Telegram Web Link
"Yoo amma hin taane yoomi, Ana yoo hin taane Eenyu " Malcom Ex
Halkan Jalqabaa Shaعbaanarraa!

"Yaa Rabbi Maamaa tiyya yaadaa fi Muraada ishii guutiif. Nuti ilmaan ishii ilmaan ishiin ittiin boontu nu taasise. Maatii duniyaa fi Aakhirattillee waliin mataa ol qabate nu taasisi

Maamaayyee Kheeyriin marti si bira haa jiraattu, hamtuun marti sirraa haa fagaattu"

Luv U Mom🥰❤️
واختر خليل قلبك بحكمه فليست كل القلوب بالقلوب تليق واختر لنفسك شخصا اذا قست عليك الايام يكن لك فيه عشم لا يخيب
Warra Haramaayaa

Gammachuu Gammachuu
Share godhaa
Warri obboleeyyan keenyaaf rifatu #Sahre godhaa sagalee haa taanuuf

Yunivarsiitii Wachamo mooraa Duraame keessatti haleellaan jumlaa barattoota Muslimaa irratti raawwatamaa jira.

Namoonni naannoo sanaa barattoota muslimaa Yunivarsiitii Wachamo jumlaan haleelaa jiru. Obboleettiiwwan keenya muslimaa illee Gejeraan reebamaa jiru.

Barattoonni daree isaanii keessaa bahanii dirree irratti kufan. Bilbilli isaanii jalaa fuudhamaa jira.
Barattoonni muslimaa hedduun miidhaan cimaan irra gahe!

Mootummaan hatattamaan isaan bira gahuu qaba! Hawaasni muslimaas barattootaaf sagalee dhageessisuu qaba!!!

Eegumsa nageenyaa hatattamaa barattoota keenya Yuunivarsiitii Muslimaa!!
@Hakaan1
Kuni gorsa jabaa
ኡስታዚ 🥰
Ustaaz Yassin Nuuruu yeroon arge Ramadaanan yaadadha. Miimooriin nama Afaan Amaaraa hin beeynelleen Ramadaana Keessa Daعwaa Ustaaz Yaassin Nuuruu hin dhabdu.

Eegaa Raayyaatii, Eega Manzuumaatii, Ramadaana Keessa Daعwaan gorsi yaassin Nuuruu hin dagatamu.

Ustaazzotiin Yaasin Nuuruu qofa dhaggeeffattee daعwaa gootus mistakhum😊
Hundaafuu Rabbiin Shaعbaana nuuf haa barakeessu, Ramadaanaan nu haa gayu🤲 @Hakaan1
Qur'aana Buusuun (Khattamuun) Sitti ulfaatee jiraa? Kunoo furmaata kana fayyadami.

Jireenya keenya jiraataa guyyatti yeroo baay'ee akka mobile kenya bannee akka cufnu beekuun hin ulfaatu.

App'n Kun 'نختم' ja'a. Yeroo Mobaayila keenya Bannu cufa Aayata takka siif fida. Aaayata tokkicha san ni qaraata. Guyyattii fakkeenyaaf marraa 30 yoo Mobaayila kee bantee, Qur'aana Aayata 30 qaraata jechuudha.

Yoo Yeroo bantu haalaan busy taate boodaaf achi kaayatuuf haala mijjaa qaba. Wlh Ramadaana kana duratti if leenjisuuf App'n kun hedduu isin gargaara. Fayyadamaa, Android fi Apples ni jira.

Warri Android Linkii kana tuqaatii buufadhaa

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.karim.khatma

@DrZakirNaikAfaanOromoo
@Hakaan1
منذ ان بدأت ان إهتم في، عرفت حقيقة الحياة!
ها ان ذا لهاذا الحياة ❤️ حاب نفسى 🥰

إسناب ما يجاملنى، بالحقيقا ان اكن 'جمال'😅

يا متابعى الكرام بحبكم من كل قلبي 👌🩶

الهم احسن خلقى كما احسنت خلقى🤲
Lakkoofsi namoota si hordofanii, lakkoofsi namoota maqaa khee dhawaa oolanii, lakkoofsi namoota si jala oriyanii baay'atuun Jaalala qofa siif qaban jechuu miti.

Akkuma ka jaalalaaf si jala oriyu jiru, ka Si nyaatuuf, si xiqqeessuuf si jala oriyu jiraachuu beeki.
2024/09/24 13:16:48
Back to Top
HTML Embed Code: