Telegram Web Link
๐Ÿ Hayyuu tokkootu jecha ajaa'ibaa wahii jedhe beektanii, akki jedhi:

"Leenca biyya keessanii hin ajjeesinaa, saree algaatu isin nyaata !!"
Jedhe.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#Yaadachiisa
Barattoota kutaa 12ffaa maraaf

Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra.

Wantota qabachuun danda'amu
๐Ÿ‘‰Uffata qorraa
๐Ÿ‘‰Uffata Firaashii fi hirkoo
๐Ÿ‘‰Nyaata qooraa
๐Ÿ‘‰Uffataafi Boorsaa
๐Ÿ‘‰Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba

Wantoota qabachuu hin danda'amne
๐Ÿ‘‰Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban.
๐Ÿ‘‰Kaameeraa
๐Ÿ‘‰Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii)

Barattoota Saayinsii Hawaasaa
๐Ÿ‘‰26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii
๐Ÿ‘‰29-01/2015 Oorenteeshinii
๐Ÿ‘‰30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa

Barattootaa Saayinsii Uumamaa
๐Ÿ‘‰05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii
๐Ÿ‘‰07/02/2015 Oorenteeshinii
๐Ÿ‘‰08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa

#Reposted

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu kanniteefii jirta.

Namni gariin hoggaa siin wal -lole tarkaanfiin isaa ta duraa
iccitii tee san facaasudha ja'an.

Iccitiin hanguma si bira qofa jirtu iccitiidha . Si malee namni biraa dhageenyaan oduu gandaa taati.


โ”—โ”โ”โ” โ”โ”๐Ÿ’žโ”โ” โ”โ”โ”โ”›

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Hordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraa waan jiruuf SUBSCRIBE godhuudhan Barnoota gara garaa Irraa Argachuu Nin dandessaan jedheen Abdii guddaa irraa Qaba waan taheef Ammuma SUBSCRIBE bakka jettu tuqudhaan maatii Ta'a!!!

โคISININ JAALADHA OROMOO TIYYAโค
โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹


Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU
Addunyaa kana irraa rakkoo inni guddaan IJA dhabuu miti, osoo ija qabanii mul'ata dhabuudha.
Helen keler
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Baga torban Irreechaa geessan!
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Biyya itti dhalattee guddatte keessatti kophee namaa dhiiyxee, makiinaa dhiiyxee, waan gatiin xixiqqaan isarraa argamu daleeydee jireenya kee fooyyessuun yoo sitti ulfaate, biyya itti dhalatte san keessaa deemiitii biyya biraatti hojjadhu.

โœMiirri namaa tokkoo miti, ati nama haalaan waa cufa qaqqaanfatu yoo taate biyya biraa tan sin beeyne keeysa dhaqiitii hojjadhu.
Bro, akkuma taate tahiitii hojii dhuunfaa keetii takka Uumi. Carraan ilmaan keetii dargaggummaa ati arra keessa jirtuun toluu ykn baduu dandaha, waan bu'aa siif buusu irratti xiyyeeyfadhu
Addunyaa nu duursaa jirtu keessa jiraataa jirraa beeki obboleessoo.

:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ 
 `ยท.  @JECHOOTAHAYYOOTA
๐ˆ๐‘๐‘๐„๐„๐‚๐‡๐ˆ - ๐œ๐š๐ฅ๐š๐ช๐ช๐ž๐ž ๐š๐š๐๐š๐š, ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š, ๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š๐š ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ ๐š๐ง๐š๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข - ๐‘ฒ๐’‚๐’ƒ. ๐‘จ๐’‚๐’…๐’…๐’† ๐‘บ๐’‚'๐’‚๐’‚๐’…๐’‚๐’‚ ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’–๐’“๐’‚๐’‰๐’Ž๐’‚๐’‚๐’ ๐‘จ๐’‡๐’š๐’‚๐’‚'๐’Š๐’Š ๐‘ช๐’‚๐’‡๐’‡๐’†๐’† ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’Š๐’š๐’‚๐’‚

Irreechi iccitii falaasamaafi uumamaa qor-qalbii Oromoo keessatti biqiluun, guddatee dagaagedha. Calaqqee aadaa, eenyummaa, seenaafi duudhaa Oromoo ganamaati. Guyyaa kadhataa, dhiifamaafi araaraa uumama qabatanii uumaa ofii itti galateeffatan kanaan baga ittiin isin gahe!

Waktiin bonaa aduu, dheebuu, gogiinsiif hongeen yeroo itti hammaateefi jiruu namaafi lubbu qabeeyyiif yeroo ulfaataadha. Waktiin gannaas, carraaqqii egeree jireenyaa fooyyessuuf taasifamuun waktii hojiifi dadhabbii guddaan guutamedha.

Waqtiilee akkas ulfaatan keessatti, Oromoon abdii qabu of fuulduratti ilaalaa ganna cehee, dachee magariisaan faayamte, ililii daraartee urgooftu, asheeta asheetee namaafi bineensaan quufa leellisu, waktii jijjiiramaa, abdiifi galataa kan taโ€™e BIRRAA simata; waan uumaan uumamaaf arjoomeen galata, kadhataafi dhugeeffannaa qabatee as baha. (Caffee Oromiyaa)

@Jechootahayyoota
JECHOOTA HAYYOOTA pinned ยซHordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraaโ€ฆยป
Gubatte hin arginif daa'imni ibiddatti gamti!

Harki foolataan moluu hooqqata.

"Hoo'u jennaan diddeetu lafa keenyaan hatte.

#jechama
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
๐Ÿ“š MAKMAASOTA OROMOO!
โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
Firoomne jedhanii waraabeessatti foon hin fe'atan.

Dhugaa fi jabbiin galgala galti.

Dawaa ofii beekan namaa kudhaamu
.


#Jechama
@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
JECHA HAYYOOTA

~Gabrummaa irra duuti bilisummaadha.......Elemoo Qilxuu
~Oromoof duullee oromoof duune.........Jeneraal Waaqoo Guutuu
~Kan keessa beekuuf lolli tapha.........Abishee Garbaa

๐Ÿ‘‰ Muktar Ahmed irraa!

โœ @jechootahayyoota
@jechootahayyoota


๐Ÿ™ Jirraa Jirtuu Kabajamtoota Kenyaa jaallatamooโคโค.Dhiheenya kana Hojii wahi irraa wanan tureef Walitti Deebine jirraaโค๐Ÿ™Baga Nagayaan nuu Eegdan โคโค
Namni alagaaf gubate cilee hin qabu!
Kanuma!
๐Ÿ‘‰ Sabakeef malee alagaaf lubbuu kee hin kenniin!

Forward waliif godhaa!
Guyyaa Gaarii!!๐Ÿ™
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yadaaf๐Ÿ‘‰ @Abdetuor
Kabajamoo hordoftoota keenyaa...๐Ÿ™
Erga hundeeffama isaatii Afoola Oromoo gara garaa isiniin gahaa kan ture chanaaliin Jechoota_hayyoota; kana boodas haala kanarra caaluun isin bashannansiisaa Afoola keenya wal barsiisuuf qophiidha.
ISinis - forward gochuuniifii makmaaksootaaf jechama garaa garaa nuuf ergaa turtaniittu.
Kanaafis isin galateeffachaa, gara fuulduraatti immoo waan fooyyessuu qabnu ykn waan itti fufuu qabdu jettan ๐Ÿ‘‰๐Ÿ™
@Abdetuor irratti nuuf ergaa Jenna.
Waan yaada keessan nuuf laattaniif Galatoomaa!
โค

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
"Ilkaan saree lafeerraa, ilkaan gadhee lammiirraa hin dhaban."


- makmaaksa oromoo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota

By ๐Ÿ‘‰ @Abdetuor
WAA SADII HUBATTU MALEE ITTI HIN SEENIN!
โ˜  Dubbii keessa hin beekne,
โ˜  Bishaan gad- fageenya isaa hin beekne,
โ˜  Imala daandii isaa hin beekne.
....Hubattu malee itti hin seenin!!

##Toleraa N.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Jaappanonni waantoonni 3 humna qabu jedhanii amanu. Wantoonni humna qabaachuun isaanii jaappaanota biratti hubataman sadan kunis:
1. Billaa(Sword): mallattoo waraanaati.
2. Warqee: qabeenya bakka bu'a.
3. Daawwitii: mallattoo of beekuuti. Inni kun sadan keessa isa caaludha jedhanii amanu!
Kanaaf "of haa beeknu!"


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
"Sodaan wantoota addunyaarra jiran kamiyyuu caalaa namoota baayyee kuffisa."
- Ralf waaldo


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
2024/09/29 19:29:18
Back to Top
HTML Embed Code: