Milkaa'inaa fi Kufaatii
โ Nama kamiifuu guyyaan borii haaraadha. Kanaaf sochii hojjedhu. Hojii kee keessatii dogoggorri uumamu danda'a. ๐ช
Kufaatiin illee akkasuma. Wanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin. Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu. Kufaatii hin sodaatiin.
๐๐๐ Bu'aa jireenyatu akkasi; jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha. Yoo abdii kutatte kufaatii filachuu keetii. Yoo abdii qabaatte garuu kufaatiin mudannoo keeti. Mudannoo irraa muuxannootu dhufa. Muuxannoo yoo qabaatte hojii kamillee milkaa'inaan xumuruu dandeessa.
โ Kufuun kee gaariidha; sababni isaa kufaatiin irree si jabeessudha. Jireenyi akka muuziqaati. Muuziqaan meeloodiin isaa takka ol ka'a, takka gadi bu'a akkasumas giddu galeessaan yeedaleeffamuun muuziqaa miidhagaa fi hawwataa ta'a. Jireenyi dhala namaas akkasumaan tola. Waa'ee maallaqaa hin yaadda'in, Yoo mul'ata qabaatte wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqaba.
โ Jechoota jijjiiramaaf si qopheessu baay'inaan argachuuf channeli kana join godhi! Ittiin of jijjiirii! Akkasumas namoota kanneen biroof share godhi!
Halkaan gaarii @Jechootahayyoota yaada kessaan comment jalatti nuf kennuu hin dagatina๐โค๏ธ

Eenyummษษ nษmษ tokkoofi mษษlummษษ nษmษ tokkoo utuu hin beekin iccitii ofii bษษsษnii itti himuun gษษbbiidhษษf nษmษ sษษxilษ.
Kษnษษf hษษsษษn keenyษ mi'ษษeef iccitii keenyษ bษษsuu hษษ dhiifnu
#Share Join๐
๐ @Jechootahayyoota ๐

GUFUULEEใฐ๏ธ MILKAA'INAAโ๏ธ
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu
7. Hanqina karoora/qarshii
8. Ittigaafatamummaa maatii
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu
12. Humna ofii ol yaaduu
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu
15. Sabrii dhabuu
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu
Waliif #Share godha
Galatoomaa!๐
#Waan dubbiftaniif galatoomaa!!!
#Share Join๐
๐ @Jechootahayyoota ๐
๐ @Jechootahayyoota ๐
๐

"Namoota sodaachuu, namoota irraa fagaachuun milkaa'ina kee irratti gufuu ta'a, garuu namoota waliin haasa'uun, namoota waliin hojjechuun akka warqee awwaalame qotuudha. " Dale Carnegie
@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Sababoota ofitti amanamummaa nu dhabsiisan keessaa
โkaayyoo dhabuu,
โof jibbuu,
โsaalfachuu fi dogongora sodachuu,
โhanqina ofii ilaaluu,
โqeeqa namootaa,
โnamoota gammachiisuf carraaquu,
โWaaqayyootti/rabbitti hirkachuu dhabuu,
Join ๐๐๐
@JECHOOTAHAYYOOTA

Maalumaaf sodaattaa๐คญ?
Hanga yoomititti kan sodaattu? Maalan dhaba jetteeti kan murteessuu dadhabde? Wanta jaalattu akka hin hojjanne kan si dhorku maalumatu jira me?
ilaa nama koo umurii siif kenname kana guyyaa guyyaan tooftaa fi karaa barbaadden itti fayyadamuu dandeessa. kufaatin si quunnamurree irra deemitee eegaluu hin soodaatin. Obboleessoo/obboleetti wanti si quunnamuu qabu sodaattef si quunnamuu hin dhiisu waan ta'eef sodaattee Gara fulduraa tarkaanfachuu hin dhiisin.

Jiraachaa hojjadhu
Har'a jiraachaa hojjadhu malee hojjachaa hin jiraatin. Yeroon milkaa'en jiraadha jechuun Doofummaadha. Namni tokko tokko har'a osoo hin jiraatin qarshi (birr) argachuuf jecha fayyaa ofii nii dhaba. Yeroo qarshii argate san immoo fayyaa argachuuf jecha qarshii argate sana nii dhaba. Milkaa'inni isaa kufaatidha. Deeme deeme dhumarratti zeerodhaan (0) baay'isa. Ati garuu nama jiraachaa hojjatuudha kaayyoo akkana hin qabdu jedheen yaada.

Namoonni baay'en obsa akka Gowwummaatti ilaalu. Akkas osoo hin taane, obsi ilaalchaf dandeettii fageessanii yaaduti.
akkasumas wallaalanii osoo hin taane, osoo beekanuu irra darbuudhas. Namoonni yakka hojjatanii waggaa 5 fi isaa ol akka hidhaman kan itti murteeffamu, daqiiqaa 20 ykn 30f obsuu dadhabaniiti.
Jireenya kee keessatti Guyyoonni akka ati abdii kuttuu fi akka ati of jibbitu si taasisan baay'etu jira. Guyyoota kana yoo obsaan bira dabarte malee, duubattii deebi'uun zeeroo irraa eegalta.
Kanaafuu obsuu qabda.

Gorsษ Jireenyษ keenyษ keessษtti nu fษyyษdu.
1 Gorsษ lษkkoofsษ 5 irrษ ilษษli
2 Dhiifษmษ dogoggoreeti lษkkoofsษ 11 irrษ illษษli
3 Mee ษl tokko hin dheekkษmin lษkkoofsษ 15 irrษ ilษษli
4 Tษsgษbbษษ'i Lษkkoofsษ 13 irrษ isiniif jirษษ
5 Durษษn dursee lษkkoofsษ 2 ilษษlษษ
6 Mษษltu si ษษrsษ lษkkoofsษ 12 irrษ ilษษli
7 Dubbisuun guutuu nษmษ godhษ!.
8 Gorsin jechuuf bษrbษษde lษkkoofsษ 14 irrษ jirษ
9 Obsษษn lษkkoofsษ 4 irrษ ilษษlษษ
10 Isษ dhumษษ lษkkoofsษ 16 irrษ ilษษlษษ
11 Dhiifษmษ guddษษ lษkkoofsษ 6 ilษษlษษ mษษl jedhษ?
12 Mษษloo lษkkoofsษ 8 irrษ ilษษlษษ
13 ษbdii hin kutinษษ lษkkoofsษ 10 irrษ isiniif jirษ
14 ษkkษm ษkkษn isiniin jedhu hin beeku cษllisษษtii lษkkoofsษ 3 irrษ bษrbษษdษษ
15 ษkkษ dheekkษmtษn nษษf gษlษ gษruu lษkkoofsษ 9 irrษษ ษrgษttu
16 Obsษ keessษniif heddun isin gษlษteeffษdhษ Gorsichi lษkkoofsษ 7 irrษ isiniif jirษ!.
Shษre
แฝแฌแแพแพ แถแชแชแแฅแฅ

๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐ค๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐ ๐๐๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐ฎ
๐ฆ๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐ข. ๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐ฆ๐๐๐โ๐ข ๐๐๐ก๐ก๐๐ ๐โ๐๐๐๐/๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐ข๐โ๐๐ก๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ข, ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ฆ๐๐๐ก๐ก๐ข ๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐'๐๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐ข๐ข๐โ๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐, ๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐ข ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐/๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐'๐, ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐'๐๐. ๐๐๐๐ข ๐๐๐๐ข๐ข ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ ๐ข ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐๐ โ๐๐'๐๐ ๐๐๐๐ ๐ก๐๐'๐๐, ๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐. โ๐๐'๐ ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐โ๐๐๐ ๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐ โ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ โ๐๐'๐ ๐โ๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐ ๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐ ๐๐.
Shษre
HALKAN GAARII.

Gammaddii jiraadhu
Gammachuu kee haala jireenya kee waliin wal hin qabsiisin. Gammaduuf rakkoon dhabamuun dirqama miti; Yeroo rakkoo keetii kolfaan dabarsuu fi gaddaan dabarsuun filannoo keeti. Namoonni baay'en yeroo haala gaarii keessa jiran qofa gammadan. Ati garuu, yeroo hundumaa uumaa keeti fi namummaa kee qofatti
gammadi.
Addunyaan ati keessa jiraattu dachee tana osoo hin taane, sammuu kee keessa waan ta'eef, Yeroo keessi kee gammadu, Addunyaan tun waan ati gammaddeef si waliin kolfiti. sammuu kee keessa jiraachuu yeroo eegalte, Wanti ati rakkisaadha jettee yaadde salphaa taสผuu isaa nii hubatta. Gaaffin jireenya keetii deebii dhabee tures deebii siif argachuu eegala. Sana booda Namoonni baay'en madda gammachuu keetii baruuf si kabaju, si dhaggeeffatus. Namoota baay'ee biratti iddoo gudda argatta. Hojii keetin nii ajaa'ibsiifatamta. ilaa fira koo rakkina dachee tanaa dhiistee sammuu kee keessa jiraachun eenyummaa kee yeroo barte uummamuun kee qofti si gammachiisa.

๐๐๐๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ญ๐ข๐ง๐๐!
๐ด๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ ๐ด๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐ข๐ก๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ก๐ โ๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐ก๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐๐!
1, ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐๐๐.
dhalatee waggaa 21ffaa isaatti daldala eegalee kisaaran isa mudate. ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐ Dhalatee waggaa 22ffaa isaatti immoo mana maree seera murtuuf hirmaatee hin milkoofne ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐ Dhalatee waggaa 26ffaa isaatti jaalalleen isaa biraa boqotte ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee waggaa 27ffaa isaatti dhukkuba narviitiin qabamee baayyee dhukkubsatee ture ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee waggaa 34ffaa isaatti immoo Koongireesii Ameerikaaf dorgomee utuu hin milkaa'in hafe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 45ffaa isaatti akkasuma mana maree bakka bu'oota uummataa bakka bu'ee dorgomee kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 47ffaa isaatti itti aanaa pireezidantii Ameerikaa dorgomee kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 49 isaatti mana maree bakka bu'oota Uummataa dorgomee kufe ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 52ffaa isaatti ๐๐ข๐ซ๐๐๐ณ๐ข๐๐๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐ข๐ค๐๐ ๐ญ๐'๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฆ๐. แตแตแตโฑโฑ แตแตแตแตโฟโฟแตแตหข แตแตแตโฑโฑ แตแตแตแตแถสฐโฑโฑหขแต!
2, ๐๐๐ ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐. ๐. ๐ ๐๐๐๐ค ๐๐๐ dureessi biyya chaayinaa kun yeroo heedduu kufaati keessummeessun nama beekamu kan tureedha.
๐Barumsa sadarkaa 1ffaa yeroo baratu al-lama kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Barumsa sadarkaa 2ffaatti yeroo sadii kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Seensa Yuunivarsiitii Hangizyuu tiif qoramee yeroo sadii kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Yuunivarsiitii Harvardiitti barachuuf yeroo kudhan (10)n iyyate kurnanuu jalaa kuffisan ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Erga Barnoota xumuree booda yeroo soddoma qacaramuu dhaqee, hunduu fudhatama dhabe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhaabbanni KFC jedhamu namoota 24 dorgomsisee yommuu turetti, namoonni 23 darbanii inni qofti kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Humna waraanaa keessa seenanii hojjechuuf namoota shan (5) ta'anii iyyatanii turan; garuu afur (4) darbanii inni qofti kufe ๐ฒ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐พ๐๐ฃ๐ฆ๐ฆ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ ๐ฑ ๐ฎ ๐ง ๐ฆ ๐ง ๐ฆ ๐๐
๐
๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐, ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐ ๐๐๐ ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐!
Galatoomaa!
Join for more: @JECHOOTAHAYYOOTA YAADAF๐ @besilent12

Nama waliin of kan madaaltu yoo ta'e, yoomiyyuu gammachuu hin argattu. Yoo argattellee, gammachuun kee umurii hin qabu. Of waliin kan dorgomtu yoo ta'e garuu gammachuu kee hoomtuu sirraa hin dhaabu.
Baargamoon/mukti kamiiyyuu walqixa hin guddatu. Haa ta'u malee mukti kamiiyyuu hanga danda'u ol dheerata.
Ija kee isaan tokkoffaa irraa kaasun hanguma of ilaaltu guddinni kee dabalaa deema.
isaan haa dubbisanis, haa dubbisuu baatanis ati dubbisi, isaan haa hojjatanis haa hojjachuu baatanis ati callasii hojjadhu. Garuu immoo yeroo hojjattus ta'ee yeroo dubbistu, isaan caaluf osoo hin taane kaayyoo kee galmaan gahuuf/milkeessuf ta'uu qaba.
Join โโโ Share
๐
Unmute Channel
๐ @JECHOOTAHAYYOOTA

Ol jedhii uumaa kee ilaali
Namni abdii qabu rakkina keessa jiru osoo hin taane, rakkina keessa akka inni darbu kan taasisu uumaa isaa ilaala.
Hojii dhabdee ykn milkaa'uu dadhabdee bu'aa bahiin jireenya sitti ulfaachaa jira ta'a, Nama onneerraa jaalattu dhabdee, sammuun kee boqonnaa si dhorkaa jira ta'a, qarshii liqeeffattee kallatti kamiin akka keessaa baatu dhabdee rakkachaa jirta ta'a, Gaa'ila ykn bultii ijaarrattee ykn jaalallee tee/kee waliin qoramaa wanta gootu dhabdee rakkachaa jirta ta'a. Isaan kun hundi wanta siif hin danda'ame ta'ee sitti mul'achuu danda'a. Dhugaadha yeroof danda'amuu dhiisuu mala, ulfaachus danda'a. yeroon booda garuu ta'ee/salphatee sitti mul'ata. Sababni isaa wanta si rakkisuu fi wanta si dhiphisu keessaa kan si baasu, iddoo ati jibbituu gara iddoo ati jaalattuutti kan si fidu, hanga ati of jaalattu caalaa kan si jaalatu inni tokkichi, garuu kan kumaatama caaluu uuman kee siif jira. Yeroo kamiiyyuu rakkina keessa jirtu osoo hin taane, uumaa kee ilaali!
โค๏ธ
๐๐จ๐ญ๐ข๐ฏ๐๐ญ๐ข๐จ๐ง๐๐ฅ ๐๐ข๐ฉ๐ฌ๐
#join
#share

Anis nin barreessa, yeroonis ni barreessiti. Garuu bifti barreeffama kheenyaa wal dhabdi.
Ani qalama gurraachaanin waraqaa adii irratti barreessa garuu Yeroon ammoo Qalama adiin sammuu gurraattii keessatti barreessiti ๐ฅ
๐ @jechootahayyoota

Yeroo callistu yaaduu dandeessa.
Yeroo callistu dhaggeeffachuu dandeessa.
Yeroo callistu yaadachuu dandeessa.
Yeroo callistu miiraa kee mo'achuu dandeessa.
Yeroo callistu of argachuu dandeessa.
Argitee jireenya keenya keessatti wantoonni hedduu barbaachisoon callisuu keessa jiru.
@ JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Read every day

Maaliif akka jiraattu beeki. Jireenya jechuun dirqama sii kenname xumuruuf yeroo siif kennamteedha. Dirqamni kee maali? Jireenya kee keessatti wanti ati hojjechuu barbaaddu maali? Deebii isaa yoo beekte ilaalchi ati jireenyaaf qabdu ni jijjiirama.
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Read every day
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Read every day
"Waraanni yeroo jalqabuu: abbootiin siyaasaa rasaasa gumaachu, dureessonni nyaata, hiyyeessonni ammoo ijoollee isaanii gumaachu. Waraanni yemmuu xumuramu: abbootiin siyaasaa rasaasa waraana irraa hafe walitti qabatu, qabeenyi dureessotaa inni waraana irraa hafes guddachuu eegala, hiyyeessonni ammoo reeffa ijoollee isaanii naannoo awwaalaa barbaadu." #Unknown
Peace for allโ๏ธ
join๐๐
@JECHOOTAHAYYOOTA
Read every day
Peace for allโ๏ธ
join๐๐
@JECHOOTAHAYYOOTA
Read every day
โฉฉ Kitaaba hin barreefamne barreessuuf kitaaba barreefaman dubbisuun dirqama.
โฉฉ Dubbii hin dubbatamne dubbachuuf dubbiiwwan dubbataman dhaggeeffachuun dirqama.
โฉฉ Nama ta'uu qabdu ta'uuf nama ta'uu hin qabne ta'uu irraa of fageessuun dirqama.
โฉฉ Waan hin hojjatamne hojjachuuf waan hojjataman baruun gaari dha.
Coba Yaadaa