๐ Hayyuu tokkootu jecha ajaa'ibaa wahii jedhe beektanii, akki jedhi:
"Leenca biyya keessanii hin ajjeesinaa, saree algaatu isin nyaata !!" Jedhe.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
"Leenca biyya keessanii hin ajjeesinaa, saree algaatu isin nyaata !!" Jedhe.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#Yaadachiisa
Barattoota kutaa 12ffaa maraaf
Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra.
Wantota qabachuun danda'amu
๐Uffata qorraa
๐Uffata Firaashii fi hirkoo
๐Nyaata qooraa
๐Uffataafi Boorsaa
๐Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba
Wantoota qabachuu hin danda'amne
๐Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban.
๐Kaameeraa
๐Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii)
Barattoota Saayinsii Hawaasaa
๐26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii
๐29-01/2015 Oorenteeshinii
๐30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa
Barattootaa Saayinsii Uumamaa
๐05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii
๐07/02/2015 Oorenteeshinii
๐08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa
#Reposted

Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu kanniteefii jirta.
Namni gariin hoggaa siin wal -lole tarkaanfiin isaa ta duraa
iccitii tee san facaasudha ja'an.
Iccitiin hanguma si bira qofa jirtu iccitiidha . Si malee namni biraa dhageenyaan oduu gandaa taati.
โโโโ โโ๐โโ โโโโ

Hordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraa waan jiruuf SUBSCRIBE godhuudhan Barnoota gara garaa Irraa Argachuu Nin dandessaan jedheen Abdii guddaa irraa Qaba waan taheef Ammuma SUBSCRIBE bakka jettu tuqudhaan maatii Ta'a!!!
โคISININ JAALADHA OROMOO TIYYAโค
โโโโโโโโโโโ
Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU
โคISININ JAALADHA OROMOO TIYYAโค
โโโโโโโโโโโ
Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU
YouTube
Hacaaluu Consertii America irratti
oromoo tiyya Like share subscribe godhudhan nuu cina dhaabadha!!โค Isinin jaaladhaโคโค
Addunyaa kana irraa rakkoo inni guddaan IJA dhabuu miti, osoo ija qabanii mul'ata dhabuudha.
Helen keler
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Helen keler
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Biyya itti dhalattee guddatte keessatti kophee namaa dhiiyxee, makiinaa dhiiyxee, waan gatiin xixiqqaan isarraa argamu daleeydee jireenya kee fooyyessuun yoo sitti ulfaate, biyya itti dhalatte san keessaa deemiitii biyya biraatti hojjadhu.
โMiirri namaa tokkoo miti, ati nama haalaan waa cufa qaqqaanfatu yoo taate biyya biraa tan sin beeyne keeysa dhaqiitii hojjadhu.
Bro, akkuma taate tahiitii hojii dhuunfaa keetii takka Uumi. Carraan ilmaan keetii dargaggummaa ati arra keessa jirtuun toluu ykn baduu dandaha, waan bu'aa siif buusu irratti xiyyeeyfadhu
Addunyaa nu duursaa jirtu keessa jiraataa jirraa beeki obboleessoo.
:ยจยท.ยทยจ: โค๏ธ
`ยท. @JECHOOTAHAYYOOTA

๐๐๐๐๐๐๐๐ - ๐๐๐ฅ๐๐ช๐ช๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐, ๐ฌ๐๐๐ง๐๐๐๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ ๐๐ง๐๐ฆ๐๐๐ญ๐ข - ๐ฒ๐๐. ๐จ๐๐
๐
๐ ๐บ๐'๐๐๐
๐๐ ๐จ๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐'๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐
Irreechi iccitii falaasamaafi uumamaa qor-qalbii Oromoo keessatti biqiluun, guddatee dagaagedha. Calaqqee aadaa, eenyummaa, seenaafi duudhaa Oromoo ganamaati. Guyyaa kadhataa, dhiifamaafi araaraa uumama qabatanii uumaa ofii itti galateeffatan kanaan baga ittiin isin gahe!
Waktiin bonaa aduu, dheebuu, gogiinsiif hongeen yeroo itti hammaateefi jiruu namaafi lubbu qabeeyyiif yeroo ulfaataadha. Waktiin gannaas, carraaqqii egeree jireenyaa fooyyessuuf taasifamuun waktii hojiifi dadhabbii guddaan guutamedha.
Waqtiilee akkas ulfaatan keessatti, Oromoon abdii qabu of fuulduratti ilaalaa ganna cehee, dachee magariisaan faayamte, ililii daraartee urgooftu, asheeta asheetee namaafi bineensaan quufa leellisu, waktii jijjiiramaa, abdiifi galataa kan taโe BIRRAA simata; waan uumaan uumamaaf arjoomeen galata, kadhataafi dhugeeffannaa qabatee as baha. (Caffee Oromiyaa)

JECHOOTA HAYYOOTA pinned ยซHordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraaโฆยป
Gubatte hin arginif daa'imni ibiddatti gamti!
Harki foolataan moluu hooqqata.
"Hoo'u jennaan diddeetu lafa keenyaan hatte.
#jechama
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Harki foolataan moluu hooqqata.
"Hoo'u jennaan diddeetu lafa keenyaan hatte.
#jechama
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
๐ MAKMAASOTA OROMOO!
โค๏ธ๐โค๏ธ
Firoomne jedhanii waraabeessatti foon hin fe'atan.
Dhugaa fi jabbiin galgala galti.
Dawaa ofii beekan namaa kudhaamu.
#Jechama

JECHA HAYYOOTA
~Gabrummaa irra duuti bilisummaadha.......Elemoo Qilxuu
~Oromoof duullee oromoof duune.........Jeneraal Waaqoo Guutuu
~Kan keessa beekuuf lolli tapha.........Abishee Garbaa
๐ Muktar Ahmed irraa!
โ @jechootahayyoota
@jechootahayyoota
๐ Jirraa Jirtuu Kabajamtoota Kenyaa jaallatamooโคโค.Dhiheenya kana Hojii wahi irraa wanan tureef Walitti Deebine jirraaโค๐Baga Nagayaan nuu Eegdan โคโค

Namni alagaaf gubate cilee hin qabu!
Kanuma!
๐ Sabakeef malee alagaaf lubbuu kee hin kenniin!
Forward waliif godhaa!
Guyyaa Gaarii!!๐
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yadaaf๐ @Abdetuor
Kanuma!
๐ Sabakeef malee alagaaf lubbuu kee hin kenniin!
Forward waliif godhaa!
Guyyaa Gaarii!!๐
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yadaaf๐ @Abdetuor
Kabajamoo hordoftoota keenyaa...๐
Erga hundeeffama isaatii Afoola Oromoo gara garaa isiniin gahaa kan ture chanaaliin Jechoota_hayyoota; kana boodas haala kanarra caaluun isin bashannansiisaa Afoola keenya wal barsiisuuf qophiidha.
ISinis - forward gochuuniifii makmaaksootaaf jechama garaa garaa nuuf ergaa turtaniittu.
Kanaafis isin galateeffachaa, gara fuulduraatti immoo waan fooyyessuu qabnu ykn waan itti fufuu qabdu jettan ๐๐ @Abdetuor irratti nuuf ergaa Jenna.
Waan yaada keessan nuuf laattaniif Galatoomaa!โค

"Ilkaan saree lafeerraa, ilkaan gadhee lammiirraa hin dhaban."
- makmaaksa oromoo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
By ๐ @Abdetuor
- makmaaksa oromoo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
By ๐ @Abdetuor
WAA SADII HUBATTU MALEE ITTI HIN SEENIN!
โ Dubbii keessa hin beekne,
โ Bishaan gad- fageenya isaa hin beekne,
โ Imala daandii isaa hin beekne.
....Hubattu malee itti hin seenin!!
##Toleraa N.

Jaappanonni waantoonni 3 humna qabu jedhanii amanu. Wantoonni humna qabaachuun isaanii jaappaanota biratti hubataman sadan kunis:
1. Billaa(Sword): mallattoo waraanaati.
2. Warqee: qabeenya bakka bu'a.
3. Daawwitii: mallattoo of beekuuti. Inni kun sadan keessa isa caaludha jedhanii amanu!
Kanaaf "of haa beeknu!"

"Sodaan wantoota addunyaarra jiran kamiyyuu caalaa namoota baayyee kuffisa."
- Ralf waaldo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
- Ralf waaldo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota