Telegram Web Link
Gaaakpoo
Burqaa Ispoortii
Gaaakpoo
Carraa gaarii argatee ture
Tapha Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

    Xumurame

Woolvis 1-2 Liiverpuul
⚽️Eeyt           ⚽️Koonaatee
                       ⚽️Saalaah(p)
    

Dirree 🏟 Moolniiks Staadiyeem

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Gabatee sadarkaa Piriimeer Liigii Inglaand taphoota har'aa booda.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bara kana Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti kilabiin hanga ammaa hin mo'amne Maanchistar Siitii fi Arsenaal qofa.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Hiriira garee lamanii

04:00 🔰 Osaasunaa Baarselonaa waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Burqaa Ispoortii
Photo
Taphni eegaleera
🇪🇸 Tapha Laaligaa Ispeen torbee 8ffaa

5'

Osasunaa 0-0 Baarseloonaa

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Jijjiramni qabxii hin jiru
🇪🇸 Tapha Laaligaa Ispeen torbee 8ffaa

11'

Osasunaa 0-0 Baarseloonaa

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Taphni akkuma itti fufeetti jira
Liivarpuul bara kana Piirimeer liigii Ingilaandin

Taphoota 6 taphaate
Taphoota 5 injifate
Tapha 1n mo'aame
Taphoota 4 Clean sheet
Goolii 2 qofatu itti lakkaa'ame lakkaa'ame

Liigichaas qabxii 15n dursa jira

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Goooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Goooooooooooool
Osasunaa
Osasunaa dursu eegalaniiru
Osasunaa 1-0 Barsenoolaa
Taphiichis daqiiqa 20' ga'eera
Daqiiqa 25' ga'eera taphnii
2024/09/30 07:23:33
Back to Top
HTML Embed Code: