السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Obboleewwan koo Kabajamtoota Barnoota Asirratti Ergamu Dubbisuu akkamasumas Garee gara garaa irratti share gochuu hin dagatinaa Namoonni Hunduu Chaanali kana Join gochuun akka irraa baratan gahee keessan bahaa
Wal utubnee Haqqii ummata biraan Haa geennuu
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir

YESUUSIN BEEKTAA ❓
Kutaa sadaffaa
Gosa Ragaa 3ffaa:Haawaariyionni(Barattoonni) Yesuus Yesuus Nama ta'uu Isaa Amananii ummatas nama ta'uu Isaa barsiisuu isaanii.
(HoE 2: 22)
" "Isin yaa warra Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa, Waaqayyo harka Yesus nama Naazireet kanaan, hojii aangoo isaa, dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa kan isin beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin fudhatamaa isa godhe."
Gosa Ragaa 4ffaa:ummanni Bara Yesuus jiru jiraate Kan Raajii inni hojjatu Ija isaatiin laalee Hubate; Yesuus Nama ta'uu Isaa Amananii Ragaa bahuu isaanii.
Keewwata Armaan Gadii kana hubachuuf Yesuus guyyaa tokko nama laamsha'aa tokko argee fayyisee akka ka'ee deemu erga taasiseen booda namoonni achi jiran Akkana jechuun Ragaa bahan
(Mat 9: 8)
" Namoonni kana yommuu argan in na'an, Waaqayyo isa aboo akkasii namootaaf kenneefis hooqubaa dhi'eessan."
Akkuma Beekamu Yesuus Humna isaatiin homaa gochuu hin danda'u. Ilma namaa waan ta'eef akka murteessuuf angoon kennameef. Angoo waaqa irraa argatetti Fayyadamee waanuma kamuu Yoo Raawwate Kan dinqisiifamuu qabu waaqa Aangoo isaaf kenne malee Yesuusii Aangoo guyyaa keessa argateen Rajii hojjatuu miti.
(Yoh 5: 30)
" Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee."
(Yoh 5: 27)
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, abbaan isaa firdii akka inni faraduuf gooftummaa kenneeraaf."
Wangeela Yohannis 5:30 irratti Yesuus" "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u;" jechuun; Uumama Humna Maleessaa akka ta’e Yoo of Ibsu; Wangeela Yohannis 5:27 irratti ammoo Ilma namaa waan ta'ee akka murteessuuf Aangon akka kennameef Ifaan ifatti lafa kaawamee jira.
Jecha Aangoo Jedhu Gara Gooftummaa Jijjiiruun Maalif barbaachise?
Baaybilii Afaan oromoo Yeroo Dubbifnu Yohannis5:27 Gooftummaa kenneef nuun Jedha mee Kan Afaan Amaariffa haa dubbisnuu
(የዮሐንስ ወንጌል 5: 27፤)
" የሰው ልጅም ስለ ሆነ ይፈርድ ዘንድ ሥልጣን ሰጠው።"
Amma Ammoo Kan Afaan Ingiliffaa Haa dubbifnuu
(John 5: 27)
" And hath given him authority to execute judgment also, because he is the Son of man. "
Kan Afaan oromoo Gooftummaa Kan Afaan Amaariffa ammoo ሥልጣን kan Afaan Ingiliffaas authority
Oromoon Yeroo mammaaku "Namittiin Farda Jalaa Dheessatti gara fardaa dheette"
jedha Warri Afaan oromootin Baybilii hiikan Yoo angoon kennameef jennee hiikne Duraan Aango Maleessaa akka ture agarsiisa jedhanii sodaatanii Gooftummaan kenneef Kan jedhutti waan jijjiiran fakkaata❗ Garuu Wanti Dogoggoran inumaayyu Yesuus Gooftaa akka hin turiniifi guyyaa keessa kennaadha Gooftummaa akka Argate Ibsuu isaanii waan Irraanfatin fakkaata
Yoo goolabnu: Yesuus Yeroo inni Raajii agarsiisaa ture namoonni argan maal jedhanii amanan Waaqayyo isa aboo akkasii namootaaf kenneefis hooqubaa dhi'eessan."
Kanaafuu Yesuus Nama Aangoo kennaan argateen Rajii hojjachaa ture akka ta’e warri Ijaan argan Amananii Yoo Waaqayyoo Aangoo Akkanaa namootaf kenneef waaqeffannaa(hooquba) dhiheessan; warri Waggoota kumaatamaan booda dhufan Kan ija isaanitiin hin argin Namummaa Yesuus Amanuu maaltu isaan Dhoorke?
Itti fufa.....
Jamaal Kadiir
@Jemal89

Baaybiliin Kiristosin Shororkeessaa godhee Jira.
(Mat 10 )
------------
34 Yesus ammoo, "Biyya lafaa irratti nagaa fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne.
Baay'ee nama Dinqisiisa; Yesuus Biyya lafaa irratti Nagaa fiduuf Erga hin dhufin Kirstaanonni" Nagaan Gooftaa isiniif haa ta'u "jechaa Maalif Afaan of gogsaa gurra nu duuchaa oolu Ree?
Erga nagaaf hin dhufne Maalif dhufe laata itti fufii dubbisi
Mat 10: 35 Ani nama tokko abbaa isaa wajjin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilmaa amaatii ishee wajjin walitti naquudhaaf dhufeera.
Ani kan Jedhu Yesuus Seexanaa?? kan nama walitti naqu? Moo Barreessitoota wangeelaatu kijibe? Filannoon keessani. Ana nan galchu
Gara biraatitti Mataan Isaa "Warri nagaa buusan haa eebbifaman Jedhee Osoo barsiisu Asitti Akkamitti Nagaa fiduuf hin dhufne Seeyfii fiduu dhufe; nama walitti naquu dhufe Jedhee nu barsiisa?
Barsiifni Yesuus inni dhugaa kami? Nama walitti naquu moo Nagaa buusuu??
(Luq 12 )
51 Biyya lafaa irratti nagaa buusuudhaaf waanan dhufe isinitti fakkaataa? Waawuu, caalaatti wal diduu malee.
Yesuus wal-diduu fidee dhufe malee nagaa fiduuf hin dhufne jedhaa⁉️😉
Sababa walitti bu'iinsa inni fiduutin Rakkoo dhufuuf deemu akkana jedhee nuuf odeessa
(Luq 12:52 Ammaa jalqabee maatiin mana tokkoo wal didu, shan yoo ta'an sadii warra lamaan didu, warri lamaanis warra sadan didu.
53 Abbaan ilma dida, ilmis abbaa dida, haati intala diddi intallis haadha diddi, amaatiin haadha-manaa ilmaa diddi, haati-manaa ilmaas amaatii diddi" jedhe.
Yaa carraa keessan Kanaafuu akka ilmaan bofaa gargar facaatanii laata?
Kaatolikii , ortodoksii, prototestaantii,
Mulu Wangeela, Qaala-Hiyoot, masarata-kirstoos, Johova, Hawaariyaa,.......... akka Seenaan nutti himutti gareen Amantaa kiristiyaanota Yeroo Tokko heddumminni isaa Kuma soddomii sadi gaheera (33,000) jedhama🤭🤭🤭
Yesuus ibidda lafa irra buusuudhaafan dhufe jedha❗❗🤭🤭
Kunoo Dubbifadhu 👉(Luq 12: 49)
" Yesus, "Ani ibidda lafa irra buusuudhaafan dhufe; ibiddichi utuu kanaan dura bobeeffameera ta'ee attamnan hawwan ture."
Ee saphina keessan garam nu waamaa jirtan laata?
Gara billaa, gara wal diiguuu, gara Ibiddaa, gara Shororkeessummaa,????
Rabbiin Qur'aana Isaa keessatti akkana jedha
{وَاللَّهُ يَدْعُو إِلَىٰ دَارِ السَّلَامِ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ} [يونس : 25]
Yuunus 10:25
Allaah'n gara Ganda nagayaatitti Yaama.........
Nabi Muhammad SAW Addunyaa Guutuuf mararfannaaf Ergaman.
{وَمَا أَرْسَلْنَاكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَالَمِينَ} [الأنبياء : 107]
Al-Anbiyaa'i 21:107
Aalama hundaaf rahmata (mararfannaa) taasifnee malee si hin ergine
Nuti Muslimoonni Iisaan Ilmi maryam As ummata itti Ergameef Walii galtee, Rahmata, Nagaya fiduu akka dhufe ni Amanna. Baaybiliin garuu Yesuusin Abbaa irree shororkeessaa, nama ibidda buusuu dhufe Fakeessee nuuf dhiheessa.
Kanaafuu Yesuusin Baaybiliin nu barsiisu Nagaya kennuuf fedhas gahuumas hin qabneef "nagaan Gooftaa isiniif haa ta'u" nuun hin jedhinaa
Nuti Gooftaa naga Kennuu hin dandeenne irraa Nagaya hin kajeellu waan ta'eef
Kanaa mannaa, akkam bultan, Akkam ooltan nagaa jirtuu Yoo nuun jettan isin keessummeessina

Yesuus Kirstoos Uumama malee uumaaa miti.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
(2Qor 1: 3)
" Waaqayyoofi abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta'u!"
(Efe 1: 3)
" Waaqayyoof, abbaa gooftaa, keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan, waan waaqa irraatiinis nu eebbiseef galanni haa ta'u!"
(1Phe 1: 3)
" Waaqayyo abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristosiif galanni haa ta'u!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
🖐️Gaafii
1▪️Waaqayyoon Yesuus Kirstoos Eenyunni?
2▪️Yesuus Yoo Waaqayyo ta'e Waaqayyo waaqa biraa qabaa?? Yoos Waaqni Meeqa?

Kitaalee Macaafa "Qulqulluu" Kanneen Achi buuteen isaanii dhabame.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
1▪️macaafa lolaa isa kan Waaqayyoo
(Lak 21: 14)
" Kanaafuu macaafa lolaa isa kan Waaqayyoo keessatti, "Mandara Waaheb isa biyya Sufaa keessaatti, dachaawwan Aarnonitti,"
Baaybiliin Waaqayyo Yeroo Ta'e wahii Macaafa waraanaa jedhamee kan beekamu akka qabu nutti hima. garuu Macaafni Kun Yeroo ammaa Eessa jira jennee Yoo gaafannu Hayyoonni kiristiyaanota
Gaafii🖐️
Macaafni lolaa/waraanaa kan Waaqayyoo Eessa bade?
2▪️Macaafa Seenaa Solomoon
(1Mot 11: 41)
" Kana malees wanti Solomoon bara mootummaa isaa keessa hojjete hundinuu, ogummaan inni argisiises macaafa seenaa mootummaa isaatii keessatti caafamee jira mitii ree? "
Gaafii🖐️
Macaafni seenaa Solomoon Kun Eessa jira?
3▪️ Macaafa Yaashaar
(Iya 10: 13)
" Sabni hamma diinota isaa ijaa ba'utti, biiftuun achii hin sochoone, ji'is in dhaabate. Kun macaafa warra qajeelotaa isa "Yaashaar" jedhamu keessatti caafamee jira mitii ree? Biiftuun guyyaa sana guutuu bantii waaqaa walakkaa dhaabachaa turte malee, lixuudhaaf hin ariifanne."
(2Sam 1: 18)
" akka kanatti fufee jirutti in faarse; namoonni Yihudaa immoo faarfannaa "Iddaa" jedhamu kana akka barsiifamaniif in abboome; faarfannaan kun macaafa warra qajeelotaa isa "Yaashaar" jedhamu keessatti caafamee jira."
Gaafii🖐️
macaafa warra qajeelotaa isa "Yaashaar" Eessatti Awwaaltan??
4▪️ fakkeenyota Fi weedduu Solomoon
(1Mot 4: 32)
" Solomoon fakkeenya kuma sadii dubbate, weedduun isaa immoo kuma tokkoo fi shan ture."
Gaafii🖐️
Fakkeenyi Solomoon Kuma sadihiifi weedduun kuma tokkoofi shan Waraabessa Kamiin nyaataman? Nutti himuu dandeettuu?
5▪️ caaffata Naataan raajichaafi macaafa raajii Ahiiyaa
2Sen 9: 29)
" Wanta Solomoon mootichi bara mootummaa isaa keessa hojjete keessaa inni hafe, jalqabaa hamma dhumaatti caaffata Naataan raajichaa, macaafa raajii Ahiiyaa Shiilonichaa fi mul'ata Iddoon ilaaltichi waa'ee Yerobi'aam ilma Nebaat arge sana keessatti caafameera."
Gaafii 🖐️
Caaffanni Naataan Raajichaafi Macaafni raajii Ahiiyaa Eessatti dhabame?
6▪️caaffata Shemaa'iyaa raajichaafi caaffata Iddoon ilaaltichaa
(2Sen 12: 15)
" Rehobiyaam mootichi bara mootummaa isaa keessa kan inni hojjete jalqabaa hamma dhumaatti caaffata isa Shemaa'iyaan raajichi, caaffata Iddoon ilaaltichi waa'ee hidda dhalootaa caafe keessa jira mitii ree? Rehobiyaamii fi Yerobi'aam bara jireenya isaanii hundumaa wal lolaa turan."
Gaafii 🖐️
Caaffanni Shemaa'iyaa raajichaafi caaffanni Iddoon ilaaltichaa Eessa jira?
7▪️Macaafa Isaayaas raajicha ilma Amoz
(2Sen 26: 22)
" Wanta Uziyaan bara mootummaa isaa keessa hojjete keessaa warra hafan jalqabaa hamma dhumaatti Isaayaas raajichi ilmi Amoz caafeera."
Gaafii 🖐️
Macaafni Isaayaas raajichi ilmi Amoz Caafe Eessa bade?
8▪️ Caaffata Saamu'el , Naataanfi Gaadi.
(1Sen 29: 29)
" Daawit mootichi bara mootummaa isaa keessa kan inni hojjete, jalqabaa hamma dhumaatti caaffata Saamu'el ilaaltichi, Naataan raajichii fi Gaadi ilaaltichi caafan keessatti in argama. "
Gaafii 🖐️
@Jemal89
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Akkuma Beekamu Macaafilee Baaybilii keessatti walitti qabaman hedduu isaanii Eennutu barreesse? Yoom barreeffame? Eessatti barreeffame? Jennee Yoo gaafannu Deebiin isaa hin beekamu kan jedhuudha.
Kitaabilee musee Shanan wangeelota Afran dabalatee Namoota Eenyummaan isaanii hin beekamneen barreeffaman. Yeroon isaan barreeffamanillee Tilmaama Yoo taate malee Yeroo kana Jedhamee hin beekamu.
Macaafoleen barreeffamaa turan kannuun hambaa macaafolee badaniiti. Isaanuu Orjinaalummaa isaanii gadi dhiisanii Haqamaaf laaqamaa saaxilamanii irraa hiri'ifamani;itti damalamaa fooyya'aa jijjiiramaa Har'a gahanii jiru. fuuldurallee itti fufa!!
Har'a ammoo Macaafolee Duraan barraahanii Maqaan isaanii Baaybilii keessatti Dubbatame kan Achi buuteen Jaartii Haaji kamaal Taate waliin ilaalla
.1▪️macaafa lolaa isa kan Waaqayyoo
(Lak 21: 14)
" Kanaafuu macaafa lolaa isa kan Waaqayyoo keessatti, "Mandara Waaheb isa biyya Sufaa keessaatti, dachaawwan Aarnonitti,"
Baaybiliin Waaqayyo Yeroo Ta'e wahii Macaafa waraanaa jedhamee kan beekamu akka qabu nutti hima. garuu Macaafni Kun Yeroo ammaa Eessa jira jennee Yoo gaafannu Hayyoonni kiristiyaanota
Badee jira
nuun jedhu. Galmee Macaafa Qulqulluu kan Afaan amaaraa irra iaalaa
. Gaafii🖐️
Macaafni lolaa/waraanaa kan Waaqayyoo Eessa bade?
2▪️Macaafa Seenaa Solomoon
(1Mot 11: 41)
" Kana malees wanti Solomoon bara mootummaa isaa keessa hojjete hundinuu, ogummaan inni argisiises macaafa seenaa mootummaa isaatii keessatti caafamee jira mitii ree? "
Gaafii🖐️
Macaafni seenaa Solomoon Kun Eessa jira?
3▪️ Macaafa Yaashaar
(Iya 10: 13)
" Sabni hamma diinota isaa ijaa ba'utti, biiftuun achii hin sochoone, ji'is in dhaabate. Kun macaafa warra qajeelotaa isa "Yaashaar" jedhamu keessatti caafamee jira mitii ree? Biiftuun guyyaa sana guutuu bantii waaqaa walakkaa dhaabachaa turte malee, lixuudhaaf hin ariifanne."
Macaafni Kun Kutaa Baaybilii biraa keessattis Dubbatamee jira.
(2Sam 1: 18)
" akka kanatti fufee jirutti in faarse; namoonni Yihudaa immoo faarfannaa "Iddaa" jedhamu kana akka barsiifamaniif in abboome; faarfannaan kun macaafa warra qajeelotaa isa "Yaashaar" jedhamu keessatti caafamee jira."
Gaafii🖐️
macaafa warra qajeelotaa isa "Yaashaar" Eessatti Awwaaltan??
4▪️ fakkeenyota Fi weedduu Solomoon
(1Mot 4: 32)
" Solomoon fakkeenya kuma sadii dubbate, weedduun isaa immoo kuma tokkoo fi shan ture."
Gaafii🖐️
Fakkeenyi Solomoon Kuma sadihiifi weedduun kuma tokkoofi shan Waraabessa Kamiin nyaataman? Nutti himuu dandeettuu?
5▪️ caaffata Naataan raajichaafi macaafa raajii Ahiiyaa
2Sen 9: 29)
" Wanta Solomoon mootichi bara mootummaa isaa keessa hojjete keessaa inni hafe, jalqabaa hamma dhumaatti caaffata Naataan raajichaa, macaafa raajii Ahiiyaa Shiilonichaa fi mul'ata Iddoon ilaaltichi waa'ee Yerobi'aam ilma Nebaat arge sana keessatti caafameera."
Gaafii 🖐️
Caaffanni Naataan Raajichaafi Macaafni raajii Ahiiyaa Eessatti dhabame?
6▪️caaffata Shemaa'iyaa raajichaafi caaffata Iddoon ilaaltichaa
(2Sen 12: 15)
" Rehobiyaam mootichi bara mootummaa isaa keessa kan inni hojjete jalqabaa hamma dhumaatti caaffata isa Shemaa'iyaan raajichi, caaffata Iddoon ilaaltichi waa'ee hidda dhalootaa caafe keessa jira mitii ree? Rehobiyaamii fi Yerobi'aam bara jireenya isaanii hundumaa wal lolaa turan."
Gaafii 🖐️
Caaffanni Shemaa'iyaa raajichaafi caaffanni Iddoon ilaaltichaa Eessa jira?
7▪️Macaafa Isaayaas raajicha ilma Amoz
(2Sen 26: 22)
" Wanta Uziyaan bara mootummaa isaa keessa hojjete keessaa warra hafan jalqabaa hamma dhumaatti Isaayaas raajichi ilmi Amoz caafeera."
Gaafii 🖐️
Macaafni Isaayaas raajichi ilmi Amoz Caafe Eessa bade?
8▪️ Caaffata Saamu'el , Naataanfi Gaadi.
(1Sen 29: 29)
" Daawit mootichi bara mootummaa isaa keessa kan inni hojjete, jalqabaa hamma dhumaatti caaffata Saamu'el ilaaltichi, Naataan raajichii fi Gaadi ilaaltichi caafan keessatti in argama. "
Gaafii 🖐️
Caaffanni Saamu'el ilaaltichi, Naataan raajichii fi Gaadi ilaaltichi caafan Eessatti bade?
@Jemal89
Egaa macaafoleen
Obbeessa keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Armaan olitti ilaalle kunniin hundi Nabiyyootaan/Raajotaan barreeffamanii Yeroo ammaa dhabamanii Maqaan isaanii Qofti Baaybilii keessatti hafee jira.
Kitaabileen kanaan Dura nabiyyootaaf kennaman badanii jiru, ykn laaqamanii jiru yoo nu jennuun Qur'aanni waa'ee Kitaabilee badee Dubbataa nuun jedhu. Oromoon Yoo mammaaku Sareen tan ofii hin agartuu Re'een Eegee gadi qabadhu jetti jedha.
Mee warri Kitaabileen Raajotaa hin badan jettan odeessitan; Kitaabilee kunniin Maalif akka badan nutti himuu dandeettuu??
Macaafni keessan ammoo Macaafota badan Maqaa Yaamee Acitti Barreefame Jedhee waa'ee Macaafota Achi buuteen dhaabamee Maalif odeessa?
Obbeessa keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Walirraa Dhaalan Dhara
Osoo Ifnanni jiruu
Deeman gara dukkaa
Nu Jallisuuf nuun jedha
Yaamnaan gara Ifnanaa
Mucaa nyaataa waamantu
Tikaafi Se'ee dheessa
Namni Daandii Dukkanaa
Akkam ifa Caalchisa?
Mukkeen keessaa muranii
Muka Qottoon sirreessu
Ogeessatti fidanii
miidhaksanii barreessu
Mormatti Rarraafatu
Harkattis ni baadhatu
Fannoon Jabeenya keenna
Jedhanitiin Dhaadatu
Akkamitti ta'a mee mukni
Namaaf Jabeenya
Mee hirribaa Dammaqaa
Maaloo Hawaasa keenna
Ayyaana Fannoo jedhaa
Waggaa waggaan kabaju
Daandii qabanne jedhaa
Kanumaanuu of jaju
Of dhaadhessan of dhaadu
Warri milkaa'e numa
Jedhaniitis of Yaadu
Namni mukaaf sagadu
Daandii sirrii qabannaan;
Dhala namaaf inumaa
Hin fayyadu Amantaan.
Uumaan irraanfatamee
Uumamni waaqeffamnaan
Janni hin argamu
haqxi Rabbii jallannaan
Namni Muka Abdatu
Namni Muka sodaatu
Sammuun isaa beellada
Duudaa irra hin caaltu
Muka baadhattu sana
Moo situu irra wayyaa
Namni mukaaf sagadu
Si maraatuu moo fayyaa?
Walirraa Dhaalan dhara
Kan Jaarraa qaxxaamure.
Dhaloota hamman qabne
Kan dukkanatti guure.
Koottaa gara ifnanaa
Osoo Yeroon Hin tarre
Nuti Fannoof sagadaa
Ajaja jedhun garre
Fannoof sagadaa jedhee
Rabbiin hin baafne seera
Warri Fannoof sagadu
Karaa irraa badeera
Gara Ifnanaa koottaa
Osoo Barrin dabarre
Daandiin milkaa'inaadhaa
Bar Islaamummaa qofaa
Koottu Gara Qaroomaa
Dhiisitii Seera Doofaa
Kuni Daandii Sirriimi
Gara Qilee si oofaa
@Jemal89
Osoo Ifnanni jiruu
Deeman gara dukkaa
Nu Jallisuuf nuun jedha
Yaamnaan gara Ifnanaa
Mucaa nyaataa waamantu
Tikaafi Se'ee dheessa
Namni Daandii Dukkanaa
Akkam ifa Caalchisa?
Mukkeen keessaa muranii
Muka Qottoon sirreessu
Ogeessatti fidanii
miidhaksanii barreessu
Mormatti Rarraafatu
Harkattis ni baadhatu
Fannoon Jabeenya keenna
Jedhanitiin Dhaadatu
Akkamitti ta'a mee mukni
Namaaf Jabeenya
Mee hirribaa Dammaqaa
Maaloo Hawaasa keenna
Ayyaana Fannoo jedhaa
Waggaa waggaan kabaju
Daandii qabanne jedhaa
Kanumaanuu of jaju
Of dhaadhessan of dhaadu
Warri milkaa'e numa
Jedhaniitis of Yaadu
Namni mukaaf sagadu
Daandii sirrii qabannaan;
Dhala namaaf inumaa
Hin fayyadu Amantaan.
Uumaan irraanfatamee
Uumamni waaqeffamnaan
Janni hin argamu
haqxi Rabbii jallannaan
Namni Muka Abdatu
Namni Muka sodaatu
Sammuun isaa beellada
Duudaa irra hin caaltu
Muka baadhattu sana
Moo situu irra wayyaa
Namni mukaaf sagadu
Si maraatuu moo fayyaa?
Walirraa Dhaalan dhara
Kan Jaarraa qaxxaamure.
Dhaloota hamman qabne
Kan dukkanatti guure.
Koottaa gara ifnanaa
Osoo Yeroon Hin tarre
Nuti Fannoof sagadaa
Ajaja jedhun garre
Fannoof sagadaa jedhee
Rabbiin hin baafne seera
Warri Fannoof sagadu
Karaa irraa badeera
Gara Ifnanaa koottaa
Osoo Barrin dabarre
Daandiin milkaa'inaadhaa
Bar Islaamummaa qofaa
Koottu Gara Qaroomaa
Dhiisitii Seera Doofaa
Kuni Daandii Sirriimi
Gara Qilee si oofaa
@Jemal89
YESUUS KIRSTOOS UUMAMA MALEE UUMAAA MITI
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Gaafii 2ffaa
(Yoh 17: 3)
" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti."
🖐️
Waaqayyoon Dhugaa Tokkichi Yesuusin Erge Eenyunni?

Gaafii
Waaqayyoon Dhugaa Tokkichi Yesuusin Erge Eenyunni?
@Jemal89
YESUUS KIRSTOOS UUMAMA MALEE UUMAAA MITI.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
(1Qor 15: 28)
" Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala in gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a."
🖐️Gaafii:-
1▪️waan hunda Kan Yesuusin Jala galche Eennu?
2▪️Yesuus Kirstoos Yoo waaqa ta'e, akkamitti Waaqayyoon Jala gala?
@Jemal89
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Gaafii 3ffaa
(1Qor 15: 28)
" Wanti hundinuu ilma Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa miilla isaa jala galche jala in gala; akkasitti Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra in ta'a."
🖐️Gaafii:-
1▪️waan hunda Kan Yesuusin Jala galche Eennu?
2▪️Yesuus Kirstoos Yoo waaqa ta'e, akkamitti Waaqayyoon Jala gala?
@Jemal89
Ifaan Dukkananaan hin injifatamne,
Miidhaginni fokkinaan hin moohamne,
Qaroominni Doofummaaf hin jilbiiffanne,
Guddinni Xiqqeennaaf harka hin kennine Islaamummaadha.
Maddi nageenyaa
Burqaan Jaalala
Hundeen mararfannaa
Bu'uurri tokkummaa Islaamummaadha.
DAANDIIN har'aaf gammachuu
Kan boriif milkaa'inaa
Abdiin dhala namaa
Furmaanni Addunyaa
Islaamummaadha.
Wal Qixxeessaan Mirga Namummaa, Mirkaneessaan dhugaaf haqummaa Furmaanni Rakkoo hundumaa Islaamummaadha.
Nama of dhabetu Islaamummaa dhaba.
Nama dogoggoretu Islaamummarraa daba.
Namni milkaa'e Kan carroome warra Islaamummaa badhaafame.

Forwarded from Mùhè
Forwarded from Mùhè
Asad Al-Gaalib yeroo shahaadaa
Allaahu Akubar
Alhamdulillaah
Guyyaa Har'aa November 16/2019
Waaree Dura Namoonni Baay'inni isaan Sagal ta'an Harka Ustaaz keenna
Asad Al-Gaalib irratti gara Amantaa Islaamummaa Deebi'anii jiru
Rabbiin Gadi dhaabbannaa haa kennuuf