Yoo dadhabde hafuura baafachuu waan jedhamu bari malee hin dhiisin.
#Cichi
#Cichi
Yaa Qaadir
Atiitu dandayaadhaa, gargaarsa naaf ta'i, yeroon an dadhabe ati na jabeessi, dandeettii teetiin waan natti jabaate naaf laaffisi #Aaamiiiin

Rabbiin du'aa'ii hanga ammaa khadhanne, khadhattan hunda bakkatti nurraa haa qeebalu 🤲
#Aaaaamiiiin
#Aaaaamiiiin
Yaa Ghaafir
Yaa kha dilii namaa araaramtu, yaa kha badii teenya nuuf sattartu, osoo nuti dilooynuu kha nu mararfattu, irra nuuf kuttu, cubbuu fi dilii teenya irra nuuf kuti, nuuf araarami 🤲
#Aaaamiiin

Yaa Salaam
Biyya teenya nagaya godhi, nageenyi si biraa dhufa, atiitu nagaya, nagaya nu godhi🤲 #Aaaamiiiin

Yaa Fattaah
Hulaalee kheeyrii, tan nuuf gaarii tan nurraa cufamte mara nuuf bani, quduraa teetiin goda nuu fi milkaa'ina keenya jidduu jiru kana nurraa diigi 🤲
#Aaaamiiiin

Namni ija cufate hundi waan rafe sitti hin fakkaatin, #Hindagamin ija cufate malee hin rafne 😊
Allaahaayyee
Yaa kan onnee namaa garaggaggalchu Onnee tiyya diin keetirratti sabachiisi, raggaasisi. 🫠

Training of new project, here we are coming with a new #Challeng pls be ready! 🙏
#AgainEnjoyYourLife
Coming Soon
#AgainEnjoyYourLife
Coming Soon
Galgala gara sa'aa 2:00 local time
Telegram @DrZakirNaikAfaanOromoo jalatti live seennaatii namuu achirratti haa wal eegnuu
Waa'ee Kitaaba
'jireenya keetitti gammadi' haasoyna hin hafinaa. #Challenge haarawa bahaa jirus wal beeysisna
Guyyaa gaarii
@JemalSheikhBakri1

Forwarded from Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
Rakkoi teeknikaatu dhimmicha akkan isin biraan hin geenye na godhe Kulliin kessan Dhiifama nuuf godhaa
Yaa Rahmaan kiyya Sayyida makhluuqa cufaa kan ta'an Nabiyyii aalamaa irratti nageenya hammana hin jedhamne itti naa roobsi
الهم الصل وسلم وبارك عليه
الهم الصل وسلم وبارك عليه
Wallaahil Aziim addunyaa tanarratti wanni takkallee tan Rabbii ta'uu ishii barbaade malee tan taatu hin jirtu
Forwarded from Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
Ergamaan Rabbii (saw)
Gara Samii ol ilaalaa “Yaa Allah! Dadhabina humna kiyyaa, Xiqqeenya Tooftaa kiyyaa, Nama biratti tuffatamuu kiyyaas Sumattiin himadha.
Irra namaaf rifataa warra namaaf rifatuu kan taate Mootii waa hundaa Eenyuuf na dhiifta?
Nyaapota na jibbaniif moo? Moo diina dhimma kiyya isaan beeysisite kana? Atummaan natti dallanuu baannaan Dantaa hin qabu (hin badadu).
Dhiifama keetu irra naaf caala. Nuura kee kan dukkanaan ibsituunin tikfama. Humnaa fi Dandeettii kee kan Addunyaa tanaa fi aakhiraa ittiin dhaabdeenin si kadhadha.
Humnaa fi mallilleen yoo siin tahe malee hin jiru.”
Yaa Rabb☝️
Kitaaba 《Jireenya Keetitti Gammdi》 jedhu keessaa kan fudhatameedha
@DrZakirNaikAfaanOromoo