Telegram Web Link
Namni nama hin galatoomfanne Rabbi hin galatoomfatu.

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa akkuma durii har'as Waan addaa hojjate. Badhaasa abbaa geebaa Doolaara 10,000 Kan of qabe baankii kana.

Prezdaantii Baankii kanaa kan ta'e obbo Dirribee Asfaaw Haa galatoomu.
@JemalSheikhBakri1
1ffaa: Muhammad Nuur (Hifzii Qur'aanaatiin)
1ffaa: Zeydi Farijaa (Azaanaan)
@JemalSheikhBakri1
Nuraddin Qasim Itti gaafatama Markaza Zeeydi Bin Saabit kan ta'e Qophiin Seena qabeessi kun akka biyya teenyatti ta'uuf sababa kan ta'e isa.

Rabbiin irraa haa jaalatu ๐Ÿคฒ
@JemalSheikhBakri1
Saffisteef ni hojjatta jechuu miti, Saffisuu dhabdeef hin hojjattu jechuu miti. ๐Ÿ˜Š @Na4Je2
ใ€ŠUlaagaan Jaarsa ati feetuu maali?ใ€‹ Jedhamtee maan gaafatamin.

Ishiinis :-
ใ€ŠAni Makiinaa isarra hin barbaadu,
Ani Mana Villaa isarra hin barbaadu
Nama akkaan bareedaa ta'uu isarra hin barbaadu.

Muraanni Kiyya Dubartii biraa akka narratti hin daballe, ana Malee ta biraa akka ijaan hin millanne, ana malee dubartiin biraa akka jaarsa kiyya jettuun hin barbaaduใ€‹ jettee jedhan barreeffama jedhun dubbise.

Jarana Dubbiin tun dhuguma jechuun dhagayaa jira. Atummaan ta biraa ijaan ilaaluu baannaan, Makiinaan, Manni Villaan, Jinni jaankaan hafte ja'an adeeroo ๐Ÿ˜†๐Ÿ˜…
@JemalSheikhBakri
Laalaa hin dhandhaminiin hin qoosin. ๐Ÿคจ @Na4Je2
Kan nagyn nu bulchite, ngyn nu oolchi ๐Ÿคฒ
Addunyaa dhiifnee deemnu tana maaliif hammeenya dhaalchifna ๐Ÿ˜Š
'Gaarummaa' ...!
Gaarummaan hedduu barbaachisaadha, Kafaltii takkallee hin gaafatu. Gaarii haa taanuu โฃ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ข
@JemalSheikhBakri1
Warra Indonooshiyaati. Hajjiif jecha imaltee biyya Saudi Arabiyaa dheyxee, buufata Xayyaaraa Madiinaatti yeroo gad buutu, Mahabbaan, jaalala Nabiyyii (Saw) ishii qabdee, Miiraan Rabbii ishiitiif Sujuudde.

#AllaahuAkbar
@JemalSheikhBakri1
Ijoollee tana osoo waliin barbaadanii ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜… @Na4Je2
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Sababa Ati yeroo takka Nabii keetirratti Salawaata buufteef, Rabbiin kee yeroo kudhan sirratti buusa.

Allahumma Salli Wasallim aleyhi
ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ูŠู‡

Namni qorqodaan nama Hoggaa Maqaa Nabiyyii Dhaga'e Salawaata osoo hin buusne dhiisu๐Ÿ™Š

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ูŠู‡
@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 05:24:45
Back to Top
HTML Embed Code: