Yeroo qormaataa maal gochuu qabdu
๐ฑgaafa gara mana barumsaa deemtaan suuta deemaa. Akkasumaa free of godhaa
๐ฑqormaanni namoonni baheera jedhanii yoo isin burjaajjeesanis waa'eesaaf hin dhipatinaa
๐ฑgaaffii isinitti cime irratti yeroo keessan hin balleessinaa. Kan isiniif salphaa tahe hojjechuun booda itti deebi'aa.
๐ฑdambiiwwaan/instruction qormaataa seeraan hordofaa
Qormaata akka qoramtanii baataniin
๐ฑgaaffii qoramtan irra deebitanii hin ilaalinaa.
๐ฑgaaffiin natti cime jettaniis kan boriif hin dhiphatinaa.
Madda Dr. Nafyad geetuu
Carraa gaarii baratoota keenyaf !!

MEE NA DUBBISII!!
************
โBeekaamuuf osoo hin taanee beekaa ta'uudhaf hojjedhu.
โHojii boqonnaa sammuu qabuu dalaguuf, dursaa eenyummaa keetti deebi'ii.
โWaanta tokko namnii Waan namnii jajeef hin jajiin, waan namnii qeeqeefis hin qeeqiin Ejjennoo mataa keen deemsa kee itti fufi.
โHamma jiraachuuf carra argattetti gaarummaa dalaguun yeroo kee dabarsii.
โKabajii inni guddaan kabajaa namummaatii, malee kan sanyuumma miti. Kanaaf namummaa namaa tokko qofaaf kabaja qabaadhu.
โ Jireenya kee keessatti tasumaa iyyuu Ejjennoo miiraa hin qabaatin.miiraan deemnaan miidhamnii kan keeti.
Ergaa kanaa immoo hiriyyoota keefis #Forward godhi.
"Dubbisuun ogummadha"
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH

Telegram
JECHOOTA HAYYOOTA
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Abbaa manaatu haadha manaa isaa mana gurgurtaa fudhatee deemuun "Harmee kootiif kennaa bitee kennuu waanin barbaaduuf mee kennaa isa baay'ee miidhagaa ta'e naaf fili." Jedheen.Haati manaa isaas waan inaaffaa cimaan qabamteef kennaa isa gatiin salphaa ta'ee fi fokkisaa dha jettee itti amantu akka bitu itti agarsiiste.
Innis kennicha bitee meeshaa kennaa itti kennaniin marsiisee haadha manaa isaa galateeffatee deeme.
Galgala kennaa sun qabatee gara mana isaatti galee haadha manaa isaaf kenne.Ishiinis "Harmeedhaafin bita naan hin jennee?" jettee gaafatte.Innis "Surprise si gochuu barbaadeen waan keessi kee jaalatu baruuf tooftaa kanattin fayyadame malee kennicha siifin bite." jechuun deebiseef. bu'aan inaaffaa kanuma.
Eliyas

๐๐ต๐ช ๐ฏ๐ข๐ฎ๐ข ๐บ๐ข๐ข๐ฅ๐ข ๐ช๐ด๐ข๐ข ๐ซ๐ช๐ซ๐ช๐ช๐ณ๐ถ ๐บ๐ฐ๐ฐ๐ฌ๐ข๐ฏ ๐ง๐ฐ๐ฐ๐บ๐บ๐ฆ๐ด๐ด๐ถ๐ถ ๐ฃ๐ข๐ณ๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ถ ๐ฒ๐ข๐ฃ๐ฅ๐ข๐ข? ๐จ๐ข๐ข๐ณ๐ช๐ฅ๐ฉ๐ข ๐ข๐ฏ๐ช๐ด ๐ด๐ช๐ฏ ๐ฅ๐ฆ๐จ๐จ๐ข๐ณ๐ข . ๐จ๐ข๐ณ๐ถ๐ถ ๐ฎ๐ข๐ข๐ญ๐ช๐ช๐ง ๐ฐ๐ง๐ช๐ช๐ฌ๐ฆ๐ฆ๐ณ๐ณ๐ข๐ข ๐ฉ๐ช๐ฏ ๐ฆ๐ฆ๐จ๐ข๐ญ๐ต๐ถ ๐ฏ๐ข๐ฎ๐ข ๐ข๐ฎ๐ข๐ฏ๐ด๐ช๐ช๐ด๐ถ๐ถ๐ง ๐ฅ๐ถ๐ณ๐ข ๐ฐ๐ง๐ช๐ช๐ฌ๐ฆ๐ฆ๐ณ๐ณ๐ข๐ข ๐ฆ๐ฆ๐จ๐ข๐ญ๐ถ๐ถ ๐ฒ๐ข๐ฃ๐ฅ๐ข ๐ถ๐ต๐ถ๐ถ ๐ง๐ถ๐ถ๐ญ๐ฅ๐ถ๐ณ๐ช๐ช ๐ฃ๐ข๐ญ๐ฃ๐ข๐ญ๐ข๐ฌ๐ฆ๐ฆ ๐น๐ถ๐ณ๐ข๐ข'๐ฆ๐ฆ ๐ซ๐ช๐ณ๐ถ๐ถ ๐ฌ๐ฐ๐ด๐ช๐ช ๐ฎ๐ข๐ฏ๐ข ๐ฏ๐ข๐ฎ๐ข๐ข๐ณ๐ข ๐ซ๐ช๐ณ๐ถ๐ณ๐ณ๐ข๐ต๐ต๐ช ๐ฒ๐ถ๐ฃ๐ข ๐ฉ๐ช๐ฏ ๐ฒ๐ข๐ฃ๐ช๐ฏ.
"๐ ๐ฐ๐ฐ ๐๐ต๐ช ๐๐ข๐บ๐บ๐ข๐ฎ๐ต๐ฆ๐ฆ๐ง ๐๐ข๐ญ๐ฆ๐ฆ ๐๐ข๐ฎ๐ฏ๐ช ๐๐ข๐ฎ๐ช๐บ๐บ๐ถ๐ถ ๐๐ข๐ฎ๐ช๐ญ๐ฆ๐ฆ๐ฏ ๐๐ฆ๐ฆ ๐๐ฌ๐ฌ๐ข ๐๐ข๐ฃ๐ถ ๐๐ช ๐๐ฐ๐ค๐ฉ๐ถ๐ถ ๐๐ช๐ฏ ๐๐ข๐ฏ๐ฅ๐ข'๐ถ
โฅ๏ธ๐๐ข๐ฎ๐ฐ๐ฐ๐ต๐ข ๐๐ข๐ฎ๐ช๐ญ๐ฆ๐ฆ ๐๐ฆ๐ฆ ๐๐ช ๐๐ข๐ฃ๐ด๐ถ๐ถ ๐๐ข๐ณ๐ฃ๐ข๐ข๐ฅ๐ข๐ฏ๐ช๐ช๐ง ๐๐ข๐ณ๐ฌ๐ข ๐๐ฆ๐ฆ ๐๐ช๐ฏ ๐๐ข๐ฏ๐ฏ๐ช๐ฏ๐ช๐ช ๐๐ข๐ข๐บ๐บ๐ฐ๐ฐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ต๐ต๐ช ๐๐ช๐ฎ๐ช๐ช ๐๐ฆ๐ค๐ฉ๐ข ๐๐ข๐ฎ๐ข๐ข ๐๐ข๐จ๐ข๐ฅ๐ฉ๐ถ.
๐๐๐๐ช๐ช๐ง ๐๐ถ๐ฎ๐ข๐ข๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ข๐ฉ๐ข

Dalagaa Gaarii Dalaguuf Carraa Yoo Qabaatte; Carraan Sun Akka Sin dabaree Ariifannaan Dalagaa Gaarii San Dalagi. Ati Gonkumaa Hin Beeknee, Tarii Dalagaan Sun Waraqaa Keeti; Akka attii jireenyaa garrii jiratuuf
#Galmadhugaa
#Galmadhugaa
Adduniyaa Tana Keessatti Nama Tokkorrattis Hin Erkatin; Sababnis, Gaaddidduun Keetuu Si Dhiisee Deema Yeroo Ati Dukkana Keessaa.
#Galmadhugaa
#Galmadhugaa
Gara duubatti deebitee jalqaba kee jijjiiruu yoo dadhabdes amma iddoo jirtu irraa kaatee garuu dhuma kee jijjiiruu ni dandeessa. Kanaaf kaleessa kee dhiisiti har'a kee irratti xiyyeeffadhu! Sababni isaas kaleessi seenaa ta'e darbeera.
Har'i kee garuu si harka jira.
#jechootagamna
Har'i kee garuu si harka jira.
#jechootagamna
GORSA 4
"Hawaasni galma koo tilmaamuu danda'a; kan murteessu garuu ana qofa!" Clair Oliver
Galmi kee galma kee qofa. Bakka geessu si qofatu beeka. Namoonni har'a kee ilaalanii galma kee boruu tilmaamu ta'a. Sun tilmaama qofa. Kanaafuu, tilmaama namoonni galma keef qaban ilaaltee booda hin deebi'iin! Jaarsi maal jedhe kitaaba ' 'Abjuu Koo Hin Gurguru' keessatti? "Warri fagoo ga'u jennee asumatti hafanii, warri nuti nama hin ta'an jenne fagoo ga'an!" jedhe. Eyyee! Hawaasni haala ilaalee galma kee tilmaama, galma kee kan murteessu garuu si qofa!
#DeemsiIttiFufa
#AnaNamaBiyyaOromoo
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
"Hawaasni galma koo tilmaamuu danda'a; kan murteessu garuu ana qofa!" Clair Oliver
Galmi kee galma kee qofa. Bakka geessu si qofatu beeka. Namoonni har'a kee ilaalanii galma kee boruu tilmaamu ta'a. Sun tilmaama qofa. Kanaafuu, tilmaama namoonni galma keef qaban ilaaltee booda hin deebi'iin! Jaarsi maal jedhe kitaaba ' 'Abjuu Koo Hin Gurguru' keessatti? "Warri fagoo ga'u jennee asumatti hafanii, warri nuti nama hin ta'an jenne fagoo ga'an!" jedhe. Eyyee! Hawaasni haala ilaalee galma kee tilmaama, galma kee kan murteessu garuu si qofa!
#DeemsiIttiFufa
#AnaNamaBiyyaOromoo
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Telegram
JECHOOTA HAYYOOTA
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Afaanota garaa garaa dubbachuu danda'uun qabeenya guddaadha,
garuu afaanuma fadhe hunda keessatti afaan ofii qabachuu danda'uun qabeenya qabeenyaa oliiti.

WAANTOTA KALEE KEENYA MIIDHAN
1. Bishaan xiqqoo dhuguu
2. Yeroo fincaan nu qabe osoo hin fincaa'iin tursisuu
3. Qorichoota anti pain adda addaa baay'isanii fudhachuu
4. Ashaboo/ soogidda baay'isanii nyaachuu
5. Nyaata pirootinii qabu baay'isanii soorachuu
6. Alkoolii dhuguu
7. Tamboo xuuxuu
8. Hirriba dhabuu
9. Infeekshinoota xixxiqoo yaalamuu dhiisuu
10 dhibee sukkaara
11. Dhibbaa dhiiga
Galatoomaa
Share walif godha

Dhukkubsatanii yaala barbaadu irra, Dhukkuba ofirraa ittisuu wayya!
***
Fayyummaa KALEE keenyaaf:
***
1. Bishaan fi dhangala'aa biroo sirriitti dhuguu (haga dheeboonnutti eeguu dhiisuudhaan akkasumaan dhuguu)
2. Qorichoota dhukkubbii ittisan (pain killers) ajaja ogeessaa malee akkasumaan baay'isanii fudhachuu dhiisuu.
3. Ashaboo baay'isanii nyaachuu irraa of qusachuu (keessumaa namoonni dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba onnee fi kkf qaban).
4. Infekshinoota xixiqqoo akka infeekshinii ujummoo fincaanii (UTI) tuffachuu dhiisanii yaalamuu.
5. Dhukkuboota biroo kan yoo hin yaalamne dhibee kalee namatti fidan akka dhukkuba sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa sirriitti hordofanii yaalamuu.
6. Alkoolii dhuguu dhiisuu, yoo kan dhugan ta'e ammoo baay'isanii dhuguu dhiisuu.
7. Tamboo fi naannoo namoota tamboo xuuxaanii irraa fagaachuu.
8. Hirriba dhabuu ga'aa fi qulqullina qabu rafuu.
***
Chanaalii kana join godhaa nu hordofaa ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Fayyaan faaya