Telegram Web Link
DHUGAADHA ITTI FAYYADAMAA!!

Linkii Asii gadii kana xuqudhaan malaqaa karaa Onlinan argachuu ni dandessuu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://video-dy.xyz/2600101618686888/
Guyyoota keessaa guyyaa tokko, namootni baayโ€™een si barbaadu garuu ati itti hin argamtu!

Harโ€™a ati nama taatee jirta. Wanta namni lubbuu qabu raawwatu kamiyyuu ni raawwatta. Ni nyaata, ni dhugdas. Ni deemta, ni teessas. Ni kaata, ni ciistas. Ni jaallatta, ni jaallatamtas. Niโ€™ilaalta, ni dhageessas. Yaaddee karoorsita, ni raawwattas. Kuni hunduu harโ€™a nama taatee waan jirtuufi.
Guyyoota hedduu keessaa guyyaa tokko garuu kana hundumaa ni dhiista. Wanta addunyaa kanaa ni dagatta. Adunyaanis si dagatti. Ni ciista, hinkaatu. Ni callista hin dubbattu. Ijakee cufattee deebitee hin banattu. Namootni hedduun si barbaadu, garuu sin argatani. Namootni hedduun sagalee isaanii olkaasanii iyyanii si waamu, ati garuu isaan jalaa hin owwaattu. Callisaafi dhokannaakee malee namni sagaleekee dhagaโ€™uufi ijaan siโ€™argu hin jiru. Namni hunduu guyyaa sana si yaada, si yaadata malee siin argu, si wajjinis hindubbatu. Guyyaa tokko yaadannoo qofa taata!
Namni si yaadu hunduu akka nama abjuutiin si arguutti haala dubbiikee, hojiikee, deemsakee, haasaakeefi kan ati gochaa turte hundumaa argee naโ€™a, ni birโ€™atas.

Yaadannoonkee kunis hojiikee harโ€™aa irraati.
Yaadannoo gaarii akka qabaattuuf harโ€™a gaarii godhi!


##SHARE SHARE GODHUUDHAN NUU CINA DHAABADHA!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Wantoota Adduunyaarra Jiran Kam Irrayyuu Jaalalli Hundeedha.

Tokkummaan, Bilisummaan, Nageenyi, Tasgabbiin, Guddinni, Qaroominni Fi ogummaan Kamiyyuu Yoo Jaalalaan wal Hin Makin Martuu Bishaan Tumuufi Gingilchuun Adda Hin Ba'u.

Waan Kamiyyuu Dura Jaalala Qabaadhu

โ–ฒโ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ—‡โ—†โ—‡โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ”€โ–ฒ
Channel keenya Join Shere
Waliif Godhaa
โ—ˆ โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” โธ™ โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
โ—ˆ โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” โธ™ โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” โ—ˆ
โ€‹โ€‹Jecha Loqoda Booranaa kha gara afaan Faranjii fi Oromoo
waltawaatti hiikkame!
English ---- L. Booranaa ---- Oromoo W
1. Dress--- Wayaa --- Uffata
2. Drizzle --- Sorroo; Ebelee ---- Tiifuu
3. Drought ---Oolaa; Bona ---- Hoongee
4. Drum ---- Barmeela ---- Dibbee; Diraamii
5. Drowsy ---- Muusoo, Ceekhoo ----- Mukaa'uu
6. Dull ----- Doomaa, Sigaga ---- Duudaa
7. Dust ----- Bubbukha, Dhukkee ---- Awwaara
8. Dwarf ----- Ruphaa, Tuura ----- Gabaabaa, Qancaraa
9. Each one --- Namuu ---- Namnii kamiyyuu
10. East ---- Ila Boruu --- Bahaa
11. Eat ---- Gololfachuu, Soorachuu --- Nyaachuu
12. Edge ---- Ededa, Fittee ---- Qarqara
13. Egg ---- Okhokkaan ---- Killee, Buuphaa
14. Election --- Kuraa-dhahuu ---- Filannoo
15. Embarrassing... Ceersuu, Fokkisuu ---- Qaanessuu
16. Encircle ---- Marsuu, Giingessuu --- Naannessuu
17. End ---- Muummee, Miishoo --- Xummura, Dhuma
18. Enemy ---- Nyaapha, Sidii ---- Diina
19. Enjoy ---- Qiliixamuu --- Gammaduu
20. Enter ---- Duuduu, Lixuu ---- Seenuu
21. Erect ---- Ejjuu ---- Dhaabbachuu
22. Escape ---- Miliquu ---- Baqachuu
23. Euphorbia ---- Harkeena, Hangayyaa, Aannoo ----
Adaammaa
24. Examination ---- Ilaallachaa ---- Qorumsa
25. Excited ---- Qiliixamanii Burraaquu ---- Gammadanii ofi
wallaaluu
26. Excrete ---- Udaa'uu ---- Haguu
27. Explain ---- Diidessuu ---- Ibsuu
28. Eyeglass ---- Khiyoo, Mixixxirii --- Fuullee Ijaa
29. Familiar ---- Geerrii ---- Wal-Beekuu
30. Far away ----- Dhidhima ---- Baay'ee Fagoo


##SHARE SHARE GODHA @@@
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Wantoota Adduunyaarra Jiran Kam Irrayyuu Jaalalli Hundeedha. Tokkummaan, Bilisummaan, Nageenyi, Tasgabbiin, Guddinni, Qaroominni Fi ogummaan Kamiyyuu Yoo Jaalalaan wal Hin Makin Martuu Bishaan Tumuufi Gingilchuun Adda Hin Ba'u. Waan Kamiyyuu Dura Jaalala Qabaadhu.

#Galmadhugaa

Share share godhuu hin dagatinaa!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
โ€œMilkaa'uuf dharraa qabaadhu!โ€๐Ÿ‘‡

๐Ÿ“š
Gurbaa tokkotu Sooqiraaxis bira deemee icciitii milkaaโ€™inaa gaafate. Sooqiraaxisis ganama laga biratti akka wal-argan beellamee geggeesse. Ganamas laga biratti erga wal-arganii booda, Sooqiraaxis gurbicha waamee waliin bishaan seenan. Bishaanicha keessa utuu deemanii wayita bishaan morma isaan gahu, Sooqiraaxis mataa gurbichaa qabee, bishaan keessa gadi seensise.
๐Ÿ“š
Gurbaanis waan ukkaamameef, bishaan keessaa ba'uuf wixxxiffachuu eegale. Garuu, Sooqiraaxis humnaan waan isa caaluuf, bishaan keessaa ol-ba'uu hin dandeenye. Wayita gurbaan baay'ee oollatu Sooqiraaxis mataa isaa bishaan keessaa ol baaseef! Gurbichi akkuma bishaan keessaa ol-ba'een jalqaba hafuura dheeraa baafate. Itti aansee Sooqiraaxis akkas jechuun gurbicha gaaffii gaafate.
๐Ÿ“š

โ€œWayita bishaan keessa turtetti waan ati bay'ee barbaadaa turte maalidha?โ€.....Jedheen! Gurbaa ammoo , โ€œQilleensa!โ€ jedhee deebiseef! โ€œEgaa kun icciitii milkaa'inaati. Akkuma wayita bishaan keessa turte sana qilleensa dharra'aa turtetti, milkaa'ina yoo dharraate ni argattaโ€ jedhee deebiseef Sooqiraaxas.
๐Ÿ“š

Dharraan bu'uura milkaa'inaati! Milkaa'inni dharraadhaan eegala. Ibiddi xiqqoon waan baay'ee gubuu hin dandeessu. Dharraa xiqqoonis bakka guddaan nu ga'uu hin dandeessu!

Naapooliyoon Hiil namichi jedhamu sun maal jedhee ture seete, โ€œSammuun keenya waan yaade kamiiniyyuu milkeessuu ni danda'a!โ€ jedhee ture. Eeyyeen dhugaadha. Yaada guddaa yoo qabaatte, yaaduma guddaa sana bira ga'uuf, dhamaatii guddaa kanfalta. Yaada xiqqaa qabaannaanis akkasuma.

โ€œDubbisaa! ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Galma Baafachuun Maaliif Barbaachisa;?

Mee Taphattoonni Kubbaa Miilaa Taphachuuf Dirretti Seenanii Qophaa'aa Jiran Haa Jannuu.Garuu Namni Tokko Akka Tasaa Muka Gooliin Itti Galu Buqqisee Sarara Gooliin Akka Gale Mullisu Yoo Haqe Akkamiin Gooliin Akka Gale Beekkama?,Bakka Goolii Itti Galchitu Gahuukee Akkamiin Beeyta? ,Dharraa Taphaa Waan Qabnuuf Qofa Taphachuun Bu'aa Hin Qabu Bakka Goolii Itti Galchinu Akkamiin Akka Galchinu Beekuu Qabna. Galma Keenya Addaan Baafannee Hin Beeknu Taanaan Jireenyi Bitaa Nutti Gala. Bakka Deemtu Odoo Hin Beekiin Makiinaa Ni Ooftaa? Hin Ooftu Akkas Taanaan Maaliif Namoonni Baayyeen Galma Qabatamaa Odoo Hin Baafatin Akkanumaan Jiraaturee? Atoo Galma Murtaa'aa Qabdaa Moo Akkanumatti Dirree Muka Goolii Hin Qabne Keeysatti Kubbaa Taphachaa Jirta (Anaaf Atiis) Ammumarraa Galma Haa Baafannuu
Dhaamsa kooti


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan boru ni eegala.

Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan guyyaa boruu Bitootessa 24, 2014 ni eegala.

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa ibsa ergeen soommanni guyyaa boruu kan eegalu taโ€™uu ibseera.

Soommanni Ramadaanaa bara kanaa guyyaa boruu kan eegalu taโ€™uu mirkanaaโ€™uu hogganaan sabquunnamtii mana marichaa Usmaan Adam ibsaniiru.

Hawaasni musiliimaa wayita soomu wal deeggaruu fi walgargaaruun taโ€™uu akka qabu manni marichaa yaadachiiseera.

Keessumaa lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuu akka qaban dhaamaniiru


๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
โœNamni lama biyya keenya keessatti nama rafee jiru sodaatan .isaanis:
โž› Hattuu fi
โž›Mootummaa
Hattuunis ammaa natti dammaqan osoo jettee hollattu, waan gootu gooti.
Mootummaanis ummatni rafe kun osoo natti dammaqe silaa halka takka algaa irra nan bulchu...., yoomuma laata!? Jechaa jiraata.

Join
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Hedduu wanin sii jalaadheef nan jibbu jattee dogogara fokkota hin hojjatin akkuma bayee jalatamanitti wantii dogogoraa jalaala baleessu. hojachuun caalattii jibba fiddii jibamuuf if hin mudiin

Dhamsa warra yaroo jalaala keessa jirtanif.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Ijoolee oromoo Mee yeroo tokkoo mucaa kana Subscribe godhudhaan naaf jajjabessaa maalo Oromoo tiyya share share godhuufi hin dagatinaa!!
Galatoomaa!!โค
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Watch "NEW Diraama ijoolee Oromoo Daawadhaa" on YouTube
https://youtu.be/AW7qkzmNxyk
โœNamoonni hedduun akkuma isaaniitti si ilaalu, akkuma isaaniittis si madaalu! Haa ta'u malee madaalliin isaanii si miti! Calaqqeema eenyummaa isaaniiti malee.


HALKAN GAARII!!
Join and Share us
@Jechootahayyoota
Yeroo maraa waan 3 kana yaadadhu!
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
1. Kaayyoo qabaadhu, yoo hin qabaanne akkuma yeroon deemuun nama gatii dhabeessa akka taate yaaduun kee hin oolu
2. Guyyaa maraa waan gara kaayyoo keetti si tarkaanfachiisu(dhiyeessu) hojjadhu.
3. Uumaa keetti amani,kunis onnee guutuu akka qabaattu si taasisa, iddoo gaarii gahe jettee uumaa kee galateeffachuu hindagatin.

Halkan gaarii!!
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from Qerroo media
๐’๐ˆ๐‘๐๐Ž๐Ž๐“๐€ ๐€๐…๐€๐€๐ ๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐Ž๐Ž ๐ˆ๐“๐“๐ˆ ๐ƒ๐‡๐ˆ๐˜๐€๐€๐ƒ๐‡๐€๐€.๐Ÿ’ช
๐Ÿฅ€ ษขแดœสสแด€แด€ โž€

Namoonni Si (waa'ee kee) beekan waan ta'e amanuu dadhabu. Maatiin, hiriyootni keef namoota ati jiraachuu keen qofa wal barte sagantaa ho'aa tokko irratti wal argu.

Maatii keessaa namni tokko, hiriyoota kee warra akka mataa keetti jaallatu bakka bu'ee namni tokko..namoota addunyaa hojiin si beekan dabalatee, warreen utuu imalli dheeraan hin eegalamiin dura hafuura keef ciminni, lubbuu keetiif boqonnaan as jira jechuun; Isa si uume waliin hariiroo akka qabaattuuf si gorsan keessaas inni tokko ol ka'ee jecha Si ibsu dubbachuuf namoota walitti qabaman fuuldura ni dhaabbata. Jireenyi Isaa/Ishee nuuf kana ture jedhu !
Amalaafi sabriin, sirnaafi fakkiin eenyummaa ke laphee cabsee isaan boossisa ta'a. Guyyichi guyyaa jireenyaaf kenname isa dhumaati.

โžญWaan ta'uun si ibsuuf
โžญCarraa siif kennameef
โžญJaalachuufis ta'e dhiifama gochuuf
โžญHojii sitti kennameef ๐™œ๐™ช๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ โž€ har'a !

๐Ÿ”–สœแด€ส€'แด€ วซแด€สŸส™ษชษชษด แดŠษชส€แด€แด€แด„สœแด€แด€; ส™แดส€ษชษชา“ สแด€แด€แด…แด€แด€ษด วซแดแด˜สœแดแดา“ษดแด€.
@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#Kana_Beektuu_Laata!!!

Qabsaa'ota Oromoo Achi Buuteen isaanii Dhabaman!!
1.Jaal Nadhii Gammadaa
2.Jaal Baqqalaa Dawwaanoo
3.Hayyuu Dabbasoo Guyyoo
4.Jaal Lammeessaa Booruu
5.Jaal Yooseef Bantii
6.Barsiisaa Kabbadaa Hurrisaa
7.Jaal Baroodaa fikkf.



๐Ÿ“กMIIDIYAA๐Ÿ“ก
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Jaalalti nama jaalala beekuuf akka shaaworiiti, miira tottolcha, gammachuu namaaf kenna. Nama hin beeyneef immoo akka nama garba daakuu hin beeynetti keeti, osoo inni keessaa dhidhiittatu liqimsee nyaata!.

Jaalala jaalladhu.


#Join share share
โ–ฝHalkan Gaarii!!
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Hordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraa waan jiruuf SUBSCRIBE godhuudhan Barnoota gara garaa Irraa Argachuu Nin dandessaan jedheen Abdii guddaa irraa Qaba waan taheef Ammuma SUBSCRIBE bakka jettu tuqudhaan maatii Ta'a!!!

โคISININ JAALADHA OROMOO TIYYAโค
โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹โœ‹


Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU
2024/09/29 23:17:56
Back to Top
HTML Embed Code: