Telegram Web Link
I 'm Ethiopian
@Na4Je2
Namni nama hin galatoomfanne Rabbi hin galatoomfatu.

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa akkuma durii har'as Waan addaa hojjate. Badhaasa abbaa geebaa Doolaara 10,000 Kan of qabe baankii kana.

Prezdaantii Baankii kanaa kan ta'e obbo Dirribee Asfaaw Haa galatoomu.
@JemalSheikhBakri1
1ffaa: Muhammad Nuur (Hifzii Qur'aanaatiin)
1ffaa: Zeydi Farijaa (Azaanaan)
@JemalSheikhBakri1
Nuraddin Qasim Itti gaafatama Markaza Zeeydi Bin Saabit kan ta'e Qophiin Seena qabeessi kun akka biyya teenyatti ta'uuf sababa kan ta'e isa.

Rabbiin irraa haa jaalatu 🤲
@JemalSheikhBakri1
Saffisteef ni hojjatta jechuu miti, Saffisuu dhabdeef hin hojjattu jechuu miti. 😊 @Na4Je2
《Ulaagaan Jaarsa ati feetuu maali?》 Jedhamtee maan gaafatamin.

Ishiinis :-
《Ani Makiinaa isarra hin barbaadu,
Ani Mana Villaa isarra hin barbaadu
Nama akkaan bareedaa ta'uu isarra hin barbaadu.

Muraanni Kiyya Dubartii biraa akka narratti hin daballe, ana Malee ta biraa akka ijaan hin millanne, ana malee dubartiin biraa akka jaarsa kiyya jettuun hin barbaadu》 jettee jedhan barreeffama jedhun dubbise.

Jarana Dubbiin tun dhuguma jechuun dhagayaa jira. Atummaan ta biraa ijaan ilaaluu baannaan, Makiinaan, Manni Villaan, Jinni jaankaan hafte ja'an adeeroo 😆😅
@JemalSheikhBakri
Laalaa hin dhandhaminiin hin qoosin. 🤨 @Na4Je2
Kan nagyn nu bulchite, ngyn nu oolchi 🤲
Addunyaa dhiifnee deemnu tana maaliif hammeenya dhaalchifna 😊
'Gaarummaa' ...!
Gaarummaan hedduu barbaachisaadha, Kafaltii takkallee hin gaafatu. Gaarii haa taanuu 💯💢
@JemalSheikhBakri1
Warra Indonooshiyaati. Hajjiif jecha imaltee biyya Saudi Arabiyaa dheyxee, buufata Xayyaaraa Madiinaatti yeroo gad buutu, Mahabbaan, jaalala Nabiyyii (Saw) ishii qabdee, Miiraan Rabbii ishiitiif Sujuudde.

#AllaahuAkbar
@JemalSheikhBakri1
Ijoollee tana osoo waliin barbaadanii 😊😅 @Na4Je2
2024/09/28 17:22:32
Back to Top
HTML Embed Code: