Isa asiin Gadii kana Start Godha Irraa Fayyadama Dhugadhaa waan tahef.
ππππππ
Invite your friends and get rewards for each invited active friend! π€
Your referral link: https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=b29018e51a658b5c9478

Telegram
AVACOIN
Gold is where you find it.
Carraa fayyadami, dogoggora hojjedhu. Akkasitti guddatta. Dhukkubbiin ija jabina kee soora. Jajjaboo ta'uu shaakaluudhaaf kufaa ka'uu qabda. Yaada gadhee yaada gaariin erga bakka buuftee booda bu'aa gaarii argachuu jalqabda. Addunyaa kana irratti ija jabina malee homaa ta'uu hin dandeessu.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
Milkaa'inni kee bu'aa waan yeroo hunda hojjechuuf murteessituudha.
Milkaa'inni yaalii yeroo tokkotii miti. Itti fufuu qabda. Milkaa'inni ida'ama murteewwan xixiqqoo hedduuti.
Yeroo ammaa kana irratti xiyyeeffadhuu akka nama ta'uu barbaaddutti socho'i.
Milkaa'inni ni dhufaa!
βββββββββββ
ποΈ@Jechootahayyoota

JECHOOTA HAYYOOTA
Isa asiin Gadii kana Start Godha Irraa Fayyadama Dhugadhaa waan tahef. ππππππ Invite your friends and get rewards for each invited active friend! π€ Your referral link: https://www.tg-me.com/avagoldcoin_bot?start=b29018e51a658b5c9478
Linkin kuni dhugaadha waan taheef itti Fayyadama.
- Dadhabinni hawwii ajjeesa.
- Inaaffaan Nagaa ajjeesa.
- Aariin Ogummaa ajjeesa.
- Sodaan Abjuu ajjeesa.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
- Inaaffaan Nagaa ajjeesa.
- Aariin Ogummaa ajjeesa.
- Sodaan Abjuu ajjeesa.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
β’Hogganaa addunyaa keetii ta'i,
Jireenya kee eenyullee akka si bulchu hin hayyamin.Β°
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
Jireenya kee eenyullee akka si bulchu hin hayyamin.Β°
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
Jireenyi baay'ee gabaabaadha gaabbiin hirribaa irraa ka'uuf. Kanaaf namoota sirritti si ilaalan jaalladhu, warra si hin ilaalle dagadhu. Akkasumas wanti hundi sababa qaba jedhii amani. Yoo carraa argatte itti fayyadami. Jireenya kee yoo ni jijjiira ta'e. Namni kamuu salphaadha yoo jedhe, innis gatii isaa qofa.
βββββββββββ
ποΈ@Jechootahayyoota
βββββββββββ
ποΈ@Jechootahayyoota
"Namni qalamee yoo nagaan kan bu'u ta'e na qalaa" Hayyuu Oromoo #Haylee_Gabreeβ€οΈπ
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Urjjiiwwaan haqaan osoo saba isaaniif falmanii du'aan of biraa dhabne seenaan yoomiyyuu isaan hin dagatu!!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#JAAL_MULLIS_GADAA
(Adam Tukkaale Alii).
Kan Dhalate Godina Hararghee Bahaa Aanaa Cinaaqsan, Ganda Mullisaa Igguutti yoo tahu. warra Gootota dhalchuun beekamuu, Goota ilma Jaarsoo Dagaa Qalloo ti.Mullis Gadaa nama Afaan Oromoo fi Afaan Arabaa malee afaanoota biraa hin dubbanne ture. Garuu Abshaalaa fi gamna gameessootaa ti. Qabsoo Oromootiif biyya Arabaa, biyya Somaalee, biyya Tigree, biyya Amhaara fi bakka adda addaa iddoon inni hin joorin hin turre. Dhugumatti FALMAA MIRGA DHALA ILMAAN OROMOO GUDDAA fi HANGAFA ture.
Shoorri #Jaal_Mullis_Gadaa qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti qabu kan hammana hin jaβamne yoo tahu, garuu hanga gumaacha isaa takka hin seeneefamneefi. Qeerroo ganamaa marsaa duraa keessaa osoo mana hidhaa Somaaliyaa hin seenin kan hafe Mullis Abbaa Gadaa ti ture. Mullis Gadaa miseensa qeerroo ganamaa tahu qofa osoo hin tahin qabsaβoota Oromoo akka lakkoofsa faranjii bara 1969 dhaaba ABO unkuran muraasa keessa nama tokkoo fi hangafa ture.

Photo
Gumaachaa Jaal Mullis qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gumaache himnee fixuu hin dandeenyu waan tahef, ammaaf qabsoo inni taasise keessaa akka qajjiisatti tokko qofa keessaa harkisnee ilaaluun, goota maqaan isaa dagatamuu hin qabne kana haa yaadannu!!.
Barri isaa 1973 G.C ti Hoggansi ABO kan jalqabaa fi miseensoonni Qeerroo ganamaa 36 osoo hidhatanii soomaaliyarraa gara biyyaa seenuuf yaalan mootummaa Somaaliyaatiin qabamanii mana hidhaa mandheeritti hidhaa jiru. Yeroo kanattis Qeerroon gamamaa marsaan tokkooffaa waggaa 3 ol mana hidhaa keessatti lakkoofsisanii jiru. Duuba Qeerroon ganamaa marsaan lammaffaa Hooggansa gootoowwan ELEMOO QILXUU fi HINDEE DHAABAAtiin durfamaa biyya Yaman Edanirraa kaβaanii, Soomaaliyaa keessa darbuun Carcar koonyaa Habroo, XIRROOti lola mootummaa Haayileesilaaseerratti jalqaban. Lola Guyyaa jalqabaatiin waraana mootummaa irraa nama 125 galaafatan. Yeroo kana Mullis A Gadaa Soomaaliyaa keessa jira ture.
Haala Sochii biyya keessatti deemuu jalqabamte tana gabaasni ishii Hayyuu Duree gaafasii kan tahe fi mana hidhaa Mandheritti kan argaman Jaarraa Abbaa Gadaa faa dhaqqabuu qabdi. Kanaaf Mullis Abbaa Gadaa ergama haala sochii biyya keessatti Elemoo Qilxuu faan itt jiran hordoofuu, Deeggarsa Qabsoo kanaatiif Loltoota Ertriyaa wajjiin walitti hidhata uumuu fi raawwii sochii kanaatis biyya Soomaalitti hidhaa kan jiran qeerroo ganamaatiin gahu dirqamni itti kenname. Dirqama kanas fudhatee Soomaaliyaarraa gara Oromiyaa miilaan imaluu jalqabe. Yoo kana Elemoo faanis amma reefuu Hararghee seenan. Mullis Isaan akkumma jirutti itti dhiisee, yoo Oromoon bahaan sochii kana jalqabu warri Eertriyaatis kaabaan qabsoo finiinsanii akka yeroo gabaabduti Mootummaa Haayilee kuffisan mariβate. Osoodhuma Ertriyaa naannoo Karan jiru elemoo faan Xirrootti qabsoo finiinsaa jiraachuu fi waraana Mootummaa 125 ajjeessuu Raadiyoon dhagaye.
Yoo kana dhagayu dafee gad deebiβuu waan qabuuf gara finfinee dhufe. Haala sana deeggaruuf Carcar Habroo dhaqe. Guyyaa inni Carcar Galamso gahu Elemoo fi Hundeen wareegamanii jiru. Haa tahu malee sochii kanaan Oromoonni carcar daranuu dammaqanii , kakaβuumsi qabsoo mana mana oromoota Carcar hunda seene jira. Raawwii qabsoo Xirroo kanaa, daddamaqiinsaa fi sosoochii dargaggoonni Carcar sana booda itti jiran gabaasa qabate. Gabaasa Haala sochii kanaa Hoggoonsi Mana hidhaa mandherr jiru argachuu waan qabuuf, ammas miilaan ofbooda gara Soomaaliyaa imaluun mana hidhaa mandheeritti Jaarraa abbaa gadaa faan oduu saniin dhaqabe. Qeerroon ganamaa tan mana hidhaa mandheer keessa jiraniif haala kana dhageeysisee, Hamilee isaanii tan hidhamuu isaaniitiin miidhamte, Oduu kanaan dhaqabee daran Onnee isaanii abdii fi kutannoon guute. Gammoojiiif Baddaa, Gaaraa fi Tulluu, Biyya keessaa fi Ala, lafti inni bilisummaa Oromoo mirkaneessuuf hindhaabbatiin waan jiru hin fakkaatu.
Share share Comment Godha.

Dogoggora kee mataa kee irra hin kaa'in, ulfaatinni isaa si caccabsuu mala.
Kanaa mannaa dogoggora kee miila kee jala kaaβii akka waltajjiitti itti fayyadamii mulβata kee ol kaasi.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
Kanaa mannaa dogoggora kee miila kee jala kaaβii akka waltajjiitti itti fayyadamii mulβata kee ol kaasi.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
Ati dhimma ofitti qabaadhu!! Gatiin kee si keessa jira malee waan namoonni biroo waaβee kee yaadan ykn dubbatan keessa hin jiru. Eenyu akka taatee fi gatiin kee maal akka taβe toβannoo addunyaa alaatiif hin kenniin. π«ΆπΌ
GORSA JIREENYAAβ οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
#Dogs
GORSA JIREENYAAβ οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
#Dogs
Dandeettii kee warri hin liqimfamneef
Bishaanirra miillaan yoo deemteyyuu
Waan bishaan daakuu hin dandeenyeefi
Siin jedhu!
@Jechootahayyoota
Bishaanirra miillaan yoo deemteyyuu
Waan bishaan daakuu hin dandeenyeefi
Siin jedhu!
@Jechootahayyoota
Hiriyaan lubbuu nama si waliin guddachuuf fedhii qabu, hanga dhumaatti si waliin taβuu filatu, gaarii fi hamaa keessa darbee si jaallatuu dha. Waaβee ifaa fi kolfaa osoo hin taane, yeroowwan idilee waan hin beekamneen kan guutamaniidha.
βββββββββββ
Guddadhu Qaxalee keenya.
ποΈ @Jechootahayyoota
βββββββββββ
Guddadhu Qaxalee keenya.
ποΈ @Jechootahayyoota
Amantiin kee yaada kee ta'a, yaadni kee dubbii kee ta'a, dubbiin kee gocha kee ta'a, gochi kee amala kee ta'a, Amalli kee gatii kee ta'a, gatiin kee hiree kee ta'a.
-Mahatma Gandhi
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
-Mahatma Gandhi
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
"Namoonni nama yeroo kennuu barbaadaniif yeroo ni kennu. Namoonni namoota waliin haasa'uu barbaadaniif ergaa barreeffamaa erguun deebii kennu. Nama hojiin natti baay'ate jedhe gonkumaa hin amanin. Osoo si barbaadee yeroo saa yeroo siif hin dhabu ".
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
We have created a open space for everyone to openly talk and discuss, figure our things own their own.
Topics can be Relationship - Depression - Frightening - Family issues and mostly open up so you get peace in your life
If you don't want to post directly just send to our bot, ai will post it anonymously
To join group β‘οΈ @Vipofficia - @Vipofficia
Thank you and enjoy β€οΈ
https://www.tg-me.com/vipofficia

J HAYYOOTAπ
GROUP KEENYA JOIN GODHAA
βIIddoo Walitti Dhufeenya Qerroo fi Qarree Oromoo
βBashannanaaf
βAadaa keenya
βseenaa keenya
βkolfaa oluuf
βNo Tata just fata
Kolfaa galee
"ADD MEMBER" GODHUU HIN DAGATINA
πππππππ