Telegram Web Link
Garee shanee, fannoo, hiwahat, yookaan mootummaa feetus kan barbaaddee ta'uu dandessa. Garuu siyaasaa nama nagaa irra midhaa qaqqabsisu hordaftee abaddan hinmilkoftu!

Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
@JemalSheikhBakri1
Kutaa Lammaffaa
Click Me Load More...!
@Na4Je2
Warri Khaarra Millee,
Warri Dadar
Warri Jaajaa
Warri Calanqoo
Warri Gooroo Muxii
Warri Qarsaa
Warri Haramaayaa
Warri Awwadaay
Warri Malkaa Raafuu
Warri Bokkoo
Warri Miidhagaa
Warri Baabbilee
Warri Cinaaksan
Warri Funyaan Biraa
Warri Ejarsa Gooroo

Adooleeysa 3, 2022 Adaree Biyyootti wal agarra.

Warri Gaara Mullataa ammoo bakkuma jirtanitti nu eegaa.
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Warri Nama Gubdan yoo Onnee qabaattan akka Mahammad Siraajitti 'Bishaan Gubaa' nu garsiisaa 😅

@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Kophee Adiin Eegumsa Jabaa feeti.
Na hubadhu nama kiyya 🤝
@Na4Je2
سلامي لك!
Hundaafuu Har'a Shaasheetti gorree Ahbaabaa Wajji Laaqannee, Yeroo gaarii takka wajjiin qabaannee turre.

Saffisa yeroodhaa kan hubattu nama akkaan Si jaalachiisu kan bira turuuf Siif hin mijjatinii wajjiin yeroo teessuudha.

Yeroo muraasa ture. Garuu yaadannoo Umriiti. Dagachuun hin danda'amu. Irraanfachuun hin taatu. ❣️

Jireenyi ahbaabaa wajjin akkam miidhaga ?🥰

Yaa Allah namoota jaalannu hunda bakkayyuttuu nagaya nuuf godhi. Jiruu gammachuu isaan jiraachisi.

#Shaashamaannee🌹🌷💯
@Na4Je2
Prezdaantii Majlisa Itiyoopiyaa Sheekh Hajjii fi Prezdaantii Majlisa Oromiyaa Haaraa Sheekh Jamaal Muussaa.

Sheekh Jamaal Muussaa Bara hojii gaarii qabaadhaa Jenneen
@JemalSheikhBakri1
Yeroo tokko tokko namoota ogummaa namaa qancarsuuf ta'aban argita. Kan Hojii keetiin nama biraa faarsanis numa jiran. Warri tokko tokko ammoo ogummaa kee si wajjiin dagaagsuuf hayyamamoo ta'uu didu. Kunniin irra wayyaa histii nama keenyaati. Warri hamaan kan ogummaa kee dhoysuu fi quucarsuuf hojjataniidha. Irraa fagaadhu, halaalatti dheeysi.

Ambayyoo warri amala kana qabdan 🙊 @JemalSheikhBakri1
Yeroo takka takka waan hawwite osoo hin arganne hafta. Sababnis Waan san caaluutu siin mala waan ta'eefi 😇
@Na4Je2
Osoo nuti joolleen qaqqacaleen tun areeda dhdheeressinee deemnuu, Namni Aarrii baase gizee Rifeensa areedaa Xuluq ifirraa gidhee deemu akkam nama jibbisiisa nama koo
Nama sa'aa tanaan Affaar keessa jiru maal jettaan khaa baquu malee
It is blood, not water!
#ShameOnYou😡
#Stop
@Na4Je2
Yeroo ammaa Style tokkootu jira. Dargaggeessi tokko dubartii takka yeroo Girl friend godhatu Hamrtii (ring) itti kaayyata jedhan.

Wanni na dhibde ammoo, dubartoota tokko tokkorratti Hamrtii (ring) lamaa fi Sadi faan arga. Dhiiroo dhiira sadi ykn lamaatu itti kaayyate jechuudhaa?😆😅

Hundaafuu Wandalaaxxee tiyya dubartii Hamartii (ring) qabdu itti hin dubbatinaa😅😆

Just funny😅
@Na4Je2
Waliin taanee bishaan haa gubnuu.
Guyyaa Alhadaa an hin hafuu isinis hin hafinaa hadaraa.

Qr takka malee bilaash Galma Calanqootti dhuftee haa wal arginuu.
@JemalSheikhBakri1
Guyyaan Guyyaa Jum'aati, Yeroon Asrii booda. 'Rabbiin yaadaa fi Muraada Keessan isiniif haa guutu' Aamiin jedhaa Yeroo du'aa'iin qeebalamtu sanirra bu'uutu malaa!
'Team Bishaan Gubate' finfinneetti.
Mahammad Siraaj
Adem Dhalate
Yaziid A Haarun
Roobaa Khaan

Nuti ammoo adaree biyyootti 'Team Bishaan Gubate' kanaafuu namni tokko akka hin hafne In Shaa Allah
@JemalSheikhBakri1
Obboleessaa Keenya, Yahya Al-Hararge gara E-mail [email protected] Kanaa Qubee 'A'Erguun Haa deeggarruu. Heddummina keenya Waan faayidaa qabeessa akkanaa kanarratti haa agarsiifannuu.

Hope U win bra!
@JemalSheikhBakri
2024/09/28 21:37:33
Back to Top
HTML Embed Code: