Telegram Web Link
Gorsa

"Jecha jettu, hojiin agarsiisi"
Yeroo ijoollummaa keenyaatti, bakki Isiraa'el to'annoo ofii jala galchite Gaza qofa akka ta'e nutti himamaa guddanneerra. Amma garuu kan hubanne, Isiraa'el biyyoota adduunyaa kaan akka too'atteefi hanga ammaatti biyyi harka osoo hin kennin bilisa taatee hafte Gaza akka ta'eedha.

Kan isaan hin sodaanne nuti ammoo kilomeetiroota kuma heddu irra faheemya teenyee sodaanne. Aarsaa guddaa akka kaffalan osoma beekanuu dhimma Aqsaa irratti garuu yoomiyyuu harka hin kennine. Egaa eenyutu hidhame? Hundi keenyayyuu harka kennineerra, Gazan qofti yoo haftu.

Sheyik Hamid Shafi

ልጅ እያለን፣ እስራኤል በቁጥጥራቸው ውስጥ ያደረጉት ብቸኛው ስፍራ ጋዛ መሆኑ እየተነገረን አድገናል። አሁን ግን የተረዳነው፣ እስራኤል ዓለምን ሁሉ እንደተቆጣጠረችና ብቸኛዋ እጅ ያልሰጠች ነፃ ስፍራ ጋዛ መሆኗን ነው! እነሱ ያልፈሩት፣ እኛ ከሺህዎች ኪሎሜትር ርቀት ላይ እየኖርን ብርክ ያዘን እኮ! ከባድ መስዋእትነት እንደሚከተላቸው ቢያውቁም በአቅሳ ጉዳይ ግን መቼም እጅ አልሰጡም። ታዲያ ማን ነው የታሰረው? ሁላችንም እጅ ሰጥተናል፣ ጋዛ ስትቀር!

ሸይኽ ሀማድ ሻፊ

Ali Amin Amar Temam

@JemalSheikhBakri1
Gammachu qabna garuu isaan nuuf hin hubatan.

:Namni nama hin beeyneef, Nama gosaa fi Shanyii isaa hin taaneef, nama biyyallee walitti hin qabneef akkamitti hangana mara gammada" ja'anii if gaafatan.

Hin beekanii bar
Akka nuti osoo wal hin beeyne wal jaalannu, akka nuti osoo fira hin taane obboleeyyan waliif taanu, akka nuti obbolummaa dhalootaa caalaa Obbolummaa funyoo laa ilaaha illallaah jabeessinu.

Aaah way Obbolummaa Islaamummaa
Wlh mi'aa ishii Mu'umintoota qalbiin isaanii qulqulluu qofaatu dhandhama.

Rabbiin Yeroo dhihootti Aqsaatti salaatui nuun haa fadhu 🤲 #ShareThisPost
@JemalSheikhBakri1
Obboleettiin teenya tun Qabxii ol'aanaa fiduu isinuu quba qabdu. Firiin bbu'aa barnoota ishii kan kutaa 12ffaa kun ta'abii fi laffaatii jabduu ishiin goote boodaan kan argame tahuu maatiin ni himan.

Abbaan Ishii Naajii Ahmadii fi haati ishii Shukriyaan akka ishiin jabaattee qayyabattuuf ishii gargaarus ni himan.

Ishiinis fuulduratti "pharmacology" barachuu akka barbaaddus Fana 'n gabaasee jira.

Baga gammadde jennaan!
Dubartoonni Muslimaa yeroo iddoo gurguddoo akkasiitii argaman arguu caalaa maaltu nama gammachiisa.💪

Baga gammadde jennaa!
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaamina Sheekh Muhammad Hasan Al Dadoo Addunyaa Islaamaatiif


"Gootonni Falasxiin beellama isaanii guutanii jiru, (Sadaquu maa aahadullaah)

Garuu Ummanni Rasuulaa (Saw) kaan eessa jiran? Hoggantoonni, bulchitoonni fi waraanni biyya Muslimaa eessa jiran? Daldaltoonni fi invastaroonni eessa jiran? Ulamaa'onni, Khaxiibonni fi Du'aatni eessa jiran? Namoonni miidiyaa fi namoonni siyaasaa eessa jiru? Hundi isaanii Mujaahidoota kana duuba dhaabbachuun sochiin Xufanal Aqsaa akka itti fufuuf gargaaruu qabu, Bira dhaabbachuu qaban

Kabaja dubartoota mu’mintoota qulqullootaa fi qulqulluu ta’an eeguuf jecha hanga Shirri kallattii hin eegamneen dhufu hammeenyaa fi gowwoomsaa Israa’el balleessutti Ummanni Muslimaa guutuun cinaa isaanii dhaabbachuu qaba.

Alamutul Asr Sheek Muhammad Hasan Al Dedo

Ergaa Aalima Allaamaa Asrii kana #Share_Waliif_Godhaa Hadaraa

@JemalSheikhBakri1
Ustaaza bareedaa ❣️

Maa Shaa Allah Ustaaz Qilleensi Nasrii Bubbise

Ustaazotaa fi Maktabaa, heeybaa fi bareedina bakka takkati 🥰 Maa Shaa Allah Haa irraa jannuu!

Picture of the night🙄
Halkan keessan isiniif haa bareedu maatiwwan khiyya kabajamoo ❣️
@JemalSheikhBakri1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
فلسطين تحتاج إلى الدعاء😭
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ãbđø ÃlGãżį)
MM Israa'il Beenjaamin Neetniyaahoo:- "Fuuldura keenya filannoo 2 qofatu jira Jiraachuu yookiin Du'uu!" jechuun lola ijibbaataatti jiraachuu isaanii mirkaneessan.

Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
https://www.tg-me.com/JechotaGaggaarii
Qaamaanillee achi jiraachuu baadhu, qalbiin tiyya eega achi dhayxee bubbultee jirti.

#Yaa_Aqsaa
Halkan keessan isiniif haa tolu
@JemalSheikhBakri1
"Ilmaan Kudhan osoon qabaadhee, Kurnanuu Felesxiimiif akka qabsaawaniin jajjabeessa.

Osoo falasxiimiif lolanii ilmaan kiyya wareegaman anaaf gammachuudha" jette Haati Shahiidaa

Rabbiin ilma ishii sadarkaa Shahiidummaa haa kannuuf
@JemalSheikhBakri1
2024/09/23 21:33:08
Back to Top
HTML Embed Code: