Nabiyyiin Jalqabaa eennu?
Anonymous Quiz
29%
Nabi Nuuh (As)
62%
Nabi Aadam (As)
10%
Nabi Muhammad (SAW)
0%
Nabi Idriis (As)
Kushuu'a
⏺ @Jemal89
Kushuu'ini Ruuhiifi qalbii salaatati,Namni kushuu'a malee salaatu salaanni itti ulfaatti, kushuu'ini amala Mu'imintoota milkaa'oti.
⏺ @Jemal89
Soomanni Ramadaanaa yoom dirqama ta'e
Anonymous Quiz
17%
Hijraa dura waaggaa 2ffaa
17%
Hijraa booda waggaa 6ffaa
50%
Hirjraa booda waggaa 2ffaa
17%
Hijraa booda ji'a 6ffaa
ISLAAMUMMAA AMANTAA NABIYYOOTA HUNDAATI
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin
Islaamummaan Amantaa Nuuh (As) ittiin dhufe
Yunus 10:71
وَٱتْلُ عَلَيْهِمْ نَبَأَ نُوحٍ إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِۦ يَٰقَوْمِ إِن كَانَ كَبُرَ عَلَيْكُم مَّقَامِى وَتَذْكِيرِى بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ فَعَلَى ٱللَّهِ تَوَكَّلْتُ فَأَجْمِعُوٓا۟ أَمْرَكُمْ وَشُرَكَآءَكُمْ ثُمَّ لَا يَكُنْ أَمْرُكُمْ عَلَيْكُمْ غُمَّةً ثُمَّ ٱقْضُوٓا۟ إِلَىَّ وَلَا تُنظِرُونِ
Oduu Nuuh isaan irratti dubbisi Yeroo inni ummata isaatiin “yaa ummata kiyya! Yoo (isin waliin) turuun kiyyaafi keeyyattoota Rabbiitiin (isin) yaadachiisuun kiyya isinitti guddate, ani Rabbi irratti hirkadhee, tooftaa keessaniifi isaan Rabbii waliin gabbartani walitti qabadhaa; ergasii dharti keessan isin irraa dhokataa hin ta’in; ergasii yeroo naaf hin kenninaatii narratti raawwadhaa”jedhe.
Yuunus 10:72
فَإِن تَوَلَّيْتُمْ فَمَا سَأَلْتُكُم مِّنْ أَجْرٍۖ إِنْ أَجْرِىَ إِلَّا عَلَى ٱللَّهِۖ وَأُمِرْتُ أَنْ أَكُونَ مِنَ ٱلْمُسْلِمِينَ
“Yoo gara galtan, mindaa homaatuu isin hin gaafadhu Mindaan kiyya Rabbi irratti malee hin taane Ani Muslimtoota irraa ta’uuttiin ajajame.”
Keewwanni armaan olii Kun Nabi Nuuh (As) Muslima akka turan nuuf mirkaneessa
Islaamummaan Amantaa Ibraahiim (As) ittiin dhufe
Al-Baqaraa 2:127
وَإِذْ يَرْفَعُ إِبْرَٰهِۦمُ ٱلْقَوَاعِدَ مِنَ ٱلْبَيْتِ وَإِسْمَٰعِيلُ رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلسَّمِيعُ ٱلْعَلِيمُ
Yeroo Ibraahiimiifi Ismaa’iil "Yaa Rabbi Ati dhagahaa beekaa dhaa! nurraa qeebali" jedhaa; bu’uura manaa (Ka’abaa) ol fuudhan (ummataaf himi).
Al-Baqaraa 2:128
رَبَّنَا وَٱجْعَلْنَا مُسْلِمَيْنِ لَكَ وَمِن ذُرِّيَّتِنَآ أُمَّةً مُّسْلِمَةً لَّكَ وَأَرِنَا مَنَاسِكَنَا وَتُبْ عَلَيْنَآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلتَّوَّابُ ٱلرَّحِيمُ
"Gooftaa keenya! Nu lamaanuu Siif ajajamtoota nu taasisi; sanyii keenya irraas ummata Siif ajajamtoota (taasisi)‘Manaasika’ keenyas (sirnoota hajjiifi umraah irratti raawwachuu qabnus) nutti agarsiisiTawbaa keenyas nurraa qeebali Dhugumatti, Ati Situ akkaan tawbaa qeebalaa, akkaan rahmata godhaadha.
Al-Baqaraa 2:129
رَبَّنَا وَٱبْعَثْ فِيهِمْ رَسُولًا مِّنْهُمْ يَتْلُوا۟ عَلَيْهِمْ ءَايَٰتِكَ وَيُعَلِّمُهُمُ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْحِكْمَةَ وَيُزَكِّيهِمْۚ إِنَّكَ أَنتَ ٱلْعَزِيزُ ٱلْحَكِيمُ
Gooftaa keenya! Ergamaa isaan irraa ta’e kan keeyyattoota kee isaan irratti qara’u, kan kitaabaafi ogummaa isaan barsiisee isaanis qulqulleessu isaan keessatti ergi Dhugumatti, Ati Situ akkaan injifataa, ogeessa."
Al-Baqaraa 2:130
وَمَن يَرْغَبُ عَن مِّلَّةِ إِبْرَٰهِۦمَ إِلَّا مَن سَفِهَ نَفْسَهُۥۚ وَلَقَدِ ٱصْطَفَيْنَٰهُ فِى ٱلدُّنْيَاۖ وَإِنَّهُۥ فِى ٱلْءَاخِرَةِ لَمِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ
Sila nama lubbuu isaa gowwoomse malee namni amantii Ibraahiim irraa gara galu ni jiraa? addunyaa keessattis isa filannee jirra; dhugumatti, inni Aakhiraa keessattis warra gaggaarii irraayyi.
Al-Baqaraa 2:131
إِذْ قَالَ لَهُۥ رَبُّهُۥٓ أَسْلِمْۖ قَالَ أَسْلَمْتُ لِرَبِّ ٱلْعَٰلَمِينَ
Yeroo Gooftaan isaa "(Rabbiin jala) butami" isaan jennaan, [Inni] "Gooftaa aalamaa jala butameera" jedhe [yaadadhu].
Al-Baqaraa 2:132
وَوَصَّىٰ بِهَآ إِبْرَٰهِۦمُ بَنِيهِ وَيَعْقُوبُ يَٰبَنِىَّ إِنَّ ٱللَّهَ ٱصْطَفَىٰ لَكُمُ ٱلدِّينَ فَلَا تَمُوتُنَّ إِلَّا وَأَنتُم مُّسْلِمُونَ
Ibraahiim ilmaan isaatiif ishee (Islaamummaa) dhaamee ture; Ya’aquubiis (sanuma dhaame); "Yaa ilmaan kiyya! Dhugumatti, Rabbiin amantii isiniif filee jiraa Muslimoota taatanii malee hin du’inaa" (jedhe).
Keewwattoota dabrsine kanniin irraa ammoo Wanti hubannu Rabbiin Nabi Ibraahiimiin akka Muslima ta'uuf "أسلم" Aslim" (Islaamayi/Muslima ta'i/naa jala butami) jennaanin Ibraahiim (As) ammoo "أسلمت" Aslamtu" Islaamaye jechuun akka deebise hubanna Nabi Ibraahiim of qofaaf Islaamaye hin dhiifne Ilmaan isaatifi akka Islaamummaan jiraatan dhaamefi jira
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir

3ffaa:- LEYLATUL-QADRI.
ثالثًا: ليلة القَدْرِ ،
فَضْلُها، وما يُشرَعُ فيها، ووقتُها
1- فَضلُ ليلةِ القَدْرِ
- أُنزِلَ فيها القُرآنُ.
- يقَدِّرُ اللهُ سبحانه وتعالى فيها كُلَّ ما هو كائنٌ في السَّنَةِ.
- أنَّها ليلةٌ مُباركةٌ.
- العبادةُ فيها تَفضُلُ العبادةَ في ألفِ شَهْرٍ.
- ينزِلُ فيها جبريلُ والملائكةُ بالخَيرِ والبَرَكةِ.
- ليلةُ القَدرِ سَلَامٌ.
Sadarkaa leylatul qadrii,waan isii keessaa hojjatamuu qabaniifi yeroo isii.
1. Sadarkaa leylatul-qadrii
• Qur'aanni isii keessa buufame
• Taatewwaan waggaa dhufu keessatti raawwatamtu hunda Rabbiin isii keessa murteessa.
• Isiin halkan baraka qabeettidha.
• Ibaadaan isii keessa dalagan ibaadaa ji'a kuma tokkoo( 1000) irra caalti.
• Isii keessaa Jibriilifi Malaa'ikoonni toltuufi barakaan bu'an.
• Leylatul qadri halkan nagayaati.
2- ما يُشرَعُ في ليلةِ القَدْرِ
- القيامُ
Wantoota halkan Leylatul qadrii keessaa hojjatamuu qaban:-
• dhaabachuu
Halkan tana keessaa dhaabbatanii salaatuun karaa taasifamaadha.
• I'itikaafa
Ergamaan Rabbii (SAW) leylatul-qadriin barbaaduuf jecha bultii ramadaanaa kurnan boodaa ibaadatti halanyaayanii madsjiida keessa taa'u turan.
• Du'aa'ii
Halkan tana keessaa du'aa'ii kadhachuun Rabbii ol ta'etti dhihaachuun karaa taasifamaadha( tumamee) jira.
• Dalagaa gaarii
Halkan tana keessaa dalagaalee gaggaarii dalaguun; ajajoota rabbii raawwachuun karaa taasifamaadha.
3 - وقتُ ليلةِ القَدْرِ وعلامَتُها
- وقتُ ليلةِ القَدْرِ
ليلةُ القَدْرِ في العَشْرِ الأواخِرِ من رَمَضانَ، وهي في الأوتارِ أقرَبُ مِنَ الأشفاعِ، وهو ما ذهَبَ إليه الشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولٌ للمالكِيَّة، واختاره ابنُ تَيميَّةَ، والصَّنعانيُّ، وابنُ باز، وابنُ عُثَيمين.
3. Yeroo leylatul-qadriitifi mallattoo isii.
Yeroo leylatul-qadrii
Halkan leylatul qadrii bultii kurnan boodaa ramadaanaa keessatti tan argamtu yoo ta'u halkanoota guutuu caalaa halkanoota qarii( maangoo) keessatti argamutti irra dhihoodha.yaannii kun yaada mazhaba shaafiyyaa,fi hanaabilaati.warri maalikiyyaa yaada kana deeggaranis ni jiru. Ibnu teymiyyaa,sana'aanii, ibnu baazifi ibnu Useyminiinis yaada kana filatan.
- هل ليلةُ القَدرِ تتنقَّلُ أم هي ثابتةٌ؟
لا تختَصُّ ليلةُ القَدرِ بليلةٍ مُعَيَّنةٍ في جميعِ الأعوامِ، بل تتنقَّلُ في ليالي العَشْرِ الأواخِرِ مِن رَمَضانَ، وهو مَذهَبُ الجُمهورِ: المالكِيَّة، والشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولُ أكثَرِ أهلِ العِلمِ.
- بقاءُ ليلةِ القَدرِ
ليلةُ القدْرِ موجودةٌ لم تُرفَعْ، وباقيةٌ إلى يومِ القِيامة؛ نقَل الإجماعَ على ذلك: النوويُّ.
• Waarinsa( itti fufiinsa) leylatul-qadrii
Leylatul-qadri argamtuudha(ni jirti) ol hin fuudhamne.hanga guyyaa qiyaamatti waartudha(jiraattudha) dhimma kana irratti hayyoonni Islaamaa walii galtee akka qaban Nawaawiin gabaasanii jiru.
- علامةُ ليلةِ القَدرِ
من علاماتِ ليلةِ القدْر أنَّ الشَّمسَ تَطلُعُ في صَبيحَتِها صافيةً، ليس لها شُعاعٌ.
• Mallattoo leylatul-qadrii.
Mallattoolee leylatul-qadrii keessaa tokko aduun barii isii qulqulluu, faca'iinsa ifnanaa hin qabne taatee bahuudha.

يُشرَعُ في هذه الليلةِ الشَّريفةِ قيامُ لَيلِها بالصَّلاةِ.
- الاعتكافُ
يُشرَعُ في ليلةِ القَدرِ الاعتكافُ؛ فقد كان رسولُ الله صلَّى اللهُ عليه وسلَّم يعتكِفُ في العَشْرِ الأواخِرِ؛ التماسًا للَيلةِ القَدرِ.
- الدُّعاءُ
يُشرَعُ الدُّعاءُ فيها، والتقَرُّبُ به إلى اللهِ تبارك وتعالى.
- العَمَلُ الصَّالِحُ
يُشرعُ عملُ الصالحاتِ، وفعلُ الطاعاتِ في هذه الليلةِ.
Wantoota halkan Leylatul qadrii keessaa hojjatamuu qaban:-
• dhaabachuu
Halkan tana keessaa dhaabbatanii salaatuun karaa taasifamaadha.
• I'itikaafa
Ergamaan Rabbii (SAW) leylatul-qadriin barbaaduuf jecha bultii ramadaanaa kurnan boodaa ibaadatti halanyaayanii madsjiida keessa taa'u turan.
• Du'aa'ii
Halkan tana keessaa du'aa'ii kadhachuun Rabbii ol ta'etti dhihaachuun karaa taasifamaadha( tumamee) jira.
• Dalagaa gaarii
Halkan tana keessaa dalagaalee gaggaarii dalaguun; ajajoota rabbii raawwachuun karaa taasifamaadha.
3 - وقتُ ليلةِ القَدْرِ وعلامَتُها
- وقتُ ليلةِ القَدْرِ
ليلةُ القَدْرِ في العَشْرِ الأواخِرِ من رَمَضانَ، وهي في الأوتارِ أقرَبُ مِنَ الأشفاعِ، وهو ما ذهَبَ إليه الشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولٌ للمالكِيَّة، واختاره ابنُ تَيميَّةَ، والصَّنعانيُّ، وابنُ باز، وابنُ عُثَيمين.
3. Yeroo leylatul-qadriitifi mallattoo isii.
Yeroo leylatul-qadrii
Halkan leylatul qadrii bultii kurnan boodaa ramadaanaa keessatti tan argamtu yoo ta'u halkanoota guutuu caalaa halkanoota qarii( maangoo) keessatti argamutti irra dhihoodha.yaannii kun yaada mazhaba shaafiyyaa,fi hanaabilaati.warri maalikiyyaa yaada kana deeggaranis ni jiru. Ibnu teymiyyaa,sana'aanii, ibnu baazifi ibnu Useyminiinis yaada kana filatan.
- هل ليلةُ القَدرِ تتنقَّلُ أم هي ثابتةٌ؟
لا تختَصُّ ليلةُ القَدرِ بليلةٍ مُعَيَّنةٍ في جميعِ الأعوامِ، بل تتنقَّلُ في ليالي العَشْرِ الأواخِرِ مِن رَمَضانَ، وهو مَذهَبُ الجُمهورِ: المالكِيَّة، والشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولُ أكثَرِ أهلِ العِلمِ.
- بقاءُ ليلةِ القَدرِ
ليلةُ القدْرِ موجودةٌ لم تُرفَعْ، وباقيةٌ إلى يومِ القِيامة؛ نقَل الإجماعَ على ذلك: النوويُّ.
• Waarinsa( itti fufiinsa) leylatul-qadrii
Leylatul-qadri argamtuudha(ni jirti) ol hin fuudhamne.hanga guyyaa qiyaamatti waartudha(jiraattudha) dhimma kana irratti hayyoonni Islaamaa walii galtee akka qaban Nawaawiin gabaasanii jiru.
- علامةُ ليلةِ القَدرِ
من علاماتِ ليلةِ القدْر أنَّ الشَّمسَ تَطلُعُ في صَبيحَتِها صافيةً، ليس لها شُعاعٌ.
• Mallattoo leylatul-qadrii.
Mallattoolee leylatul-qadrii keessaa tokko aduun barii isii qulqulluu, faca'iinsa ifnanaa hin qabne taatee bahuudha.
⏺ @Jemal89
Nabiyyiin Keenna Muhammad(ﷺ) Ramadaana meeqa sooman
Anonymous Quiz
28%
Ramadaana shan(5)
10%
Ramadaana saddeet(8)
7%
Ramadaan sadih( 3)
55%
Ramadaana sagal ( 9 )
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan"Allaahafi malaa'ikoonni isaatis warra obboroo obboreeffatan irratti salawaata¹ buusan.
___
¹ Salawaanni Rabbiin irraa rahmata yoo ta'u malaa'ikoota irraa ammoo araarama.

Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan "Jannata keessa balbala Rayyaan jedhamtutu jira guyyaa qiyaamaa warra soomutu isiin seena. isaan malee namni biraa tokkos isii hin seenu.
📔Sahiiha bukaarii Lakk.1896, Sahiiha Muslim Lakk.1152
⏹ @Jemal89

Ibaadaan halkan leylatul-qadrii keessaa dalagan ibaadaa ji'oota kuma tokko (1000) irra caalti.
halkan leylatul-qadri keessatti kajeelamu keessaa tokko halkan edanaati.kanaafuu Halkan kana ibaadaa irratti haa jabaannuu

Soomanni Ramadaana Roga (Ruknii) Islaamummaa isa meeqaffaadha?
Anonymous Quiz
16%
Tokkoffaadha (1ffaa)
24%
Sadaffaadha (3ffaa)
12%
Lammaffaadha (2ffaa)
48%
Afraffaadha (4ffaa)
Soomanni fuula achi deeffatee guyyaa muraasa qofatu hafe, guyyoota dabran keessatti yoo of dagattee waan dalaguu qabdu hin dalagin abdii hin muratin.ammumma irraa fuula kee gara rabbii deebisi tultutti marxifadhu. Dalagaan kan laalamtu booda waan ta'eef Rabbiin warra ganama irraa jalqabee ifaaje waliin si milkeessuun ni mala. Sun kan kajeelamu garuu yoo tawbaa qulqulluu tawbattee qaamaa qalbiin gara Rabbii deebitee guyyoota hafan tultuu irratti cichiteedha.
⏹ @Jemal89
Keenna uumaan hin du'u
Du'aa kan uume isa
Akkamiin ofii du'ee
uumaan nama fayyisa?!
Kan dachii tana uumee
Dhisaa malee diriirse
Kan samii ol fageessee
Utubaa malee dhise
Halkan ji'a nuuf baasee
Guyyaa aduu nuuf ibse
Sammuu yaadu nuuf kennee
Beellada nu caalchise
Uumaa fakkii hin qabne
Namni akkam fannisa
Yeroo diinni fannisu
Innis ima cal'isa?!
"Nuuf jedhee fannifame"
Eega kan nuun jettanii
Mee gaafii kenna kaan
Deebiin keessaan maalinni?!
Osoo hin fannifamne
Araaramuun danda'uu?
Hanga diina isaatiin
Salphifameetiin du'u
Kan yakkameeyyu isaa eennuuf gatii kafala
Ofumaa yakkameetin
Ofumaa wareegamee araaramuun ni malaa?!
Ammoo guyyaa sadaffaa
Awwaalaa ba'e jettu
Qaamni nama jaalatu
Wareegama kafale
Deebi'ee hin fudhatuu
Maali ree du'aa ka'uun
Waaqni keessaan gaabbetuu?!
"Yakka ani hojjadheef
Uumaan koo fannifame"
Yakka keenna nuuf dhiisuuf
Waaqani nuuf wareegame!!
Jedhee sammuu akkamtu
Amaneetiin fudhata?!
Wallaalli kana caalu
Kan biraa jiraa laata?!
QopheessaanJamaal kadiir
@Jemal89
Halkan leylatul Qadri keessatti kajeelamtu keessaa takka halkan tana.
toluun halkan leylatul qadrii keessaa dalagan toltuu ji'a kuma tokkoo irra caalti. kan jechuun namni halkan leylatul qadrii takkatti keessa Qur'aaana qara'e, zikrii godhe salaata salaate, sadaqaa sadaqate,......nama halkan kuma dhibba sidihiifi kama jahaatama (360,000 ) ol toltuu akkanaa dalage caalaa Rabbiin biraa mindaa argata jechuudha.kanaafuu of hin dagatin.
⏹ @Jemal89
Obboroo Xumura Ramadaana bara kanaa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Nuti Muslimoonni Sochiin jireenya keennaa hundi ibaadadha soomana qofa osoo hin taane nyaannis Ergamaan Rabbii (SAW) "Obboreeffadhaa obboreeffachuu keessa barakatu jiraa" jedhaniiru akkasumas Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan"Allaahafi malaa'ikoonni isaatis warra obboroo obboreeffatan irratti salawaata¹ buusan. Jechuun Suhuura (obboroo) nyaachuun hangam bu'aa akka qabu nuuf himanii jiru.
√ Ramadaana baranaatif obboroon edanaa tun obboroo xumuraati.
√Ramadaana baranaatiif Soomanni guyyaa boruu sooma xumuraati
Kanaafuu Yoo soomana keenna dabarsine seera isaa guunnee soomuu baannes isa boruu kana of eeggannoon haa soomnuu ergamaa Rabbii (SAW) "Dalagaan kan ilaalamtu xumura isiiti" jedhanii jiru tarii xumura tolchuu keetiin Rabbiin siif mararfatee jalaqabaaf xumura soomana keetiis sirraa qeebaluun ni malaa.
YAA ALLAAH!! Somana keenna Nurraa qeebali
YAA Allaah!! Wagga dhufu nama deebi'u nu taasisi
Aamiin Allaahumma Aamiiiin

•IID MUBAARAK
•عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال

Wanti hunduu iddoo isaatitti deebi'ee jira.
• Shexaanni gadi dhiifameera.
•warri Ramadaanni seennaan Soomana eegale soomana xumureera.
• Sijaadaan dachaafameera.
• Qur'aanni cufameera.
• Jama'aan masjiidaa duraan gutee alatti wal yaase hafee masjiidni saffaa tokkoo lamatti deebi'eera.
•Warri Cubbuu mu'eeffate cubbuu isaa deebi'ee dhandhamuu eegaleera.
•Yoo majiida seentu namootuma osoo Ramadaanni hin deebi'in gara masjiidaa deddeebi'an malee namoota haarawa hin argitu.....
•Namoonni Ramadaana keessaa waan jijjiiraman fakkaatan Ramadaanni baanaan jijjiirama waakkatan!!.
Waggaa walitti deebina jedhanii salaata,Soomana, Quraanafi gara masjiidaa deddeebi'u nagaya itti dhaamatan.
Wanti hunduu bakka dur turetti deebi'eera!!.....Yaa Allaah ati akka fincaan gaalaa of jala gara galuu nuuf didi.

"አምላክ"ጥሎ መሸሽ ወይስ ጫማ ጥሎ መሸሽ ነው የበለጠ የሚገርመው?!
==================================
ከሙስልሞች የተወሰኑ ሰዎች ጫማቸውን ጥሎ ስለ ሸሹ ለምን ይገርማችዋል?! የኢየሱስ ደቀመዝሙርት ኢየሱስን ጥሎ አልሸሹም ወይ?!! "⁵⁵ በዚያን ጊዜ ኢየሱስ ሕዝቡን እንዲህ አላቸው፤ “ወንበዴ እንደሚይዝ ሰው ሰይፍና ዱላ ይዛችሁ ልትይዙኝ መጣችሁ? በየዕለቱ በቤተ መቅደስ ተቀምጬ ሳስተምር አልያዛችሁኝም ነበር፤
⁵⁶ ነገር ግን ይህ ሁሉ የሆነው ነቢያት በቅዱሳት መጻሕፍት የተናገሩት ይፈጸም ዘንድ ነው።” በዚያን ጊዜ ደቀ መዛሙርቱ ሁሉ ጥለውት ሸሹ።(ማቴዎስ 26፣55-56)
እንደ አረኣያ የሚያዩት ደቀመዝሙሮች "አምላካቸውን" ጥሎ እንደ ሸሹ እያወቁ ጫማ ጥሎ የሸሹ ሰዎችን ስንቁ ይገርማል።
• በነገራችን ላይ የዛሬ ክስተት እነሱ ላይ ብከሰት ታቦታቸውን ጥሎ እንደሚሸሹ ምንም ጥርጥር የለውም።