RAMADAANA KEESSA QAAMNI AKKAMITTI SOOMA
|▬▬▬▬▬▬●●●▬▬▬▬▬▬|
Soomni qaamaa waan Rabbiin Haraama godhe irraa fagaachudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
☞ Arrabni Waan Rabbiin haraama godhe; Hama, Kuttee,kijibafi waantoota kanneen fakkaatan irraa fagaachuun Sooma.
☞ Harki:- waan Rabbiin haraama godhe kan akka hannaa,Miidhaa, daangaa darbuu fi kkf irraa sooma.
☞ Miilli:- Waan Rabbiin isii irratti haraama godhe irraa fagaatti, gara waan Rabbiin haraama godhee hin imalu.gara waan Rabbiin dhorkee hin deemu.
☞ Garaan:- Haraama Nyaachuu irraa sooma; Garaa isaatin haraama nyaachuu irraa sooma.
☞ Gurra:- Gurri waan Rabbiin dhoorke dhageeffatuu irraa sooma. Meeshaalee taphaa,Hama,kutteefi kan kana malees jiran irraa sooma.
★★★★★★★
✍ @Jemal89

Ibnu Baaz Fataawaa Nuurun Aladdarb
✍ @Jemal89
Feedhii Lubbuu
|▬▬▬▬▬▬●●●▬▬▬▬▬▬|
Dhugumatti fedhii lubbuu hordofuun ni mi'oofti.Garuu Rabbiif ajajamutu irra mi'aawa.Garbichi cubbuu dalagaa jiraate,Qananii jiruu duniyaa hunda cuuphamiinsa si'a takka qofa ibidda Jahannam jala cuuphamuun irraanfata.
Garbichi Rabbiif ajajamaa jiraate,kan waan Rabbiin dhowween qanani'uu irraa lubbuu ofii agabse, Rakkina gadadoo jiruu duniyaa hunda Cuuphamiinsa si'a takka qofa Jannata Rahmaan keessa Cuuphamuun irraanfata.
Yaa obboleessa kiyya Jaalatamaa/yaa obboleettii tiyya kabajamtuu!! Rakkoo duniyaa irratti obsi.yeroo kee hunda ajaja Rabbii keetii Raawwachuun Saamadhu.akka jannata duniyaa tan jannata Aakiraa siif fireessitu keesaa jiraattuf.
Iimaam Ibnu Teymiyaan akkana jedhan:-"Adunyaa keessa jannatatu jira namni isii hin seenin Jannata Aakiras hin seenu. Jannanni sun tami jedhamnaan "Jannata Iimaanati " jedhan.
@Jemal89

Daandii Allaahan Nabiyyiifi SAW Sahaabotaaf isaanitiif diriirse(kaa'e).
Obbolessaa Kessaan
Jamaal kadiir
@Jemal89
Obbolessaa Kessaan
Jamaal kadiir
@Jemal89
Chaanaaliin Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
https://www.tg-me.com/Jemal89

Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AANA

🛑Iid Mubaarak!
Baga ayyaana Iid al-fixrii bara 1442tiin nuun gahe!
Taqabbalallaahu minnaa waminkum Saalihal a'amaal
🛑 ኢድ ሙባረክ!
እንኳን ለ1442ኛው የኢድ አል ፊጥር በዓል በሰላም አደረሰን!
ተቀበለላሏሁ ሚና ወሚንኩም ሷሊኸል አዕማል።
★★★★★★★★★★★★★

Laa Iaaha Ilallaah
لا إله إلا الله
•Laa Iaaha Ilallaah: Jechuun Gooftaan gabbaramuu haqa godhatu Allaah malee hin jiru jechuudha.
•Rogoota Amantaan Islaamummaa irratti ijaarmtee keessaa" Laa Iaaha Ilallaah'n " isii hangafaati.
•Laa Iaaha Ilallaah'n Arkaana(Roga) lama qabdi. Isaanis:-
1)Nafyii(dhabamsiisu) fi
2) Isbaata(Raggaasisuudha)
√NAFYII(DHABAMSIISUU)
Roga ¹ffaa -----------------
Laa ilaaha (لا إله) gaaleen jedhu haqaan gabbaramaan hin jiru jechuu yoo ta'u; dhakaaf mukni waaqeffaman, malaa'ikaaf nabiyyoonni kadhataman, laggeenifi ujibaaleen muudaman, namootafi jinnoonni gabbaraman beeneelladootafi wantoota uumamaa ta'an Cuftinuu gabbaramuun(kadhatamuun) isaanii sirrii miti. waantoonni namootaan gabbaraman cufti gabbaramuuf mirga hin qaban jechuudhan gooftummaa isaanii dhabamsiifti.
∆لا إله.........
GOOFTAAN HAQAAN GABBARU HIN JIRU.... Jechuudhan waan gabbaramu cufa dhabmsiifti.kun Roga tokko yoo ta'u Rogni itti aanuu ammoo Gooftaa dhugaatif kan gabbaramuu qabu isa qofa ta'uu Raggaasifti.
•ISBAATA(RAGGAASISUU)
Roga ²ffaa ------------------
Gaaleen lammaffaan hima Laa ilaaha illallaah keessatti argannu ammoo (إلا الله) illallaa Allaah (Allaah malee) isa jedhu yoo ta'u, gabbaramtoota cufa erga dhabamsiifte booda gabbaramaan dhugaa Allaah qofa akka ta'e mirkaneessiti. kanaaf namni tokko gara amantaa Islaamatti yoo dhufu jecha ragaa wantoota gurguddoo lamaan kana of keessatti hammatan jechuudhan jalqaba.
•ALAAH MALEE;GOOFTAAN HAQAAN GABBARU HIN JIRU .Ragaalee lamaan namni Amntaa Islaamummaa fudhatu kennu keessaa inni kun isa tokko yoo ta'u inni lammaffaan ammoo Muhammad SAW Ergamaa Allaah akka ta'an Ragaa bahuudha.
Laa ilaaha illallaah'n akkuma Rogoota qabdu haalduree( Shuruuxas) qabdi ishaa Allaah Yeroo biraa haal-duree isii kan ilaallu ta'a.

Gaafi kana Yaalaa
.Keewwata Qur'aanaa keessaa kan yoo salaata dirqama hunda duubaan qara'an Jannata seenuuf sababa namaaf taatu tami?
Assalamu Ayekum Warahmatullaahi wabarakaatuh
BURHAAN BINUURIL QUR'AANA
Assalamu Ayekum Warahmatullaahi wabarakaatuh
Walekum wasalamii waramathulaa wabarakathuu
عن أبي هريرة -رضي الله عنه-: أن رسول الله -صلى الله عليه وسلم- قال: «إِذَا جَاءَ رَمَضَانُ، فُتِحَتْ أبْوَاب الجَنَّةِ، وَغُلِّقَتْ أبْوَابُ النَّارِ، وَصفِّدَتِ الشَّيَاطِينُ».
[صحيح.] - [متفق عليه.]
Abbaa Hureyraa irraa odeeffamee (RA) ergamaan Allaah (SAW ) akkana jedhan " Yoo Ramadaanni dhufe balballi(hulaan) jannataa ni banamti,balballi(hulaan) ibiddaa ni cufamti, Sheyxaanonnis ni hidhamti."
📖 Bukaaris Muslimtu gabaasan
•
👌jinii Ramadaanaa guyyoota lakkaawamaa qofa " waan dhiirti qabdee diigdamii sagalitti galchisne"😁 jedhe namtichi guyyaa tokko soomee
👉 ji'a kana keessa toltuu haa heddummeeffannuu
👉 Hamtuu irraa haa fagaannuu
Tarii Ramadaanni bara kanaa jireenya keenna keessatti isa xumuraa ta'uun ni mala waan ta'eef.

Sababni hulaan jannataa banamtuuf waan tultuun keessa heddummaattufi akkasumas warraa toltuu dalagan kajeelchisuufi
•Sababni hulaan ibiddaa cufamtuuf waan warri Amanan hamtuu dalaguu xiqqeessaniifi
• Rabbiin gargaarsa warra isatti amananiitif jecha diinota isaanii hamaa kan hordoftoota isaa ibidda boba'atti waamu mata jabeeyyii shayxaanaa isaan irraa hidhe.
👌jinii Ramadaanaa guyyoota lakkaawamaa qofa " waan dhiirti qabdee diigdamii sagalitti galchisne"😁 jedhe namtichi guyyaa tokko soomee
👉 ji'a kana keessa toltuu haa heddummeeffannuu
👉 Hamtuu irraa haa fagaannuu
Tarii Ramadaanni bara kanaa jireenya keenna keessatti isa xumuraa ta'uun ni mala waan ta'eef.
@Jemal89
RAJILEE MACAAFA "QULQULLUU" KAN OSOO HIN RAAWWATAMIN HAFAN
_____________________________
Hordoftoonni Amantaa kiristiyaan hedduun Macaafni isaan hordofan jecha waaqaa qulqulluu akka ta'e qabxiilee mirkaneessan keessaa tokko taateen gara fuulduraa argamu( hegereen) macaafa isaan hordofan keessatti dubbatamuu akka Ragaatti dhiheeffatuuni.Nutis hegereen macaafa keessatti dubbatame Macaafichi jecha waaqaa qulqulluu ta'uu mirkaneessa yoo jettan hegereen macaaficha keessatti dubbatamanii hin mirkanaa'in ykn hin dhugoomin yoo argaman ammoo macaafi keessan macaafa qulqulluu ta'uu dhabuu mirkaneessa isiniin jenna
• HEGEREE MACAAFA "QULQULLUU" KEESSATTI DUBBATAMEE HIN MIRKANAA'IN KEESSAA MURAASA
Mat. 16
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁷ Ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin ergamoota isaa wajjin dhufuuf jira; yommus adduma addaan akka hojii isaatiitti gatii isaa in kennaaf.
²⁸ Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabatanii jiran keessaa, kaan utuu hin du'in, ilmi namaa mootummaa isaatiin dhufuu isaa arguuf jiru" jedhe.
• “"Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwatamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.”
— Mat. 24:34
Keewwattoota dabarsine kana irraa hubachuu kakkuma danda'amu Yesuus yeroo inni deebi'ee mootummaa isaatiin dhufu namoota isa waliin turan keessaa kan osoo du'a hin dhandhamin yeroo inni deebi'ee dhufu ija ofiitiin argan akka jiran dubbata haa ta'u malee osoo yesuus Mootummaa isaatiin deebi'ee hin dhufin namoonni yeroo san isa waliin turan hunduu du'anii jiru. Waggoota kuma lama boodas hanga yoonaa yesuus deebi'ee hin dhufe. Kanaafuu Rajiin sobaa kun akkamiin Macaafa qulqulluu keessatti argamuu danda'e laata isiniin jenna.
• Inni kun hoo maalif hin raawwatamne?
• Fak. 30
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²¹ Wanta sadiitu lafa sochoosa, isa afuraffaa immoo danda'ee iyyuu hin baatu.
²² Isaanis, garbicha mootii ta'e, gowwaa quufe,
²³ haftuu abbaa manaa argattee fi xomboree iddoo giiftii isheetii fudhattee dha.
~~~~~~~~
1. Bara keenna kana gowwaa meeqatu quufe lafti maalif hin sochoone
2. Haftuu meeqatu heerume lafti maalif hin sochoone?
Macaafini Raajii hin Raawwatame of keessaa qabu tokko akkamitti Macaafa qulqulluu ykn Sagalee waaqayyoo jedhamuu danda'a!?
Qopheessaan
Jamaal kadiir
@Jemal89
_____________________________
Hordoftoonni Amantaa kiristiyaan hedduun Macaafni isaan hordofan jecha waaqaa qulqulluu akka ta'e qabxiilee mirkaneessan keessaa tokko taateen gara fuulduraa argamu( hegereen) macaafa isaan hordofan keessatti dubbatamuu akka Ragaatti dhiheeffatuuni.Nutis hegereen macaafa keessatti dubbatame Macaafichi jecha waaqaa qulqulluu ta'uu mirkaneessa yoo jettan hegereen macaaficha keessatti dubbatamanii hin mirkanaa'in ykn hin dhugoomin yoo argaman ammoo macaafi keessan macaafa qulqulluu ta'uu dhabuu mirkaneessa isiniin jenna
• HEGEREE MACAAFA "QULQULLUU" KEESSATTI DUBBATAMEE HIN MIRKANAA'IN KEESSAA MURAASA
Mat. 16
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁷ Ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin ergamoota isaa wajjin dhufuuf jira; yommus adduma addaan akka hojii isaatiitti gatii isaa in kennaaf.
²⁸ Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabatanii jiran keessaa, kaan utuu hin du'in, ilmi namaa mootummaa isaatiin dhufuu isaa arguuf jiru" jedhe.
• “"Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwatamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.”
— Mat. 24:34
Keewwattoota dabarsine kana irraa hubachuu kakkuma danda'amu Yesuus yeroo inni deebi'ee mootummaa isaatiin dhufu namoota isa waliin turan keessaa kan osoo du'a hin dhandhamin yeroo inni deebi'ee dhufu ija ofiitiin argan akka jiran dubbata haa ta'u malee osoo yesuus Mootummaa isaatiin deebi'ee hin dhufin namoonni yeroo san isa waliin turan hunduu du'anii jiru. Waggoota kuma lama boodas hanga yoonaa yesuus deebi'ee hin dhufe. Kanaafuu Rajiin sobaa kun akkamiin Macaafa qulqulluu keessatti argamuu danda'e laata isiniin jenna.
• Inni kun hoo maalif hin raawwatamne?
• Fak. 30
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²¹ Wanta sadiitu lafa sochoosa, isa afuraffaa immoo danda'ee iyyuu hin baatu.
²² Isaanis, garbicha mootii ta'e, gowwaa quufe,
²³ haftuu abbaa manaa argattee fi xomboree iddoo giiftii isheetii fudhattee dha.
1. Bara keenna kana gowwaa meeqatu quufe lafti maalif hin sochoone
2. Haftuu meeqatu heerume lafti maalif hin sochoone?
Macaafini Raajii hin Raawwatame of keessaa qabu tokko akkamitti Macaafa qulqulluu ykn Sagalee waaqayyoo jedhamuu danda'a!?
Qopheessaan
Jamaal kadiir
@Jemal89
RAMADAANA KEESSA QAAMNI AKKAMITTI SOOMA
|▬▬▬▬▬▬●●●▬▬▬▬▬▬|
Soomni qaamaa waan Rabbiin Haraama godhe irraa fagaachudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
☞ Arrabni Waan Rabbiin haraama godhe; Hama, Kuttee,kijibafi waantoota kanneen fakkaatan irraa fagaachuun Sooma.
☞ Harki:- waan Rabbiin haraama godhe kan akka hannaa,Miidhaa, daangaa darbuu fi kkf irraa sooma.
☞ Miilli:- Waan Rabbiin isii irratti haraama godhe irraa fagaatti, gara waan Rabbiin haraama godhee hin imalu.gara waan Rabbiin dhorkee hin deemu.
☞ Garaan:- Haraama Nyaachuu irraa sooma; Garaa isaatin haraama nyaachuu irraa sooma.
☞ Gurra:- Gurri waan Rabbiin dhoorke dhageeffatuu irraa sooma. Meeshaalee taphaa,Hama,kutteefi kan kana malees jiran irraa sooma.
★★★★★★★
✍ @Jemal89
|▬▬▬▬▬▬●●●▬▬▬▬▬▬|
Soomni qaamaa waan Rabbiin Haraama godhe irraa fagaachudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬
☞ Arrabni Waan Rabbiin haraama godhe; Hama, Kuttee,kijibafi waantoota kanneen fakkaatan irraa fagaachuun Sooma.
☞ Harki:- waan Rabbiin haraama godhe kan akka hannaa,Miidhaa, daangaa darbuu fi kkf irraa sooma.
☞ Miilli:- Waan Rabbiin isii irratti haraama godhe irraa fagaatti, gara waan Rabbiin haraama godhee hin imalu.gara waan Rabbiin dhorkee hin deemu.
☞ Garaan:- Haraama Nyaachuu irraa sooma; Garaa isaatin haraama nyaachuu irraa sooma.
☞ Gurra:- Gurri waan Rabbiin dhoorke dhageeffatuu irraa sooma. Meeshaalee taphaa,Hama,kutteefi kan kana malees jiran irraa sooma.
★★★★★★★
Ibnu Baaz Fataawaa Nuurun Aladdarb
✍ @Jemal89
•BU'AA SALAANNI TARAAWIHAA QABU
عن أبي هريرة: أن رسول الله ﷺ قال: مَن قام
رمضان إيمانًا واحتسابًا غُفر له ما تقدَّم من ذنبه. متَّفق عليه.
Abbaa Hureeraa irraa odeeffamee Ergamaa Allaah ﷺ " Namni Amanee Rabbiin irratti hirreeggatee Ramadaana keessaa dhaabbate(salaata taraawihaa salaate) Cubbuu isaa waan dabarte irraa isaaf dhiifama.
📖Bukaarif Muslimtu gabaasan
وعن عائشة رضي الله عنها قالت: "كان رسولُ الله ﷺ إذا دخل العشرُ -أي العشر الأخيرة من رمضان- شدَّ مئزره، وأحيا ليله، وأيقظ أهله". متَّفق عليه.
Ayyo Aa'ishaan (RA) Ergamaan Allaah ﷺ " Ramadaana irraa yeroo bultiin kurnan boodaa seente marxoo isaanii ni jabeeffatan halkan isii ni jiraachisan (halkan guutuus ibaadan dabrsan) maatii isaaniis ni dammaqsan turan" jedhaniiru.
📖Bukaarif Muslimtu gabaasan
⏺ @Jemal89

QUR'AANNI MADAALA HAQAATI.
Wanti tokko sirrii yookaan dogoggora,dhugaa yookaan soba, gaarii yookaan badaa jennee murteessuuf madaala sirrii wantoota ittiin madaallu qabaachuun dirqama.
Kitaabilee Amanti Raabbiin biraa
dhufan jedhaman cufaaf madaalli sirriin Qur'aana qofa.
Dhimma kana ilaalchisee Qur'aanni Kabajamaan Suuraa Maa'idaa keessatti akkana jedha.
Al-Ma'idaa 5:48
وَأَنزَلْنَآ إِلَيْكَ ٱلْكِتَٰبَ بِٱلْحَقِّ مُصَدِّقًا لِّمَا بَيْنَ يَدَيْهِ مِنَ ٱلْكِتَٰبِ وَمُهَيْمِنًا عَلَيْهِۖ
Nuti Kitaaba irraa waan isa duraatiif dhugoomsaafi isa irrattis tiksaa ta'ee Qur’aana gara keetti buufneerra.
Gaalee isa irrattis tiksaa ta'ee jedhu kana haa ilaalluu
وَمُهَيْمِنًا: أي: شاهدًا ورَقيبًا، وأَمينًا ومؤتمَنًا، وحاكمًا
Jechi Muheymin jedhu:-Raga bahaa,tohataa,Amanamaa,dhogo'omfamaa,Murteessaa fi kkf jechuudha.
Kanaafuu Qur'aanni kitaabilee isa dura buufamaniif Raga-bahaadha,Toohataa isaanitis,dhimma isaanii yeroo dubbatus Amanamaadha,wanti inni dubbatus dhugaadha,kitaabilee sanniin irrattis Murteessaadha jechuudha.
Kanaafuu Kitaabilee Amantii Rabbiin biraa dhufan jedhaman kamiifuu Madaalli sirriin Qur'aana qofa ta'uun dhugaa dirree jirtu jechuudha.
Kitaabilee Amantaa keessaa Kitaabni Yahudotaafi kiristiyaanonni itti Amanan akka kitaaba uumaa isaanii biraa isaanif kennametti waan ilaalamuuf Mee kitaabilee kanneen Madaala sirrii kana irra keennee haa ilaalluu
Qabxii lammaffaa
“Yommus gooftichi akka waan hirribaa dammaquutti, akka loltuu jabaa daadhii waynii quufee dhaadatuuttis in ka'e.”
{Faarfannaa.78:65}
Baaybiliin Uumaa Waa hundaa gooftaa ta'e akka waan hirribaa dammaquutti jechuun Amala hir'utti yeroo fakkeessuu Qur'aanni ammoo akkana jechuun sirreeffama kennaaf:-
ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ٱلْحَىُّ ٱلْقَيُّومُۚ لَا تَأْخُذُهُۥ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌۚ
⏩ Hirribni Du'a xiqqoodha jedhama Rabbiin ammoo duuti isaan hin malu inni yeroo hunda jiraatadha.
⏩ Dogoggora barreessitoonni Macaafa qulqulluu Raawwatan keessaa tokko Rabbiin waan isaan hin malleen ibsuudha Qur'aanni ammoo Muheymin waan ta'eef Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Jechuun sirreesseera inshaa Allaah qabxiilee biroos kan waliin ilaallu ta'a.
Itti Fufa..............

Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha
Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. {Al-Baqaraa 2:255}⏩ Hirribni Du'a xiqqoodha jedhama Rabbiin ammoo duuti isaan hin malu inni yeroo hunda jiraatadha.
⏩ Dogoggora barreessitoonni Macaafa qulqulluu Raawwatan keessaa tokko Rabbiin waan isaan hin malleen ibsuudha Qur'aanni ammoo Muheymin waan ta'eef Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Jechuun sirreesseera inshaa Allaah qabxiilee biroos kan waliin ilaallu ta'a.
Itti Fufa..............
⏺ @Jemal89
Sdarkaa Soomanni qabu,waan ji'a Ramadaanaa adda taasisu,sadarkaa leylatu-qadrii
أولاً: فضائِلُ صيامِ شَهْرِ رَمَضانَ
1- تُكفَّرُ به الخَطايا.
2- مِن أسبابِ مَغفِرَةِ الذُّنوبِ.
3- مِن أسبابِ دُخولِ الجَنَّةِ.
1ffaa:-Sadarkaa Ramadaanni Qabu
1. Cubbuu (dilii) xixiqqoo namarraa haqa
2. Araarama Cubbuu gurguddaatif sababa ta'a
3. Jannata seenuuf sababa ta'a
ثانيًا: خصائِصُ شَهْرِ رَمَضانَ
1- فيه أُنزِلَ القُرآنُ.
2- فيه أُنزِلَتِ الكُتُبُ الإلهيَّةُ الأخرى.
3- فيه تُفَتَّحُ أبوابُ الجنَّةِ، وتُغَلَّقُ أبوابُ النَّارِ، وتُصَفَّدُ الشَّياطينُ.
4- العُمرةُ فيه تعدِلُ حَجَّةً.
5- فيه ليلةٌ خيرٌ من ألفِ شهر.
²ffaa:- Waan ji'a Ramadaanaa adda taasisu.
1. Qur'aanni isa keessa buufame
2. Kitaabileen Rabbiin biraa buufaman biroos isa keessa buufaman
3. Isa keessa balballi jannataa ni banamti,balballi jahannam ni cufatti, sheyxaanonni ni hidhamti.
4. Umraan isa keessaa hajjiin wal-qixxaawa
5. Isa keessaa Halkan leylatul qadrii kan ji'oota kuma tokko irraa caalutu jira.
Inshaa Allaah Itti fufa...........

Barnoota darbaa jiru irraa namoonni yaada ykn gaafi qabdan Comment naaf barreessaa.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM