Telegram Web Link
Kaardii akeekkachiisaa

Yunaayitid 5

Tootenhaam 2
Kaaseemiroon yaale ture jalaa bahe
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 71'
Maan Yunaayitid 0-2 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo 42' ⚽️Joonsen 3'
⚽️Kuluseviski 47'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Jijjiirraa gama Yunaayitidin

Hooylaandiif Eriksen seenan

Raashfoordiif Ugaarteen bahan
Kaardii akeekkachiisaa Pooroof
Toteenhaam sirriitti ittisaa jiru
Koornaa Tootenhaamiif
Gooooooooooooooool
Sooooooooooolaaankeeeeee
Tootenhaam πŸ”₯
Kubbaa Koornaa irraa dhiitame kiyyoo keessa buuse πŸ”₯
Ammallee Tootenhaam gar fuulduratti deemaa jiru.

Gooliin nun geenye waan jedhan fakkaatu.
Jijjiirraa gama Tootenhaamiin
Van De Ven bahe
Diraaguusin seene
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 81'
Maan Yunaayitid 0-3 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo 42' ⚽️Joonsen 3'
⚽️Kuluseviski 47'
⚽️Soolankee 77'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Deggertoonni Yunaayitid dirree gadhiisanii bahaa jiru.
Kubbaan Totenhaam bira
Jijjiirraa gama Yunaayitidin

Maawunt bahe
Diyaaloon seene
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

⏰ 86'
Maan Yunaayitid 0-3 Tootenhaam
πŸŸ₯ Burunoo 42' ⚽️Joonsen 3'
⚽️Kuluseviski 47'
⚽️Soolankee 77'

Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Share ➑️ @BurqaaIspoortii
Koornaa Yunaayitidif
2024/10/01 07:24:41
Back to Top
HTML Embed Code: