Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu ๐ฉ
ุงููู ุงูุตู ูุณูู ุนูู ุณูุฏูุง ู ุญู ุฏ
@JemalSheikhBakri1

Addunyaa tanarratti hanguma namatti miqqanyoomuu irraa if fageessituun gammadda. Gammachuu fi khofli kheenya waan addaa qabaannee osoo hin taane, Carraa gaarii nama hundaa hawwineeti. Fira keenya dhiisii diina keenyattuu hamtuu hin hawwinu๐
Yaad - Rimeewwan walii faallaa armaan gadii kana keessaa kamtu sirrii sitti fakkaata?
(Realist theory)
1ffaa: ilmi namaa uumamaan hamaadha, gara jabeessa, rifannoota hin qabu
(Idealist theory)
2ffaa: ilmi namaa uumamaan gara laafeysa, naasuu qaba, waliif rifata, wal mararfata.
Jireenyuma ilma namaa kanaa wajjiin yeroo dheeraa jiraatte kanarraa waan hubatte hammeenyaafi gaarommina namaa ibsi mee๐ซ

Namoota addaan baate, hammeenya isaanii facaasuudhaan dhiirummaan argamtu hin jirtu.
Yeroo gaarii isaanii wajjiin dabarsiteef jecha ulfina isaanii eegi. Ati waan afaan keetii baheen malee, waan afaan isaaniitii baheen hin madaalamtu waan taateef ๐ค๐ซถ
ููุง ุชูุณู ุงููุถู ุจูููู

Rule no. 1
Waan nuti beeynurratti yoo nu soban, waan nuti hin beeynerratti ammoo isaan amanuu hin qabnu๐
แ แแแแแ แแแญ แแญ แฒแแนแ แ แแแแแ แแณแญ แจแแแแฉแแแ แแแแแ แฅแแแฐแณแแแข
MooniraAbdulmenan
#Rule

Sponsora Jalqabaa
Saahiba kiyya, Mataa dhiiraa Fuad H Yusuf Kitaaba โJIREENYA KEETITTI GAMMADIโ ja'u sadarkaa Golditti sponsor nuuf ta'ee jira.
My heartfelt gratitude for all the support you provided to me bro! Thank you, again thank you. I pray for you long life filled with joy and countless blessing. Shukran ๐

Rabbiin Obsa kiyya laaluufi malee, rakkoo tiyya narraa furuuf jechuma takkaatu isaaf gaya. Sunis ูู ููููู#
#KunFayakun
#KunFayakun
Nama beekamaafi jaallatamaa ta'uun dirqamaa miti. Nama hin sobne, khiyaanaafi nif*aaqa hin qabne ta'uun ga'aadha.
Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
Ustaaz Gaalii Abbaaboor
@JemalSheikhBakri1
Congratulation ๐๐๐
Saahiba kiyya, obboleessa narra xiqqaa, khanin akkaan jaaladhu, ilmoo teenya baga guyyaa gammachuu khanaan si gehe.
Yeroo hunda Milkaa'inaan siif hawwa, gammachuu biyya lachuu siif haa godhu. Qur'aana Rabbii Haffazee Boru eebbifamuuf deema. Rabbiin irraa haa jaalatu ๐ฅฐ
Firomsa Nure again congra bro๐ proud of you๐

Yaa Rabbi guyyoota bari'an cufa keessatti yaadannoo bareedduu wal afaan nu fidi ๐
#Bless_me๐
#Alhamdulillaah
#Bless_me๐
#Alhamdulillaah