Telegram Web Link
Kitaabni Eda beeylama isiniif seene kunooti Comentii jalatti liinkii isiniif khaaye.

Warri afaan ingliffaa dubbiftan PDF -n salphatti akka buufattaniif isin gargaara. Warri Afaan Arabaa naan jettan Kitaabatti waan jiru natti hin fakkaatu garuu bifa Lecture -aan Youtube Sheekhaa jalatti "الإسلام ببساطة" ja'aatii hordofaa.

Ati ammoo yoo dubbisuu hin barbaanne obboleeyyan keetiif #Share godhuun akka dubbisaniif qooda fudhu

#ShareWaliifGodhaa

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0ALvUoEhzxeynEmxeku6sQCiP2pssq55osDwKBHgnPKauPig6pD41ALhtXzzRd3iil/?app=fbl

@JemalSheikhBakri1
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
الله يطول عمر امهاتنا❤️
Godhii nama hundaa deebisuu dandeenya, garuu Godhii fi tola haadhaa gooooonkuma deebisuu hin dandeenyu.

Mommy الله يطول لى عمرك ❤️
Saudi Arabiyaan akka biyyatti Osoo Secular taatee feeti, sanumaaf carraayxisi. Kuni Kaayyoo MBS -iiti.

MBS -iin warra magaalaa if goggodha. Nama diin kana akka aadaatti laalu tokko inni. Biyya Muslimaa gargaaruu fi jaalatuun isaaniif fafa, Yahuudaa fi faranjii dhaadheysuufi michoomfachuun Isaanii ammayyummaa!

Fiigaatillee taatu numa jennwoo😊
Ikhwaana nuun hin ji'inaa malee😆
🇵🇸በፍለስጢን ላሉ ወንድሞቻችን ለደረሰባቸው ታላቅ መከራ መፅናናትን እየገለፅን፤ አላህ ሙታኖቻቸውን ተቀብሎ ሰማዕታት እንዲያደርጋቸው፣ የቆሰሉትን እንዲፈውሳቸውና እንዲያጸናቸውም እንማፀናለን።

ሙስሊም የአንድ ሙስሊም ወንድም ነውና ለፍለስጢማውያን ወንድሞቻችሁ የምትችሉትን ሁሉ አድርጉላቸው። እንዲሁም አብዝታችሁ ዱዓ አድርጉላቸው።

#AfrikaTv
Bifaa fi jiruun har'i keessa jirtu gooooooooonkuma Hegeree kee kan madaaluu miti.

In Shaa Alla☝️
Jedhi
Jabaluun if duratti ilaalaa jira.
Nutis if duratti haa ilaalluun jedha😇
How bad it is!!

🇵🇸😭
فلسطين قضيتنا 🇵🇸✌️
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ab-Di)
Miidiyaan Aljazeera Falasxiinotaaf oolmaa hagana hin jedhamne oole, Sa'aatii 24 guutuu gabaasi isaa dhimma Falasxiinotaa dha, Gaazexeessitoota isaa Gaazaa keessatti ramadee gabaasa funaannatu bayyinni isaanii 20 qaqqabu aarsaa godhee jira.

Miidiyaa haqaa, Sagalee miidhamtootaa!
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ab-Di)
Gaazaan Addunyaa irraa qofaatti baafamtee jirti! Intarneetiin irraa cituun maal keessatti akka argamtu wallaalamee jira, Ibsaan hin jiru.

Bal'ina isaa dubbisaa.
👇👇👇👇
Magaalaa Gaazaa guutummaatti dukkana hamaa keessa seentee jirti, Ibsaan irraa cituun Intarneetiin guutummaatti badee jira.

Magaalaan qabsoo Falasxiinotaa keessatti ija taate Gaazaan Addunyaa waliin akka wal hin quunnamneef Intarneetiin adda-cituun dukkana Ibsaa dabalatee halkan ulfaataa keessummeessaa jirti! Dukkana Gaazaa mudatee jiru kana kan ibsu Jeettileen Waraanaa Ameerikaa kan darbatan Misaa'iloota Israa'iil qofa dha.

Samiin Gaazaa kan isheen iftu yeroo weerartuun Israa'iil Boombii fi Misaa'ilaan isaan haleeltu qofa yoo ta'u Hosptaalonni waan barbadaa'aniif hojii dhaabanii jiraachuu dabalatee Bishaan Ibsaa fi Boba'aan marti hin jiru! Gaazaan dukkana jabaa keessa jiraachuu ishee dha.

Magaalaa ija Falasxiin taate Gaazaa kana keessa yeroo amma kan jiru Falasxiinota gargaarsa Allah qofatti hirkatanii qabsaa'an qofa dha! Eeyyeen Mujaahidoota jajjaboo sana qofa dha.

Weerartuun Israa'iil akkuma akka isaatti har'a humna lafoo isheetiin Magaalaa Gaazaa seenuuf ijibbaachaa kan jirtu yoo ta'u kanaaf ammoo wareegamu barbaachisu kafaluuf qophii ta'uu ishee ifoomsitee jirti.

Lola jabaa dha! Addunyaan tarree tokko irra hiriiree Israa'iliin tumsuun Gaazaa barbadeessee dhabamsiisuu fi Falasxiinota duguugee dachii irraa baleessuuf hojii isaa daran jabeessee jira! Bor maal dhageenya laata gaaffiin jedhu yaaddoo ta'ee jira.

Gaazaaf injifannoo weerartootaaf dhabama hawwina.


Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
Jechoota Gaggaarii
🇵🇸😭
Haala kanaan eessaa hirribni nu qaba. Yaa Rabbi dirmadhuuf 🤲
Quba qabaadhaa
🇵🇸😭
Lolli kallattiin walitti seenaa jiru jedhamaara
Nuti Rabbii qabna, Rabbiin ammoo Ghaza bira haa dhaabbatu, du'aa'iidhaa haa bira jiraannuu
2024/09/23 09:17:57
Back to Top
HTML Embed Code: