Telegram Web Link
Maaliifin jibba, jaalalti osoo jirtuu jibba onnee kiyya barsiisuu hin qabu jedhanii warreen onnee isaanii qulqulleessan akkam namatti tolu!!

#qulqullootakoo
Audio
๐Ÿ“– โœ๏ธ Jamaal Sheikh Bakri ๐Ÿ“š JIREENYA KEETITTI GAMMADI full coming soon ๐ŸŽฏ Channel : @FerhanGursum
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ™ƒLike share godhaa
Join Button๐Ÿ‘‡Galatooma
Namoonni osoo ati ibidda wajiija kheessa dabruutti jirtuu yoo si argan, 'Alla ibiddi gurbaa hin gubu' ja'an malee 'Allah gurbaan numa jabaadha' hin ja'an.

Rakkoon kheessa jirtu hammaattullee hamma danda'ametti numa tarkaanfadhu jaalo.
"Har'a gadditus, boru gammadda" yeroo ja'an akkanumaanii mii beeki ๐Ÿ‘Œ
Rabbiin yoo hedduu si eeysise, hanga eeydee ol tu dhufaa jiraa qophaayi
#Rabbโ˜๏ธ
Tarii bakkaan barbaadu gahuu dhabuun mala, garuu bakkaan hin barbaanne na geessuu dhabuu keetiif sin galatoomfadha yaa #Rabbโ˜๏ธ
Yeroo hedduu wanni na dhibu namoonni hedduu dandeettii tee dhoysuuf yeroo yaalan arguu hin ooltu. Garuu maaliif...? Maaliif..?

#Maaliif..!
Coraa bareedaa dubartii hedduu duubaan Make Up baay'eetu jira jedhu mitii ree. Dhiirti dubartii hin geenyeyyuu waan baay'ataa jirtu fakkaatti๐Ÿ˜…
Qormaanni nutti haa dhuftullee jechuu baatan, qormaata namatti dhufeef obsuun dhiirummaadha.

Yaa Rabbi Qormaata ati nu qorte warra dabru nu godhi Yaa #Qaadir
Wanni takkalleen fedhii Rabbiitiin malee galma hin geessu. Rabbiin nu haa milkeessu ๐Ÿคฒ
#Aaaaaamiiin
"Onneen kiyya xiqqishoo qoma keessa jirtu ta'uu beekullee, Akka addunyaatti akka bal'oo fi guddoo taate Namoota keessa seenaniitu beekaa" jedhe.
#Dear
#Heart
G a l a t a

Obboleeyyan kiyya kan toora miidiyaa hawaasaatiin wal beeynu fi kan qaamaanis wal beeynu, warreen na dhukkubuun kiyyya isin yaachisee naaf bilbilaa turtan akkasumatti naaf barreessaa turtan hedduu naaf galatoomaa.

#Alhamdulillaah
Fayyeetin jira. Ammallee Qoricha fudhachuttin jira. Rabbiin kiyya fayyaa gaarii naaf kannaa jira. Du'aa'ii naaf gootaniif galatoomaa.

Ammaan booda boqonnaan qaba. Karaa telegram fi facebookiin baay'ee wal argina. Waan haarawa hedduus wal agrsiisna. In Shaa Allah du'aa'ii naaf godhaa

@JemalSheikhBakri1
Qilleensi, namaa fi bineensi
Biyya ofii kan bakka biraa caala.
Biyya ifii maaltu gaya.
Abbaa feete jibbi, abbaa feete jaaladhu, jireenyi ittuma fufa.
Ati jaalatteef wanni nama biraatiif dabalamu, ati jibbiteef wanni nama biraa irraa hir'atu hin jiru.๐Ÿ‘Œ

ุญูŠุงุชูƒ ุงูˆู„ุง
#ุญูŠุงุชูƒ
Jireenyi akka ganama bariisaati, osoo kuun rafuu, kuun milkaawa. Yaa Rabbi warreen milkaawan keessaa qooda nu fudhachiisi ๐Ÿคฒ #Aamiin
Har'a waan ajaa'ibaatu na qunname.
Saahiba kiyya tokkoo wajjiin osoo deemaa jirruu waa fiduuf "asitti na eegi" naan je'e. Anis "Kophaa tiyya moo" jennaan "Rabbii khee sii wajjiin jira" naan jettee Akkoon manguddoon takka.

Dhuguma baanti Rabbiin kiyya naa wajjiin jira #Allah #Wakiil
Yaa nama ilmii barbaadu, Yaa nama Sheekh Muhammad Zabuur irratti barachuu barbaadu sa'aa Ethiopia 2:00-3:00 yoo yeroo qabaatte Barnoonni kun sin dabrin.

Har'a Sheekha Kheenya Ziyaareetin Sa'aa 2:00-4:00 bira ture amma biraa deema. Yeroo tana online irratti ilmii barsiisan. Bahara ilmii isaanii sanirra tafsiira nu qaraasisan, kitaaba xiqqasha ุถุฏ ุงู„ุชูˆุญูŠุฏ ja'amu tokkos nu qaraasisan.

Namoonni sheekha kheenyarraa Qara'uu barbaaddan kanneen hawwii qabdan keessaan na dubbisaa.

https://us02web.zoom.us/j/9805705916?pwd=ajlzN3VleDBOUjNaUmJRekR0bE90QT09

Kuni liinkii zoom tana asiin seenaa

Salphatti miseensa taatu. Kheeyrii tana #Share waliif godhaa
Wahiif yeroo laatuun gaariidha. Nama ati akka maleeykatti beeytu, ka sheeyxaanaatu jira. Nama ati sheeyxaanatti beeytu, ka maleeykaatu jira.

Waa hundaafuu yoo yeroo laatte, haga tokko adda baafatt. Sheeyxaanota bifa maleeyka uffatan hedduu saaxilta.
Alhamdulillaa ๐Ÿฅฐ

Fayyaa walitti naaf haa dhaabu Rabbiin๐Ÿคฒ
2024/09/22 17:35:27
Back to Top
HTML Embed Code: