Telegram Web Link
Jireenya kana keessatti wannummaan gaariin qofti haa na mudattuu jettee yoo yaadde dhama jireenyaa hin gartu.

Jireenyi bu'aa ba'ii, argataa dhaba, jaalalaa fi jibba, gaarii fi hamtuus wal keessaa yoo qabaachuu baate nama nuffisa #Abshiruu
Jidduu kheenyatti adda fageenyi guuddaatu uumame, wal dhabdee adda addaatu argame, waliin oodinsi garmalee nu mudatee jira.

Haa ta'uu malee yeroo gaarii wajjiin dabarsine hin irraanfannu, yaaddannoo gaarii wal bira khaayyanne hin dagannu, guyyoota hamaa wajjiin tanee wal tinnisnee dabarsine hin dagannu. Gatii walii keenyaa hin xiqqeessinu

Akka namoota wal dhabbii xiqqashoof jecha, yeroo dheeraa wajjiin nyaanne san dagatanii ta'uu hin qabnu

#GatiiWaliiKheenyaaHinXiqqeeysinu
ትንሽ ችግር ዬለም በዘንድሮ ኑሮ
ውሻውን ዘለኽዉ ይነክሰሀል ዶሮ
https://vm.tiktok.com/ZMrUnYh94/

Viidiyoo tana banaa laalaa mee

Walaloon tan ዘዉድአክሊል
Kha akkana godhatu sun anuma
Kha akkatti tottolche kun Sorinaaf Mohammed
Yaa warra guyyaa har'aa harka ol qabaa ooltan

Du'aa'ii ol ergine mara Rabbiin ammatti gad nuuf haa deebisu🤲
Rabbiin Hiree teenya tolchee Jirenyaa keenya nuuf haa Bareechuu.
Saahiba kiyya አብሮ አደጌ 🥰
Bara hunda naaf eebbifami 🎉🎈🎊
Muaz Abdellah
Muharram guyyaa borii sagal; gaafa Kibxataa 10 ta'a. Kanaafuu Boriifi Iftaan haa soomannuu.
@JemalSheikhBakri1
Dhiirti dhukkuba fii dallansuu isii dhoysuuf seeyxi. Dhalaan badii isii dhooysuuf boochi.

Ustaaz Jafer bayaan
Gurbattiin tun faranjii waan taateefi malee silaa nama kheenya ta'ee qaata budaan isa nyaatte. Silattuu Budaan faranjii wayi nyaattii ree 😆😅

Gurbaa ija budaarraa hafi😅
"Nama tuffachuun, nama jabaa si hin gootu"
Ganama gaarii qabaadhaa🥰
#NamanTuffatin
Gaafa hamtu namatti yaaduu jalqabde
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki

Ustaaz Ali
Feminst 'ii Arabaa

Ji'a tokko dura, jaarsa khee hin hiikin ja'anii khadhachaa turan hordoftoonni ishii. Guyyaa dheengaddaa ammoo Instagram Ishiirratt "Sadeenitti si hiikhe" jettee jaatsa ishii hiikte. Ilmoo takka wajji qaban.

Warri akka ishitti yaadu, "akka dhiiratti dhaabbannee fincaannu malee" je'ee warri muggudu harka dhawuufitti jiran.

Maqaa Islaama taateef, Arabarraa dhalatteef jaalala Islaamummaa fi Islaamummaan buluu hin argattu.
2024/11/16 13:24:03
Back to Top
HTML Embed Code: