Telegram Web Link
Barattoota 12tiif
Share godhaa obboleeyyan keeysaniif

Rabbiin isin haa gargaaru firii keeysan lafa bada isin jalaa hin godhin. Inni irkoof tolu isin waliin haa jiraatu.
❤️Akka dhaamsaatti👇
1,Sa'aa ammaan tanaa irraa kaasaa online irraa fagaadhaa akka tasgabbooyatniif.
2,Qormaataatu hatame, yeroo isaatu dabre... ka ja'u hin dhagahinaa.
3,Barana akka tolutti akka isin hin baratin ni beeyna kanaaf suuta ja'aa waan dandeeysan yaalaa.
4, Deebiin qormaataa akka tasaa yoo isiniif ergame jarjartee itti lixxee akka sin dogongorsiifne.
5, Deebii alaa irratti irkoo takka hin godhatin haga dandeeysu yaaluuf if amansiisi.
6, yerotti fayyadamii ariitiin xumuruuf yaali. Deebii hedduu sitti ulfaate irra hin turin.
7, Ganamaan qa'ee mana barumsaa sanitti argami.
8, qormaata duraas tahee boodaas waa'ee qormaataa namootaa waliin hin odeeysin.
9, Wantoota guuttachuu qabdu duursii guuttadhu tasgabbiin bobbahi.
#Akka jabaa👇
❤️Ganama san dhiira yoo taate subhii jammaan salaati, achuma turi Qur'aana haga siif laafe qara'i, zikriilee jajjabduus godhi, du'aa'iis godhadhu, yeroo aduun ol baatee xiqqo ol jatte sunnaa lama irra buufadhu masjiidaa bahi, haadhafi abbaa kees fitti tufsiisi. Isaan yoo hin jiraannees namuma bira jirtu, akkasitti manaa bahi, haga karaa mana barumsaa deemtuus zikriilee godhaa deem, yeroo qorumsa jalqabdees "bismillaah" Yaa Rabbi na gargaari ja'iitii jalqabi. #Shamara yoo taatees bakka takkitti Subhii jammaan masjiidatti deemu san malee kanuma hordofta.
Iinshaallaah fadha Rabbiitiin irra aantanii abdii Rahmaaniin guutamaa !
❤️ @jechootahayyoota
"Namni tokko beekaa ta'ee dhalata. Tokko immoo itti dadhabuudhaan beekamtii argata. Kaan immoo yeroo isaa eeggatee ofumaan beekamtiin isaan marsa."
— Shakespeare

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
OSOO HIN HUBATIN NAMATTI HIN MURTEESSIN


Mucaan umri 24 tokko maatii isaati wajji baaburan deemu Jira.

mucaanis Akkuma daa'imatti fuulli isaa ifee

"Abbaa ko laal!! Mukkeen hundi gara Duuba fiigu jiranii! " ja'en.

Namoonni baabura keessa naannoo isaani jiran amala daa'imummaa mucaa isaan ajaibu eegale.

Tiqqo turee ammas Mucaan gammachuudhan guutamee, "laal abbaa duumessi nu wajjiin fiigu Jira " ja'en,

Hoggaa kana namtichi fuula isaani dura taa'u tokko amalli daa'imummaa mucaa kun itti heddumannaan abbaa mucaatin "maalif ilma kee kana doktora bira geessite hin laalchifne " ja'en ,

Abbaanis "geessetin laalchisee deebi'uu jirra. Ilmi kiyya dhaloota isarraa eegalee arguu hin danda'u ture, har'a baqaqsanii yaaludhan (opprassion) arguu danda'e " ja'en!!!

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Share godhi
Forwarded from Ado

🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP

1000member ---- 200birr
2000member ---- 400 birr
3000member ---- 650 birr
4000member ---- 840 birr
5000 member _ _ _980birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.
Kaayyoon, ejjannoon keefi dhugaan ati qabdee itti deemtu sagaleewwaniif waca nannoo kee jiruun adda si baasu. Dhugaanis, kaayyoo ofiif jiraachuunis jaallatamaa sin taasisan. Haqa kana simattee kaayyoo keef dhugaa qabdee jirtuun imala kee itti fufi.

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Baga gammaddan!
Baga gammanne!
Gammachuu guutuu rabbi nuuf haa godhu.
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Abđeta Kı&ª)
Alhamdulillah malee
maal qabna jecha biraa
Bar jawaartu hiikamee
Dhageessanii yaa firaa?

Iyyaa iyya dabarsaa
Hiikameera hayyichi
siluma sirrii mitii
isaa hin malu bakkichi

Baguma nagaan baatee
wal argite sabaanii
Boru mana dhufeen
si dubbisa aniii.



@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Nama goota jechuun nama Yeroo hunda an hin dogogoru, an beekaa dha ifin jedhu San osoo hin ta'in,
👉 Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani !!

Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Nuuf kenneera rabbi
jabina isa guddaa
Dirra ittiin baannu
rakkoo hamaa hunda

Osuma watwaatnu
boolla qilee lixnee
Galata Waaqayyoo
seequurraa'n fagaanne

Rakkoon dabalamuus
guyyuun akka jiruu
Imimmaan roobsudhan
barri yoomuun taru

Guyyaan har'aa kuni
darbee seenaaf hafa
Boo'uu qofa miti
falli biraa kolfa

#Share
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
"Sodaan Faayidaa Mataa Isaa Qaba,
Sodattuu Tahuun Garuuu Faayidaa Tokkollee Hin Qabu" #Mahatma_Gandhi

Namni Waan Tokko Yoo Sodaatee Garuu Immoo Irraa Garagaluu Baatee Oobseetuma Hojjate Bu'aa "Ifaajee"Isaa Ni Arga
Garuu Ammoo Oduma Itti Hin Seenin Halaalaa Taa'ee Yoo Sodaate Umrii Isaa Guutuu Jijjirama Odoo Hin Finne Fixa‼️

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Gaarii Yaadi

Guyyaa guyyaan waa'ee namoota akkuma yaadnu, hasoofnu akkasuma namni waa'ee keenyaa akkuma yaadufi haasa'u hundaa namni immoo jireenyaa isaa keessatti maal akka isaa qoru fi jiruu mo'uuf waan inni qabsaa'uuf hin beeknu.

Namni immoo guyyaa hanga guyyaatti rakkina isaa dhokfachuudhaan jireenyaa isaa dhibaa jira. Waan goonu, waan dubbannuu hundaaf of eeggannoo haa tasiifnu, gocha keenyaaf sababa haa qabannuu sababni isaas garummaan xiqqaan ykn hammeenyi xiqqaan nuti namatti agarsiifnu jireenyaa nama sana guutumaatti jijjiiruu danda'a.

Nuti dhala namaf furmaata ta'u qabna malee karaa badii ta'un hin barbaachisuu. Umriin keenyaa akkuma dabalaa deemun kana yaadacha, guyyaa guyyaan gaarummaa keenyaa cimsa haa deemnu.


@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
JECHOOTA GAMNAA ✪:
Onnee sobaa qabattee hamma namatti dhiyaattu namoota onnee dhugaa qabatanii si eegan dhabdaati of eeggadhu! Dhiisime simiidhati. Namni baay'een si hin beeku ta'uu danda'a kan
si hubatu garuu xiqqoo dha. Kanaaf warra si hubataniif iddoo kenni!

#jechootagamna...........
👇👇👇👇👇

Hojiiwwan gurguddoon kan hojjataman humnaan osoo hin taane malaafi obsaani.

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Linkii Asii gadii kana xuqudhaan malaqaa karaa Onlinan argachuu ni dandessuu.
👇👇👇👇👇👇👇


sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://video-dy.xyz/2600101618686888/
#Oduu_Gaddaa
Artistiin jaallatamaaf kabajamaa Nuhoo Goobanaa du'aan Adunyaa kanarraa boqote.

Maatiifi Firoottan akkasuma jaallattootaafi dinqisiifattoota isaaf Jajjabina hawwina

@oromotoo
@oromotoo
DHUGAADHA ITTI FAYYADAMAA!!

Linkii Asii gadii kana xuqudhaan malaqaa karaa Onlinan argachuu ni dandessuu.
👇👇👇👇👇👇👇


sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://video-dy.xyz/2600101618686888/
Dandeetti Kee barbaadu irratti obsi!


Li’oonaardoo Daavinchii hamma tokko seenaa jireenya isaa
beekta. Nama uumaan kennaa hedduu kenneef—nama
dandeettii addaa qabu ture. Saayintistii, artistii fi nama
filoosoofii ture. Fakkii kaasuudhaan namni isa dorgomu waan jiru hin fakkaatu. Moonaaliizaan hojii isaa addaati. Akka salphaatti hin hojjenne. Baay’ee baay’ee itti dadhabe. Hidhii Moonaaliizaa qofa hojjetee xumuruuf waggoota 11 hojjete. Hubadhu! Guyyaa 11 ykn ji’oota 11 miti. Waggoota 11’n jedhe. Obsa guddaa!

Toomaas A. Ediisen namoota dandeettii kalaqaa adda ta’e
qaban muraasa addunyaan keenya argite keessaa isa tokko ture. Barumsa ji’a sadii qofaa ture kan barate. Dhamaatii mataa isaa fi gargaarsa harmee isaatiin garuu addunyaa kanaaf oolmaa guddaa ooleera. Kanaafuu, namoota addunyaan kun tasuma dagachuu hin dandeenye keessaa
tokko dha. Balbii elektirikii hojjechuuf yeroo 10,000 ol irra
deddeebi’ee yaaluu qaba ture. Kanas hubadhu! Yeroo kudhan
hin jenne, yeroo kuma kudhan! Balbii ishee hojjete sana
hojjetoota isaa keessaa isa tokko waamee akka inni isaaf
kaa’uuf itti kenne. Innis baatee utuu deemuu lafa buusee
cabse. Hojii yeroo hamma sana dheeratu fudhatee hojjetame
al tokkotti lafa buusee yommuu cabsu—utuu Ediiseniin
taatee maal taata? Inni garuu ni callise. Irra deebi’ee hojjete


Wanti nama ajaa’ibu immoo isa irra deebi’ee hojjete sanas
namicha isa dura jalaa cabse sanatti kennuu isaati. Namoonni hedduun utuu jiranii isa balbii jalqabaa jalaa cabse waamee itti kennuun isaa fakkeenya obsaa namoonni hedduun ajaa’ibsiifatan ta’ee jiraata. Obsa!


Gorsa fi barnoota gaarii argachuuf channel keenya join gochuun nu hordoofa!
@JECHOOTAHAYYOOTA
@OROMOTOO
@JECHOOTAHAYYOOTA
@HARARGETUB
2024/09/30 01:34:53
Back to Top
HTML Embed Code: