Telegram Web Link
Jafe Amin Haji Gara Eeyba Kitaaaba Bishaan Gubatee Isin Afeeraa jira. An hin hafuu hin hafinaa jechaa jira.
@JemalSheikhBakri1
. . . E r g a a . . .
"Milkaa'inni Waan namoonni jaalatan beekuu miti, Ogummaa jaalala isaanii si goonfachiisan horachuudha malee."

Kitaaba "Jireenya Keetitti Gammadi" jedhu keessaa kan fudhatameedha.

@JemalSheikhBakri1
😎
Dura warra sobu amanuu turre, boodarra yeroo warra dhugaa arginu isaan shakkine!

Jijjiiramni Jira😎 @Na4Je2
Guyyaa har'aa namoonni 200 ta'an mooraa majlisa Finfinnee cabsanii seenan. Baay'een isaanii godinaalee adda addaa irraa dhufan. Waardiyyootaa fi namoota nageenya eegsisan baay'ee miidhan. Dhiigni baay'inaan dhangala'e. Namoonni baay'een madaa'an.

Meeshaan biiroo, teessumni, soofaan, baay'een caccabe.
Sana booda poolisoonni baay'een dhufanii namoota 156 gara mana adabaa geessan. Sana keessa warra imaamaafi hojjattoota ta'an akka ba'an Sheyk Sulxaan godhanii jiru.
Maalumaafuu qaamni mootummaa jalqabaa hanga dhumaatti ni hordofaa ture. Ol aantummaan seeraa akka fudhatamu murteessee jira fakkaata. Kana nooda olaantummaa seeraa malee wanti baasu tokkollee hin jiru. Haala amma jiruun manguddummaan hin fayyadu.
@JemalSheikhBakri1
Strongly😊🙏
Ani gabrichi kee harka koo baneen si kadha. Yaa Rabbi Yaadaa fi Muraada obboleeyyan kiyyaa cufa isaanii naa guutiif!☝️

Kan koo sanas yaa Mowlaa koo☝️
وَعَجِلْتُ إِلَيْكَ رَبِّ لِتَرْضَىٰ ❣️
#Jumعakum💥 @Na4Je2
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Milkaa'ina Waggaa 10 guyyaa 10nitti hin barbaadin.

Hojii hojjattu keessatti arruma lafaa kaatee hojjachuu eegaltee boru Waan saniin milkaawuu hin hawwin.

Milkaainiin Akka biqiltuu dhaabaniiti. Yeroo har'a dhaabdu dhawaatuma bubbultuun hiddaafi jirmi lafa keessa deema. Dachii Wajjiin wal qabatee Biqilichi guddatee guddatus Akka hin kufneef qabee dhaabbataan.

Kanaafuu hin jerjirin. Obsi sabaataan eegi. Dhawaatuma turtuun milkaawaa jabaa taata. Dubbiin akkasi haa itti jabaannu.

@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Wantoonni Halaal Cufti of keessaa mi'aa (hilwaa) bareedduu qaban.

Namoota Halaaliin qanani'u Rabbiin Nu haa godhu!

Follow Brother Jemal
Click here
@JemalSheikhBakri1
Yaa Gabricha/ttii Rabbii Osoo Nabiyyii Keetirratti Salawaata hin buusne guyyaan jumعaa hin dhumin

الهم الصل وسلم وبارك على نبينا محمد
@JemalSheikhBakri1
Ahbaashonni guyyaa kaleessaa bifa kanaan majlisa Finfinnee barbadeessan. Warri badii kana raawwatan baay'een isaanii to'annoo seeraa jala kan oolan yoo ta'u kutaaleen gamoo akkanatti caccabee jira.
የአዲስ አበባ መጅሊስን ለመቆጣጠር ተደራጅቶ የመጣው የአህባሽ ቡድን የፈጸመው ውድመት ይህንን ይመስላል። ውድመቱን የፈጸሙት አብዛኛዎቹ በህግ ቁጥጥር ስር የዋሉ ሲሆን የህንፃውን ክፍሎች በዚህ መልኩ አውድመዋቸዋል።
@JemalSheikhBakri1
Abbaa theory C³ siin jedhuu?
《Cichinee, Ciccinnee, Ceene》 jedhe.

You did it bra🥰 Congratulation!
Guyyaan Keeti, Gammachuun teeti, Gammachuu tee ammoo teenya.

Obboleeyyan keenya kan Gammachuu wal fakkaataa keessa jirtan Hundi baga gammaddan
@Na4Je2
2024/09/27 17:16:41
Back to Top
HTML Embed Code: