Telegram Web Link
Bofti yeroo lubbuu dhaan jiru, Goondaalee soorata!! yeroo bofti du'u, immoo Goondaaleetu isa soorata!!
Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama Jechuudha.

Join πŸ‘‡πŸ‘‘πŸ‘‘
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Ilmi namaa ilaalcha gaarii siif qabaachuun waan gaariidha,....... Garuu ati ilaalcha isanii sana caaltee argamuun immoo waan irra gaariidha.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#Mallattoo_Jireenya_Jalqabuu.
** 

✍️Killeen akkuma beekamu qabaa yoo bade salphaatti Cabee baduu danda'a.  Killee miidhuu kan danda'u humna lama innis humna keessaa fi Humna alaati. Humni keessaa ka'u yoo killee cabsu #Hucootu dhalachuuf waan ta'eef mallattoo Jireenyi Jalqabuti.  Humni Keessaa killee hin miidhu jechudha. Humni killee Miidhu isa alaa dhufu. inni cabsuuf, dhangalasuuf balleessuuf dhufa.

✍️Egaa yaa fira koo bakka Jiraattu, bakka Barattu, Bakka Hojjettu fi  mana kee maatii kee keessaa lolli yoo sitti ka'e hin jibbin, Abdiis hin kutatiin Inni mallattoo Jireenyi Jalqabuuf agarsiiftuudha. Kan si balleessu, kan si miidhu isicha alaa dhufu waan ta'ef cimsii of eggadhu. Karaa kee Jireenya kee waaqayyootti kennadhu. Bakka dhaabbata kee haleeli Ilaaladhu.

Yeroo gaarii.
#A_A dha. YUUN. DIRRE DHAWA irraa.

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yeroon ammallee darbuuf waan jiruuf, waan yeroo hundumaa gochuu barbaadde sana raawwadhu.  Kaayyoo fi hawwii keetiif deemi, of hin dhabin.  Har'a jalqabdus ta'e waggaa shan dabalataan eegdus yeroon osoo hin ilaalin ni darba.  Deemiβ€” yeroo kee akka hin gubanne ykn akka hin qisaasne ofiif mirkaneessi.

GORSA JIREENYAAβœ…οΈ
━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ@Jechootahayyoota
Of barbaadanii of argachuun, argannoo bakka buusaa hin qabneedha.

Join πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Namoota biroo ho'isuuf ibidda ofitti qabsiisuu dirqama hin qabdu.   Daangaa kaa’i, yeroo keef iddoo guddaa kenni, humna kee eegi, YEROO HUNDA  kabaja kee fi nageenya keef dursa kenni.

GORSA JIREENYAAβœ…οΈ
━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ @Jechootahayyoota
Abjuu Guddaa qabaadhu.
Hojii Cimsi Hojjadhu.
Wanta Qabde Irratti Xiyyeeffadhu.
Naannoo Keetii Namootaa Gaarii qabaadhu.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
To all MUSLIM BROTHERS AND SISTERS EID MUBARAK

━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ @Jechootahayyoota
Allaattiin tokkoo fiixee damee mukaa tokkorra qubachuuf sodaa tokko hin qabu sababni isaas allaattichi damee mukaa sanaa osoo hin taanee baallee isaa abdateeti.

Atis abdiinkee waaqakeetti aansee si mataakee akka tahe beeki! Goonkumaa nama abdachuuf hin yaalin!

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yeroo tokko tokko Onneen namootaa akka boolla gadi fagooti natti fakkaata.  Waan jala jiru eenyullee hin beeku.  Wanti ati gochuu dandeessu Yoo jiraate darbee darbee waan gara gubbaatti yaa'ee dhufuun tilmaamu qofa.

β€”Haruki Murakami
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
#Jireenya.

✍️Jireenyi dogongora hojjachuun dabarsitu ulfina qofa osoo hin taane, jireenya homaa osoo hin hojjatin dabarsitu caalaa faayidaa qaba.

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Addunyaan bakka dhaabbiitii miti.

Dirree fiigichaati.

Sochii itti fufi.

Yoom fi eessaa jalqabdullee galma kee bira ga'i. galmee haaraa galmeessi.
━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ @Jechootahayyoota
#Dubbisuu πŸ”–
#Charle_Munger

🟣 "Jireenya koo keessatti namoota ogeeyyii ta'an garuu immoo hin dubbisne argee hin beeku, tokkollees hin jiran.
Ogeessi kamuu hanga dubbatu ga'a osoo hin taane hanga dubbisu ga'a. Dubbisuun waa beekuuf oola, garuu dubbachuun yoo barsiisuuf hin taane oduu akkasumaaniiti. Ani uummata kana akka inni dubbisu barsiisuuf eenyu irraa akkan eegalutu na dhiba; namoonni tokko tokko iyyuu yeroon kitaaba dubbisu natti kolfu. Ani garuu kitaaba akka hayyuu cimaa jireenya koo na waliin qooddatuuttin ilaala. Ani ofii kootiif biographer dha. Akkasumas yaadrimeewwan gurguddoo barsiisuuf nan yaala.

✍️Kitaabni ani barreessu jireenya namootaa hanga tokko ni guddisa, ni jijjiira, jireenya baratamaa irrattis garaagarummaa ni uuma jedheen yaada. Kitaaba Adam Smith barreesse yoo dubbiste Adam Smith hiriyoomfatte jechuudha. Ogeessa diinagdee cimaa hiriyoomfatte waan ta'ef, waa'ee diingdee caalaatti baratta jedheen yaada. Kun waan nama kofalchiisu fakkaata, namoota beekamoo du'an gidduutti hiriyummaa uumuun hin danda'amu, garuu namoota du'aan darban irraa barnoota, muuxannoo fi mudannoo isaanii irraa qooddachuu ni danda'ama, ni fayyadallee."


join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Nama tokko keessatti waan bareedu yommuu argitan itti himaa, .
Jechuuf sekondii tokko fudhachuu danda'a, isaaniif garuu umurii guutuu turuu danda'a.
━━━━━━━━━━━
πŸ–‹οΈ @Jechootahayyoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
If you want new ideas…

- Study art
- Read history
- Walk in nature
- Watch old movies
- Read classic books
- Visit old architecture
- Follow your curiosity
- Visit your grandparents
- Question what’s normal
- Learn a new language
- Talk to strangers
- Travel regularly
- Eat better food
- Write daily

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Allaattiin tokkoo fiixee damee mukaa tokkorra qubachuuf sodaa tokko hin qabu sababni isaas allaattichi damee mukaa sanaa osoo hin taanee baallee isaa abdateeti.

Atis abdiinkee Rabbitti aansee si mataakee akka tahe beeki! Goonkumaa nama abdachuuf hin yaalin!

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Addunyaa kana irra docterota jiran keessaa Ja'an maqaa dha'a:
1. Ifa aduu
2. Sochii qaamaa
3. Nyaata
4. Hiriyoota
5. Ofitti amanamummaa (self-confidence)
6. Boqonnaa

Dubbii hundeessaa dhaabbata Apple kan tahe Steve Jobs ture.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
"Jireenya kee keessatti nyaata akka qorichaatti sirnaan fayyadami; yoo akkas gochuu diddee umuriikee guutuu qoricha akka nyaataatti fayyadamaa jiraatta." #SteveJobs


@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
   
2024/09/28 20:55:38
Back to Top
HTML Embed Code: