Gaafi kiristiyaanotaaf
Akka kiristiyaanonni amananitti:-
A) Waaqayyo Abbaa Yesuusi
B) Maariyaamiin haadha Yesuusi
Waaqayyoofi Maariyaamiin waliif maali?
Gaafi armaan olii kanaaaf deebii kiristiyaanonni tokko tokko kenna argeen hedduu na raaje?
Deebiin isaanis "Waqayyoo fi Maariyaamiin waliif Haadha fi mucaa(ilma)" kan jedhuudha.
Gaafi gaafatame dhiisanii waan hin gaafataminiif dhiibee kennuun burjajessuu jedhama nutis akkana jennee irra deebinee akka isaan miciiruu hin dandeennetti gaaafii dhiheessinaaf.
A) Waaqayyo Abbaa Yesuusifi Abbaadha.
B) Maariyaamiin Yesuufis haadha.
Gaafii karaa tokkoon 👉 Waaqayyoon Abbaati fi Maariyaamiin waliif maali?
Gaafii karaa lammaaffaan:- Waaqayyoon Yesuusif abbaa ta'ee fi Maariyaamiin Yesuusif haadha taate maali waliif ta'u.
@Jemal89

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
IID MUBAARAK
عيد مبارك
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
عيد مبارك
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Gaabbii Yeroo malee
Guyyaa Qiyaamaa warri ibiddaa rakkoon ibidda jahannam isaan seensise waa lama akka ta'e ni dubbatu isaanis
Gorsa dhagahuu diduu fi aqlii isaanitti fayyadamuu dhabuu isaaniti.
Rabbii guddaan Qur'aana kabajamaa keessatti waa'ee isaanii akkana jedhee nuuf seenessa.
فَقَالُوا: ﴿لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ﴾
"Odoo kan dhageenyu yookiin kan xiinxallu taanee, silaa warra ibidda boba'aa keessaa hin taanu turre" jedhan" (suuratul Al-Mulk 67:10)
Ibnu kasiir keewwata tana akkanatti hiikan:-
فَقَالُوا: ﴿لَوْ كُنَّا نَسْمَعُ أَوْ نَعْقِلُ مَا كُنَّا فِي أَصْحَابِ السَّعِيرِ﴾ أَيْ: لَوْ كَانَتْ لَنَا عُقُولٌ نَنْتَفِعُ بِهَا أَوْ نَسْمَعُ مَا أَنْزَلَهُ اللَّهُ مِنَ الْحَقِّ، لَمَا كُنَّا عَلَى مَا كُنَّا عَلَيْهِ مِنَ الْكُفْرِ بِاللَّهِ وَالِاغْتِرَارِ بِهِ، وَلَكِنْ لَمْ يَكُنْ لَنَا فَهْمٌ نَعِي بِهِ مَا جَاءَتْ بِهِ الرُّسُلُ، وَلَا كَانَ لَنَا عَقْلٌ يُرْشِدُنَا إِلَى اتِّبَاعِهِمْ، قَالَ اللَّهُ تَعَالَى: ﴿فَاعْتَرَفُوا بِذَنْبِهِمْ فَسُحْقًا لأصْحَابِ السَّعِيرِ﴾
Osoo qalbii ittiin fayyadamnu qabaannee; takkaayuu haqa Rabbiin buuse dhageennee, silaa Rabbitti kafaruufi of daguu keessa hin turru ture, haa ta'u malee qalbii waan ergamtoonni nuttiin dhufan ittiin xiinxallinee hubannu hin qabnu ture. Sammuun isaan hordofuuf nu dandeessisus nuuf hin turre, Dilii isaaniis ni amanan Warra ibidda boba'aatiifis (rahmata Rabbii irraa) fagaachuun haa jiraatu! Ergamaan Rabbiitis SAW akkana jedhan
"لَا يَدْخُلُ أَحَدٌ النَّارَ، إِلَّا وَهُوَ يَعْلَمُ أَنَّ النَّارَ أَوْلَى بِهِ مِنَ الْجَنَّةِ
Namni tokkollee jannata caalaa akka ibiddi isaan malu hanga beekutti ibidda hin seenu.
Warra dhageettii fi qalbii qabutti har'a fayyadamee boru gaabbii jaalaa ba'u Rabbiin nu haa taasisu

Daandii milkaa'inaa.
dogoggora kee irraa yoo tawbatte, Yoo Allaahatti amante; hojii gaarii yoo hojjatte, milkaa'uun kee shakkii hin qabu.
Allaah'n ol ta'e akkana jedha:
فَأَمَّا مَن تَابَ وَءَامَنَ وَعَمِلَ صَٰلِحًا فَعَسَىٰٓ أَن يَكُونَ مِنَ ٱلْمُفْلِحِينَ
Namni tawbatee, [Rabbitti] amanee, gaarii hojjate milkaa’ota irraa ta’uun isaa mirkanaa’aadha.(Al-Qasas 28:67)

Sooma Guyyaa Aashuuraa'a
Guyyaan Aashuuraa ji'a muharram guyyaa kurnaffaadha( bor malee iftaan) qureeyshonnis guyyaa kana ni soomu turan ergamaan Rabbii ﷺ yeroo madiina godaanan guyyaa kana soomani namootas akka soomaniif ajajan. Osoo ji'a Ramadaanaa soomuun dirqama hin godhamin dura guyyaa kana soomuun dirqama ture. Sana booda sooma Ramadaanaa qofa soomuun dirqama godhamee Aashuuraan ammoo sunnaa abbaan fedhe soomee abbaan fedhe dhiisu ta'e.
Hadiisa Abdallaah Ibnu Abbaas (RA) gabaasan keessatti:-
حِينَ صَامَ رَسولُ اللهِ صَلَّى اللَّهُ عليه وسلَّمَ يَومَ عَاشُورَاءَ وَأَمَرَ بصِيَامِهِ قالوا: يا رَسولَ اللهِ، إنَّه يَوْمٌ تُعَظِّمُهُ اليَهُودُ وَالنَّصَارَى، فَقالَ رَسولُ اللهِ صَلَّى اللَّهُ عليه وسلَّمَ: فَإِذَا كانَ العَامُ المُقْبِلُ -إنْ شَاءَ اللَّهُ- صُمْنَا اليومَ التَّاسِعَ، قالَ: فَلَمْ يَأْتِ العَامُ المُقْبِلُ حتَّى تُوُفِّيَ رَسولُ اللهِ صَلَّى اللَّهُ عليه وسلَّمَ.
صحيح مسلم
الصفحة أو الرقم: 1134 |
Ergamaan Rabbii ﷺ yeroo isaan soomana Guyyaa Aashuuraa soomani sahaabotallee ajajan "Yaa ergamaa Rabbii guyyaan kun guyyaa yahuudonni fi kiristiyaanonni kabjani " jedhaniin.Ergamaan Allaah ﷺ Inshaa Allaah wagga dhufu guyyaa saglaffas ni soomna jedhaniin.waggaan sun osoo hin deebi'in ergamaan Rabbii ﷺ ganada Aakhiraa deeman. Jedha. Muslim lakk.1134
Guyyaan Aashuraa guyyaa Rabbiin Nabi Muusaa (As) fi hordoftoota isaanitiif injifannoo kennee fir'oownifi waranni isaa itti dhidhimanidha.Ergamaan Rabbii ﷺ yeroo isaan madiina galan Yahuudota guyya kana sooman arganii dhimma kana isaaniif himnaan ergamaan Rabbiis «نحْنُ أَولى بمُوسى منهم، فصُومُوه»،"Nutu muusatti irra aana kanaafuu soomaa " deebii jedhu kennaniif. guyyaan kun guyyaa injifannoo Muslimootati waan ta'eef guyya kana yaadachuun Rabbiin galteeffachuun barbaachisadha. dabalataanis ergamaan Rabbii hadiisa Sahiiha muslim keesaatti guyyaa Aashuuraa soomuun "dilii waaggoo dabartee namarraa harcaasa"jedhanii jiru.kanaafuu Namni Rabbiin isiniif laaffise guyyaa boritifi guyyaa iftaanii soomaa toltuu heddummeeffadha.

Qur'aanni soorata qalbiiti
Masiihiin (kiriistoosin) dhugaa qur'aana qofa keessatti argama.
مَّا ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِ ٱلرُّسُلُ وَأُمُّهُۥ صِدِّيقَةٌۖ كَانَا يَأْكُلَانِ ٱلطَّعَامَۗ ٱنظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ ٱلْءَايَٰتِ ثُمَّ ٱنظُرْ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti.Haati isaas akkaan dhugoomsituudha.Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan.Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali.(Al-Maa'idaa) 5:75)

Madda Qur'aanaa fi kaayyoo isaa
---------------------------------------------------------
Madda isaa
Qur'aanni kitaaba Rabbiin injifataan Nabiyyi isaa Muhammad ﷺ irratti buuse yoo ta'u;
kayyoon buufamiinsa isaas:-
Akka hayyama Rabbiitiin ergamaan isaa ﷺ ilma namaa dukkana kufrii irraa gara ifnana Islaamummaatti, gara karaa Rabbii injifataa, faarfamaa ta’eetti baasaniif buufame.
•Dukkana kufrii keessa gara ifnana Islaamaa
•Karaa sheyxaanni baase irraa gara karaa Rabbii injiftaa faarfamaa ta'eetti ba'uu caalaa wanti nama gammachiisu maali?
Subhanallaah!madda isaatifi kaayyoo isaas maaltu akkanatti bareeche!!
Kunoo Qur'aannni akkanatti of ibsa:-
الٓرۚ كِتَٰبٌ أَنزَلْنَٰهُ إِلَيْكَ لِتُخْرِجَ ٱلنَّاسَ مِنَ ٱلظُّلُمَٰتِ إِلَى ٱلنُّورِ بِإِذْنِ رَبِّهِمْ إِلَىٰ صِرَٰطِ ٱلْعَزِيزِ ٱلْحَمِيدِ
Alif Laam Raa(Inni) kitaaba akka ati nama hayyama Gooftaa isaanitiin dukkana (kufrii) irraa gara ifaa (Islaamaa), gara karaa (Rabbii) injifataa, faarfamaa ta’ee baaftuuf gara keetti buufneedha (Ibrahim 14:1)

Waadaa Rabbiin Islaamummaadhaaf seene.
===================================
Kewwatoonni Qur'aanaa Islaamummaan ifaa Rabbii akka ta'e nutti himu, ifaa Rabbii kanas warri kafaran afaanuma Isaanitiin dhaamsuu barbaadan jechuun shira gantoonni yaadan saaxilee nuuf addeessa. mee duula yeroo ammaa akka addunyaattis ta'ee akka biyyaatti miidiyaalee gurguddoo dabalatee miidiyaalee hawaasummaatiin Islaamummaa irratti kallatiinis haa ta'uu al kallattiin gaggeeffamu ilaali. :- "afaanuma isaanitiin ifaa Rabbii dhaamsuu barbaadu" barruu time Ebla 16/ 1979 ba'e irratti akka ibsametti . Islaamummaa maqaa balleessuuf jecha turtii waggoota 150 keessatti jechuunis (1800-1950)tti kiristiyaanota dhihaatiin kitaabileen kuma jahaatamaa (60,000) ol barreeffamanii jiru.kana jechuun osoo guyyaaf kan hirru taatee guyyatti kitaaba tokkotu Islaamummaa irratti barraaha jechuudha." Kitaaba Ustaaz Ahmaddiin Jabal «የሴቶች መብትና እኩልነት በኢስላምና በክርስትና » jedhu fuula 118 irraa kan fudhatameedha. Warri dhihaa Islaamummaa balleessuuf hangana ifaajanis bu'aan argame garuu faallaa kanaa ta'ee mul'ate. inumayyu Islaamummaan yeroo ammaa biyyoota kamuu caalaa biyyoota dhihaa keessatti haala malee babal'ataa jira. Kunis waadaa Rabbiin Qur'aanaa kabajamaa keesaatti seenetu fiixa bahe.gara fuulduraas ittuma fufa qur'aannni kabajamaan akkana jedha
{{يُرِيدُونَ أَن يُطْفِـُٔوا۟ نُورَ ٱللَّهِ بِأَفْوَٰهِهِمْ وَيَأْبَى ٱللَّهُ إِلَّآ أَن يُتِمَّ نُورَهُۥ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْكَٰفِرُونَ} هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ}}
Isaan (kaafiroonni) ifaa Rabbii afaanuma isaaniitiin dhaamsuu fedhu Oduma kaafirtoonni jibbanuu Rabbiin ifaa Isaa guutuu malee (fedhii isaanii) ni dida.Inni (Rabbiin) Isa odoma mushrikoonni jibbanuu, amantii hundarra ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelumaafi amantii haqaatiin ergeedha (At-Tawubaa 9:32-33)
Akkasumas suuraa biroo keessattis Allaah'n ol ta'e waada kana irra deebi'ee jabeesse nutti hima.
{{يُرِيدُونَ لِيُطْفِـُٔوا۟ نُورَ ٱللَّهِ بِأَفْوَٰهِهِمْ وَٱللَّهُ مُتِمُّ نُورِهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْكَٰفِرُونَ }هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ }}
"Ifa Rabbii afaan isaaniitiin balleessuu fedhu.Odoma kaafiroonni jibbaniiyyuu Rabbiin ifa Isaa ni guuta .Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii haqaatiin ergeedha(As-Saffi 61:8-9)
Eeyyeen Islaamummaan Yeroo hundaa injifataadha. Duulli kamuu ifaa Islaamummaa dhaamsuu hin danda'u.Islaamummaan Amntii dhuugaati dhugaan gonkumaa dharaan hin ijifatamtu Rabbiin guddaan akkan jedha:-
هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦۚ وَكَفَىٰ بِٱللَّهِ شَهِيدًا
Inni Isa ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii dhugaatiin, amantii hunda irratti ol isa taasisuuf jecha ergeedha.Ragaaf Rabbiin qofti ga’aadha.(Al-Fathi 48:28)
Eeyyeen "Ragaaf Rabbiin qofti ga’aadha".@Jemal89

Anaa fi Isa
Isa:-
Gaafiin obbollessii kenyaa Gaadan gaafatee kanan alaa kaminnii
1waaqaa meqaatu jiraa Jettee gaafattee mii Gedaa?
~ waaqaa tokkootu jiraa kunii shakkii hin qaabuu!!!
Akkii isiini yesusi fi abbaa gargar baasuuf yaalii godhartaan sirrii miti yoo dhugamaa macaafnii qulqulluuni isini qabattanii demartaan sirrii miti jechuuf taataan maalee!!!
Abbaanii fi yesus tokkoo jedhaa
Yohaannis wongel 10:30 irraattii
Ana
Ani fi abbaan tokko yaanni jedhuu Yesuusi fi Abbaan wantoota lama kan gara garaa akka ta'an agarsiisa. Yoo akkas hin taane bu'aan wal qabsiiftuu "fi" maali inni ree? moo macaafni keessan seer-lugaa afaaniitiif beekamtii hin kennu ammoo Yesuusimmaan asitti aniifi abbaan tokko jedhe kun iddoo biraatitti abbaan na caala jedhee jira. "Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, abbaan na caala'o.
Yohannis 14:28
Yesuusi fi abbaan tokko yoo ta'an , Yesuus waana gara abbaa dhaquuf jechuun isaa maal jechuudha. Yesuusitu gara yesuus dhaqaa jechuudha? abbaan na caala'o. Jechuun hoo maal jechuudha Yesuusitu Yesuusin caala jechuudha?
Isa
Nagaan waaqayyoo keenyaa hunduma keessaniif haa baayyatuu.
Yaada baayyee bareeddaa irratti mari'ataa jirtanii jabaadhaa waaqayyo isiniif haa ibsuu.
W.yohaannis 10:30 irratti "Abbaafi ani tokko "kun tokkumaa qaamaa akka hin taane beekkamaadha. sababni isaas isumatu ykn yesuusimatu iddoo biraatti akkas jedheera:
Yohaannis 17:22 asirratti tokkumaa qaamaa akka hin taane ifaadha. kanaafuu tokkumaan Abbaafi ilmi qaban tokkumaa hafuuraati jechuudha.
Ana
Tokkummaa hafuuraa yoo jettu maal jechuu barbaaddeti?
Isa
1, Hafuurri qulqulluun eenyu?
Yohaannis 14:17
1 yohaannis 4:6
1 qorontoos 2:11
Akka yaada eertuu kanaatti, hafuurri nama keessa jiru yaada nama sanaa akkuma beeku, hafuurri waaqayyoo keessa jirus, yaada waaqaa beeka jechuudha.
Zakkaariyaas 12:1
Roomee 8:16
Yohaannis 14:20
Yohaannis 17:23
Yohaannis 14:17
Kanaaf hafuura dhugaa gaafa beekne kiristoos keessa jiraachuu keennatu hubatama jechuudha.
1 yohaannis 4:13
Yohaannis 3:34;35
Abbaan hafuura isaa safara malee ilma isaatiif kenne, ilmi isaa immoo hafuura ofii isaa irraa nuuf kenne.
Ana
Hafuurri maali inni ?
Mee hiika hafuuraa nuuf himi dura
Isa
Hafuurri Qulqulluun hafuura Waaqayyoon keessaa bayyee/maddee karaa Yesuusiitiin namaaf kennamuudha.(Yohaannis 15:26 fi Hojii ergamootaa 2:33) dubbisaa.
Ana
Ahaa!! akkasii kanaafuu hafuura waaqayyoon keessaa ba'etu yesuusiin keessa seene jechaa jirtaa? Ergasii ammoo Yesuusin keessaa ba'ee isin keesse seene? Hafuurri Qulqulluun waaqayyoon kessaa ba'e kuni maali? Inni Uumaa moo uumama? Yoo uumaa jette Uuma tokkotu uumaa biraa keessa ba'e jechuudhaa? Yoo deebiin kee eenyeen kan jedhu ta'e uumaan lamatu jira jechuudha. Kun ammoo keewwatoota baaybilii uumaan tokko qofa ta'uu barsiisan ganuudha.yoo uumamatu waaqayyoon keessaa bahe jette ammoo waaqayyoon keessa uumamatu jiraata ture jechuudhaa? Akkas taatu waaqayyoo togoggoo uumamni keessa qubatu nuun jedhi kaa. Waaqni waa keessa ba'us kan waa isa keessa ba'u waaqa ta'uu hin danda'u.
Isa
Obboleessa koo hin dogongorin waa'een waaqummaa sammuu cubbuun kufe kanaan ibsamuu hin danda'uu.
Mee waaqummaa sirna uumamaa keessatti haa lilaalluu.
S, uumamaa 1:1-
Ibroota 1: 2
1 qorontoos 8:6
Qolaasiyaas 1:15,16
S, uumamaa 1:26-27
Fakkeenna 30:4
Faarfannaa 2:2
Hojii ergamootaa 10:38
Hojii ergamootaa 2:36
Nama biyyee lafaarraa tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatiin itti baafatee innis nama jiraataa ta'e. Iddoo kanatti akka inni jiraatu kan taasise hafuura jireenyaa waaqayyoo keessa bahee gara isaatti seene sani
Jaalanus jibbinus adhallee kan hunda keennaa nu jiraachiseeru hafuuruma sani.
Ana
Lakki hin doggorin waaqni waa keessaa ba'uufi waa isa keessaa ba'an kan waa uume hin jiru.kuni waaqa falaasama Giriik-roomaa irraa sammuu namaatiin uumame malee waaqa sammuu qulqulluu dhugaafi dhara addaan baaftee beektu tana uumuu danda'uu miti.

Nuti sammuu keenna kan waaqa dhugaatifi dhaara ittiin addaan baafannu yoo hin taane gara garummaan sammuufi miila maali ree? Erga sammuun waaqa dhugaafi dharaa addaan namaa baasufi bu'aa hin qabaanne ati maali dhagaafi muka waaqeffattee sammuu cubbuun xuraa'een waaqa madaaluun hin danda'amu gowwoomsa jedhu hin fayyadamtu?
Isa
Jamaal
Waaqayyoon kan arge tokkollee hin jiru ilma isaa isa bobaasaa biraa dhufetuu abbaasaa nuuf ibse malee. Sammuun namaa yeroo ammaa sababbii cubbuutiin madaala isaa gad dhiiseera.
kanaaf sammuu keenna keessaa kalaquun inni akkana ta'uu qaba yookiin akkas ta'uu qaba jechuu in dandeenyuu garuu wanti nuti dandeennu tokko jira hamma inni ofiisaa ittiin nuuf ibseen isa beekuu.
Ana
Ati Baaybili waan dubbiste hin fakkaattu waaqa Macaafa qulqulluu namoota heddutu arge fakkeenyaaf Yaqob argeera inumaayyu halkan guutuu fal'aansoo waliin qabaa bule. Museen dugda waaqayyoo argee jira.Israa'eloonnis arganii jiru.Isaayyas argee jira.Waaqayyoon Baaybilii nama heddutti of agarsiisee jira.
Waa tokko irratti siin waliif gala.Waaqayyoon akkana ta'uu qaba akkas ta'uu hin qabu jennee nuti waaqayyoof hin murteessinu yaani jedhu sirriidha. Garuu Baaybiliin Macaafa seenaa namoonni eenyummaan isaanii hin beekamne barreesaan waan ta'eef waaqayyo baaybilii keessatti of ibsee jira jennee jechoota dogoggoraa namoonni hin beekamne barreessaniin waaqa ibsuun sirrii miti.
Isa
Gaafii tokko si gaafadhuu?
Macaafni qulqulluun yaada fooniif dhiigaatiin (yaada namaatiin) baarra'eera jettee amntaa?
Deebiisaa sirritti itti yaadii naaf deebisi.
Araara waaqaatiin boru in haasofnaa.
Halkan gaarii abjuu gaarii siif hawweraa nagaan bulii.
Ana
Eeyyeen Baabiliin Yaada namaa qofaan barraahe inumaayyu waarri macaafota baaybilii keesaatti argaman barreessan hedduun gara fuulduraatti Macaafa amantaa ta'a jedhanii yaadaniiyyuu hin beekan. Warroota afurtamaa ol baaybilii barreessan keessa tokkoon isaas kan gaggeesa hafuura qulqulluutiin barreesse jedhee dubbate hin jiru. Baabiliin akkuma macaafota seenaa kamiituu Macaafa seenaa kan dhugaafi dhara waan sirriifi doggora of keessaa qabuudha.
Dabalataanis Macaafonni Baaybilii keessatti argama hedduun eennyufi eessatti yoom akka barreeffaman wanti qabatamaan beekamu tokkos hin jiru. Macaafa seerota shan dabalatee wangeelonni afranis eennuun akka barraahe yoomifi eessatti akka barraahe wati qabatamaan beekamu tokko hin jiru. Seenaan baaybilii hundi tilaama ta'uu hin ooluu bira hin dabartu.macaafni akkanaa madda amantaa ta'uun kufaatii guddaadha.

Fannifamuun Yesuus bu'aa buusee?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Akka kiristiyaanonni amananitti yakki Addamifi hewaan dalagan akka abaaraman isaan taasisee abaarsi kun ammoo dhala isaanitittis daddarbe jedhanii amanu.Waaqni Baaybilii firee mukaa nyaatamteef jedhee Hewaaniin abaarsa armaan gadii kana hunda itti roobse:-
•Yeroo isiin ulfuuftu rakkina itti baay'isuu
• Ciniinsuudhaan akka deessu taasisuu
• san booda abbaa mana isii akka hawwitu gochuu(haati manaa abbaa manaa hawwuunis(jaalachuunis) abaarsa ta'uu isaati)
•Abbaa manaa jalatti buluu( abbaa manaatiif gabrittii ta'uu)
Kunoo "Sagaleen waaqayyoo" warra kiristiyaanaa akkana jedha:-
"Dubartittiidhaan immoo, “Yeroo ati ulfooftutti ani rakkina kee guddaa nan baay'isa; ciniinsuudhaanis mucaa in deessa; kana keessaa immoo abbaa manaa kee in hawwita, innis aboo si irratti in qabaata” jedhe. (Uumama 3:16)
Waaqayyoon kiristiyaanotaa Addamiinis abaarsa armaan gadii kana itti dhangalaase:-
• Sababa isaatiif lafti abaaramtuu ta'uu(akka waan lafti firee mukichaa nyaattee)
• dadhabee(ifaajee) akka nyaatu( ifaajanii nyaachuun abaarsa ta'uu isaati!).
•lafti qoraattiidhaa fi baalaanwaraante akka itti biqilchitu
• innis waan lafaa biliqilu akka nyaatu.
• akka inni biyyoo ta'u
• Dhama'ee akka buddeena nyaatu(abaarsatu jalaa dhume fakkaata yaaduma wal fakkaataa irra deddeebi'a)
Egaa waaqayyoon kiristiyaanonni " inni jaalala" nuun jedhan akkanatti abaarsa Rooba kunoo dubbifadhaa
"Waaqayyo amma immoo namichaan, “Ati dubbii haadha manaa keetii waan dhageesseef, ija mukichaa isa ani ‘Hin nyaatin!’ jedhee si abboomes waan nyaatteef, lafti sababii keetiif abaaramaa in ta'a; atis bara jireenya kee hundumaatti
itti dadhabdee isa irraa in nyaatta.
Inni qoraattiidhaa fi
baalaanwaraantee
siif in biqilcha, atis biqila lafaa in nyaatta. Ati biyyoo dha, deebitees biyyoo in taata; ati biyyoo lafaattii waan kutamteef gara isaatti hamma deebituttis,
dhamaatee dafqitee buddeena in nyaatta” jedhe. (Uumama 3:17-19)
Egaa akka kiristiyaanonni nuun jedhanitti kaayyoon Yesuus dhufee fannifameef keessaa tokko abaarsa armaan olitti waaqni Addaamiifi heewanitti roobse kana hanbisuudha. garuu abaarsi kun hafeeraa?
1) Dobartoonni Yeroo ulfaa cinqamuun hafee?
2) Yeroo ulfaa ciniinsuun da'uun hafee?
3) saba booda dubartoonni abbaa manaa isaanii hawwuu dhiisanii?
4) Dubartoonni abbaa manaa jalatti buluun hafee?
6) Dachiin qoraattiidhaa fi
baalaanwaraantee baasuu dhiiftee?
7) Namni ifaajee nyaachuun hafee?
8) namni du'ee biyyetti deebi'uun hafee?
Abaarsa isin jettan kanniin keessa kan " fannoo yesuusii isa jettan saniin hafe isa kamni? bu'aan fannifamuu yesuusin argame maali? Kun kan agarsiisu seenaan fayyinaa fannoo yesuusin wal-qabatu seenaa bu'uura hin qabne ta'uu isaati.osoo dhugaa ta'ee wantoonni kunniin mirkanaa'uu ture.
Fannifanuun Yesuus kan abaarsa biyya lafaa sirraa hin habmbisin abaarsa biyya du'aan booda jalaa gonkumaa si fayyisuu hin danda'uu osoo lafti sitti hin dhihin yeromaan fala laalladhu.
Qopheessaan Jamaal kadiir.