Telegram Web Link
Warreen Rabbi sodaatan ifiin marsi, isaanii wajji ooli, isaanii wajji hojjadhu, Isaanii wajji bashannani ba'aan jireenyaa sirraa salphatti 🫠

#Muttaqiin
Akka malaaykattuu osoon ibaadarraa ol godhachuu baadhee, hanga ati gabbaramuu qabdu si hin gabbarre wallah!

Yaa Rabbii kiyyaa Ibaadaa tee qajeellotti naaf laaffisi 🤲

#Ibaadaa
Rabbiin khee yoo ati taakkuu isatti dhihaachuuf yaalte, Dhundhuma sitti dhihaata, yoo ati dhundhuma itti dhihaachuuf yaalte, tarkaanfiin sitti dhihaata. Yoo ati tarkaanfiin isatti dhihaachuuf yaalte, fiigaa si afaan baha.


#Yaa_Rabbi☝️
Duuti umrii hin filattu, gosaa fi qabeenya jettee nama addaan hin qooddu. Nuti karooraa fi kaayyoo jiruu duniyaa qofaan xamadamnee osoo jirruu duuti hulaa nurratti dhadhawuun sodaadha.

Yaa Rabbi irra guddaa yaada kheenyaa duniyaa dhumtuu tana nu duraa hin godhin

#Khurfaayaa
"Hoo'i isaanii akka nan gubneef, Qorri isaanii akka natti hin qabbanooyneef isaan irraa fagaadhee jiraachuufin murteesse" je'e Albert Enstien hoggaa khophaa jiraachuu jalqabu

#Albert_Enstien
Niqaabas ni uffatti
Barnootas ni baratti

Qaama ishii haguugame malee sammuun ishii hin haguugamne🫡

@DrZakirNaikAfaanOromoo
Nama biraa hinaafsisuuf, nama biraa akkeessuuf, nama biraa fakkaachuuf, nama biraatiin qixxaachuufi kkf gaafa if duubatti harte, Wallahi jireenya mi'aawaa jalqabde.

#Miaawaa 💖
Channel khana join godhaa
Forwarded from Jᗴᑎ ッ m ᗬ
🗣 HUBADHU🧏QALBIFADHU🙇‍♂️
Hangamuu Nama Gaarii Taatus Ati namoota Biratti Gaarii hin Taane numa Qabda.Warri Si Qeeqanis Inuma jiru  Garuu 🫠 Ati Qeeqaaf Osoo Hin Taane Dhugaadhaaf ❤️‍🩹 jiraadhu Bilchina Qabaadhu👌Siin ja'a Obbolessi ke ☞︎︎︎JEN👊🤛
https://www.tg-me.com/oroNej
Dukkana cillimaa keessa teessee ifa fuullee kee jiru argaa jirta taanaan ati abjuu qabda.

Abjuun kee dhugoomsuuf ammoo irratti cichuu qabda

#Cichoomina
Filmii tokko waggaa sadiifin ilaalaa ture, Episode 396 qaba. Waan nama ajaa'ibu har'an xumure. Waggaa sadi 🫠

2021 -2024
Director filmii sanii hedduun dinqisiifadhe. Ani filmii laaluu hin jaaladhu garuu filmii khana obseetuman fixe.

Hub: Filmii dhedheeraa akkasii ilaaluun yeroo keessan ifirraa hin balleessinaa🫣 Time management yoo sirritti qabaattan malee

#Obboleewwan_إخوتي
'G A H E E K O O'

Walirraa fageenyi wal fayyaduu nu hin dhoorgu, Sagantaa kun bifa hoo'aadhaan galgala jumعaa ni jalqaba.

Keessummoota hedduutu dhihaata. Dargaggeessaa fi dubartoota muuxannoo jireenya isaanii nuuf qoodanii fi Leenjii garaagaraa nuuf kannan hedduutu afeerama.

Ani gama kiyyaan 'Gahee Koo' mata duree jedhuun sagantaa bareedduu isin irraa barattan isiniifin qophhessa in shaa Allah.

Sagantaa akkanaa tana warri qindessee nuuf qopheessu Hoogganticha kheenya Tofiq Ahmed

Designer: Sorinaaf Mohammed
Nama amantummaa khee nyaate (Si gane) dhiifama gootuufillee deebitee hin amanin, gooooonkuma deebitee hin amanin.

Khaa'inummaan amala daftee gad nama hin dhiiftu.

#Khaaintootaaf
G a h e e K o o

In Shaa Allah har'a galgala sa'aa
⏰️ 2:30 LT

Platform: [Telegram: Wachu Society]
Keessummaan: Jemal Sheikh Bakri
Gahee Khoo
Wachu Societies
Sagantaa "Gahee khoo" jedhu har'a galgala Wachu Society irratti darbaa ture
That friend 🤼‍♂️
Ustaaza Kiyya baga naa gammadde.
بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير
Nuti Guddisaan tee hedduu siif gammanne, Bultii barakhaa Rabbi isinii haa godhu

Ustaaz Fati Ahmed
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yaa Rabbi abbaa kiyyaaf araarami 🤲
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Hiriyaan gaafa rakkoo si bira hin jiraanne, yoo madaallee diina kheetitti dhiyoodha.
2024/11/14 03:02:44
Back to Top
HTML Embed Code: