu hamtuu hin hawwinu๐Ÿ™
Yaad - Rimeewwan walii faallaa armaan gadii kana keessaa kamtu sirrii sitti fakkaata?

(Realist theory)
1ffaa: ilmi namaa uumamaan hamaadha, gara jabeessa, rifannoota hin qabu

(Idealist theory)
2ffaa: ilmi namaa uumamaan gara laafeysa, naasuu qaba, waliif rifata, wal mararfata.

Jireenyuma ilma namaa kanaa wajjiin yeroo dheeraa jiraatte kanarraa waan hubatte hammeenyaafi gaarommina namaa ibsi mee๐Ÿซ 
@JemalSheikhBakri1
Namoota addaan baate, hammeenya isaanii facaasuudhaan dhiirummaan argamtu hin jirtu.

Yeroo gaarii isaanii wajjiin dabarsiteef jecha ulfina isaanii eegi. Ati waan afaan keetii baheen malee, waan afaan isaaniitii baheen hin madaalamtu waan taateef ๐Ÿค๐Ÿซถ
ูˆู„ุง ุชู†ุณูˆ ุงู„ูุถู„ ุจูŠู†ูƒู…
Rule no. 1

Waan nuti beeynurratti yoo nu soban, waan nuti hin beeynerratti ammoo isaan amanuu hin qabnu๐Ÿ‘Œ

แ‰ แˆแŠ“แ‹แ‰€แ‹ แŠแŒˆแˆญ แˆ‹แ‹ญ แˆฒแ‹‹แˆนแŠ• แ‰ แˆ›แŠ“แ‹แ‰€แ‹ แŒ‰แ‹ณแ‹ญ แ‹จแˆšแŠแŒแˆฉแŠ•แŠ•แˆ แˆ‹แˆˆแˆ›แˆ˜แŠ• แŠฅแŠ•แŒˆแ‹ฐแ‹ณแˆˆแŠ•แข
MooniraAbdulmenan
#Rule
แ‹ตแ‰ฅแ‰… แˆฐแ‹‰ แˆแŠ• แ‰ฅแˆฎ๐Ÿ˜‡๐Ÿ‘Š
แ‰ฃแ‹ˆแŒฃแ‹‰ แŠแŒˆแˆญ แ‰ฐแŒŽแ‹ฒแ‰ผ
แ‰ แ‹ฐแ‰ แŠฉแ‰ต แŠแŒˆแˆญ แ‰ฐแŠซแˆตแŠฉ ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Š
#แ‹ฐแ‰ฅแ‰…
ุฌู…ุงู„ู‡ุง ุจุงู„ุญุฌุงุจ๐Ÿ‘Œ๐ŸŽ‰๐ŸŽˆ
Sifan Hassen
The winner
Sponsora Jalqabaa

Saahiba kiyya, Mataa dhiiraa Fuad H Yusuf Kitaaba โ—JIREENYA KEETITTI GAMMADIโ— ja'u sadarkaa Golditti sponsor nuuf ta'ee jira.

My heartfelt gratitude for all the support you provided to me bro! Thank you, again thank you. I pray for you long life filled with joy and countless blessing. Shukran ๐Ÿ™
@JemalSheikhBakri1
Rabbiin Obsa kiyya laaluufi malee, rakkoo tiyya narraa furuuf jechuma takkaatu isaaf gaya. Sunis ูƒู† ููŠูƒูˆู†#
#KunFayakun
Nama beekamaafi jaallatamaa ta'uun dirqamaa miti. Nama hin sobne, khiyaanaafi nif*aaqa hin qabne ta'uun ga'aadha.

Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
Congratulation ๐ŸŽˆ๐ŸŽ‰๐ŸŽŠ
Saahiba kiyya, obboleessa narra xiqqaa, khanin akkaan jaaladhu, ilmoo teenya baga guyyaa gammachuu khanaan si gehe.

Yeroo hunda Milkaa'inaan siif hawwa, gammachuu biyya lachuu siif haa godhu. Qur'aana Rabbii Haffazee Boru eebbifamuuf deema. Rabbiin irraa haa jaalatu ๐Ÿฅฐ

Firomsa Nure again congra bro๐ŸŽˆ proud of you๐Ÿ‘Œ
Yaa Rabbi guyyoota bari'an cufa keessatti yaadannoo bareedduu wal afaan nu fidi ๐Ÿ˜‡

#Bless_me๐Ÿ™
#Alhamdulillaah
Rule no. 2

Namoota biraatii wajjiin yoo kan nu wal dorgomsiisan ta'e, nuti dorgommicha seenuu dhabuudha. Sababnis nuti adda, namni nuti ta'uu dandeenyu hin jiru, namni nu ta'uu danda'us hin jiru waan ta'eef.

#Rule no. 2
#Rule
Kijibaatti dhimma kee hin himatin jechaan sitti dhiheessee gochaan sirraa fageessa. Maaliif kijibdees hin gaafatin kijiba biraatiin siif deebisa jedhan.

Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
2024/09/25 13:30:12
Back to Top
HTML Embed Code: